Fufu Shagger

Fufu Shagger Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fufu Shagger, Digital creator, .

06/11/2023
06/11/2023
06/11/2023
06/11/2023

Rasaasa Hiyyummaa Nyaatu!
= = =
Biyyi keenya Itoophiyaan tulluu hiyyummaa diigdee mul'ata badhaadhinaa dhugoomsuuf hirmaannaa lammiilee isheen oomisha qamadii rasaasa tulluu hiyyummaa diigu irratti xiyyaeeffannoo kennitee hojjechaa jirtuun milkaa'ina guddaa gonfatte.

Milkaa'ina kanaaf ga'een Naannoon Oromiyaa qabdu daraan olaanaa waan ta'eef naannoon keenya haala mijaataa damee qonnaaf qabdutti fayyadamuudhaan humna namaafi lafa jiru qixaan hojiirra oolchuun misooma si’eessuufi wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf hojjachuu bira darbuun dorgommii daldala biyya alaatti galuu dandeesseetti. Injifannoo kana daraan itti fufsiisuuf oomisha Qamadii jallisii bonaa cimsuun barbaachisaa waan ta'eef bara kanas lammiileen hunduu qixa barbaadamuun hojjechuu qabu!

15/10/2023

Olka’insi Alaabaa Keenyaa, Wabii Tokkummaa Sabdaneessaafi Birmadummaa Keenyaati!

15/10/2023

"አርቲስት ሀሎ ዳዌ በሞት ብትለየንም ዘመን አይሽሬ ስራዎችን ትታልናለች" ፊቃዱ ተሰማ
------------
የብርቱዋ አንጋፋ አርቲስትና ታጋይ ሀሎ ዳዌን ዜና ሕልፈት ስሰማ ጥልቅ ሀዘን ነው የተሰማኝ። አርቲስት ሀሎ ከአፍራን ቀሎ የሙዝቃ ኮከቦች ጋር በመሆን የኦሮሞን ህዝብ አርት በማሳደግና ለህዝባችን ድምፅ የሆነች ብርቱ ሰው ነበረች።

አርቲስት ሀሎ ዳዌ ሙዚቀኛ ብቻ ሳትሆን በሀገራችን ነፃነትና እኩልነት ተረጋግጦ የሀገራችን ህዝቦች በእኩልነትና በወንድማማችነት እንዲኖሩ በሙዚቃ ስራዎቿ ትልቅና የማይረሳ አሻራ ያኖረች ታጋይም ጭምር ናት። ሀሎ ዳዌ ለህዝባችን የሙዚቃ እድገትና ለነፃነት ትግል ያበረከተችው አስተዋፆ በዘመን የሚወሰን ሳይሆን ለዘመናት ከኛ ጋር የሚኖር አሻራ ነው።

ሀሎ ዳዌ ተሰምተዉ በማይጠገቡ ስሜት ቀስቃሽ በሆኑ የሙዚቃ ስራዎቿ የተወችልን የኪነጥብ አሻራ ትውልድ እንደ መስታዎት ራሱን የሚመለከትበት፣ የሚማርበትና ለቀጣይ ትውልድ የሚተላለፍ ነው።

ለኦሮሞ ህዝብ እንደ ሀሎ ዳዌን የመሰለች ጠንካራ አርቲስትና ታጋይ ማጣት መሪር ሀዘን ቢሆንም ትውልድ ከዘመን አይሽሬው ስራዎቿ እየተማረ የተሻለ ስራ በመስራት ሲዘክራት ይኖራል።

በመሆኑም በተወዳጇ አርቲስታችን ሀሎ ዳዌ ህልፈተ ህይወት የተሰማኝን መሪር ሀዘን እየገለፅኩ ለቤተሰቦቿ፣ ለዘመዶቿ እንዲሁም ለአርት ስራዎቿ አድናቂዎችና ለኦሮሞ ህዝብ መፅናናትን እመኛለሁ።

ፍቃዱ ተሰማ
የብልፅግና ፓርቲ ኦሮሚያ ቅርንጫፍ ፅ/ቤት ኋላፊ
ጥቅምት 4/2016 ዓ.ም
ፊንፊኔ

13/10/2023

Badhaadhina yeroo jennu hiikkaa dam-daneessa kan hammatedha. Kunis, badhaadhina gama dinagdee, siyaasaafi hawaasummaatiin jirudha.

1.Badhaadhinni dinagdee fedhii bu’uuraa uummataa qixa barbaachisuufi itti fufinsaan guutuuf guddina ariifataafi hundagaleessa ta’e galmeessuudhaan dinagdee dorgomaa ta’e ijaaruudhaan fayyadamummaa uummataa haqa qabeessa mirkaneessuu yoo ta’u kunis hiyyummaafi duubatti hafummaa uummataa hir’isuu danda’uu of keessaa qaba.

2.Badhaadhina siyaasaa yeroo jennu aadaa demokiraasii gabbisuuf barbaachisaa kan ta’an dhaabbilee ciccimoo ijaaruu, bilisummaafi walqixxummaan uummataa mirkanaa’ee Itoophiyaanonni hundi mirgi namummaafi demokiraasii kabajameefii kan jiraatan tokkummaan sabdaneessuummaa ishee kan mirkanaa’e, Itoophiyaa federaalawaa taate bu’uura jabaarratti ijaaruudha.

3.Badhaadhinni hawaasummaa aadaa, duudhaafi barmaatilee gaggaarii, dhaloota naamusa gaarii qaban horachuu dandeessisan, lammiilee fayyaa sammuufi qaamaa qaban horachuu, hawaasa rakkoo hawaasummaa irraa bilisa ta’e ijaaruufi uummata gidduutti nagaa waaraa buusuudhaan badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuu jechuudha.


Prosperity Party - ብልፅግና Abiy Ahmed Ali

13/10/2023

Milkaa'inni Misooma Jallisiitiin Gonfanne Karoora Xiiqii Milkeessuuf Bu'uura Kaa'a

13/10/2023

የመደመር ትውልድን የፈጠረው አብዮት አይደለም።ጥቂት ግለሰቦች ወይም የለውጥ ተዋንያን ሐሳብና ፍላጎታቸውን በጉልበት ጭነውበት የተፈጠረ አይደለም።

በጊዜ ሂደት ትውልዱ ክፉና ደጉን ተመልክቶ፣የሚጠቅመውን መንገድ ለመምረጥ በሚያደርገው መውተርተር ውስጥ የተወለደ የጋራ ጠባይና የኑሮ ዘይቤ ነው።

ይሔ በህዝብ ግፊትና በብዙሀኑ ልሂቃን ትብብር በታሪክ ሂደት የተፈጠረ የህብረተሰብ የአኗኗር ዘይቤ ለውጥ ፍፁም ነው አንልም፣ብዙዎቹን ወደሚያግባባ እና ይህ ነው ተብሎ ወደ ተበየነ ግብ ለመጓዝ የሚያስችለውን ትክክለኛ አቅጣጫ ገና በመፈለግ ላይ መሆኑን አይካድም።

እንደቀደሙት ለውጦች ያለፈውን በዜሮ አባዝቶ እና አማራጭ ምዕራፎችን ዘግቶ እንደ አዲስ ከመጀመር ይልቅ ቀስ በቀስ ሪፎርም እያደረጉ መጓዝን የመረጠ ነው።

በዚህም ምክንያት ዙሪያውን ወንዞች ተደርድረው እንደሚያጠጡትና የዘሩበትን እንደሚያበቅል ለም መሬት ተደርጎ ሊታሰብ ይችላል።በአግባቡ ከተያዘ መሬቱ ለብሩህ ዘመን መነሻ የሚሆን ትልቅ የለውጥ ስንቅ ነው።

የመደመር ትውልድ የሽፋን ገፅ ላይ በጉልህ የተጠቀሰ ሀሳብ

12/10/2023
12/10/2023

Daawwaan Hiyyummaa Badhaadhina Hunda Galeessa Mirkaneessuudha
-----------
Biyyi keenya bara dheeraaf biyyoota maqaa hiyyummaan waamaman keessaa tokko turte. Hiyyummaan gadadoo guddaa boquu biyya tokkoo gadi qabuun ofitti amanamummaa lammiilee gadi buusuun emaqaa biyyaa xureessa. Maqaa badaa kana biyya keenya irraa kaasuuf dinagdee damdaneessa mirkaneessuun maraammartoo hiyyummaa irraa gara badhaadhina hunda galeessatti tarkaanfachuuf biyyi keenya imala eegaltee jirti.

Biyyi keenya kana bu'uura irraa jijjiiruuf dameelee dinagdee imala kana milkeessuu danda'an adda baastee xiyyeeffannoo addaa kennuun hojii hojjechaa jirtuun milkaa'inoota gurguddoo gonfachuun badhaadhina hunda galeessa dhugoomsuu eegalteetti.

Bara kanas itti fufuun utubaa dinagdee biyya keenyaa kan ta'e hojii misooma aonnaaf xiyyeeffannoon guddaan kennamee hojjetamaa jira. Hojii misooma qonnaa ammayyeessuun wabii nyaataa mirkaneessuu, oomisha alaa gara biyyaa galan biyya keessatti oomishuu, al-ergii dabaluufi carraa hojii uumuuf hojii qulqullina, baay'inaafi ariitiin hojjechuun galma yaadame bira ga'uuf hojjetamaa jira.

Haaluma kanaan Mootummaan Naannoo Oromiyaa oomishaafi oomishtummaa guddisuun galmoota akka biyyaatti qabaman milkeessuuf xiiqii guddaan hojjechaa jira. Waggoottan darbanis carraawwan misoomaa naannoon keenya qabdu fayyadamuun dinagdee cimsuuf oomisha duraan waggaatti yeroo tokko qofa oomishamaa ture yeroo ammaa yeroo lamaaf sadi oomishuun wanti hin danda'amu jedhamee yaadamaaa ture akka danda'amu hojiin mul'ataa jira.

Kanaafis ragaa guddaan hojii inisheetiivii jallisii bonee naannoo keenyatti waggoottan darban hojjatameen oomisha dabaluu bira darbee kan qamadii biyya alaatii galaa ture hambisuun yeroo jalqabaatiif gara alaatti erguun seenaa haaraa dalaguu danda'amee jira. Kunis, qormaata gara carraatti jijjiiruun kan milkaa'edha.

Milkaa'inoonni hojii jallisii bonee baroota darban irraa argame abdii ce'umsaa guddaa waan ta'eef bara kanas qonna jallisii bonee dachaan dabaluun karoorri xiiqii qabamee boqonnaa hojiitti galamee jira. Qonnaan bultoonniifi horsiisee bultoonni keenya yeroo ammaa kana gama tokkoon midhaan rooba Gannaan facaafame kunuunsaa gama biraatiin immoo qonna jallisii boneetiif lafasaanii qopheessuufi bakka tokko tokkotti ammoo facaasaan qamadii jallisii Bonee eegalamee jira.

Uummanni keenyas aadaa hojii isaa jijjiiruun Bonaafi Ganna hojjechuun jiruuf jireenya mataa isaa fooyyessuu bira darbee daawwaa hiyyummaa biyya keenyaa kan ta'e badhaadhina hunda galeessa caalmaatti milkeessuuf kutannoon hojjechuu qaba.

Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
YouTube: https://www.youtube.com/results?search_query=Oromia+Communication+Bureau
TikTok: tiktok.com/
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
kallachaOromia: https://m.facebook.com

12/10/2023

Dhalootni dhufu abdii male, ba'aa biyyaa hin ta'u!

Xiyyeffannaawwan Paartii Badhaadhinaa keessaa inni tokkoofi ijoon dhaloota ijaaruudha.

Biyyi daa'imman isheetiif xiyyewffannaa fi kabaja kennitu egereen ishee ifaadha. Kanaaf Paartiin keenya dhaloota dhufu qixaan ijaaruu fi gahoomsuu irratti sirnaan ni hojjata.

Dhaloota jaalala biyyaa goonfate, kan hawaas diinagdee biyya isaa cimsee fi utubee badhaadhinatti tarkaanfachiisu sirnaan ijaaruun biyya ijaaruudha.

11/10/2023
11/10/2023
11/10/2023

መደመር የማህበራዊ፣ ፖለቲካዊና ኢኮኖሚያዊ ዘርፎችን ጨምሮ ሁሉንም ግላዊና ማህበረሰባዊ የህይወት ዘይቤን የሚነካ እሳቤ ነው፡፡ ዓላማዎቹም ሀገራችን ኢትዮጵያ ልትሄድበትና ልትደርስበት የሚገቡ መንገዶችና መዳረሻዎች ናቸው፡፡

ለዕሳቤው መዳበር ገፊ ምክንያቶች በሀገራችን ባለፉት ዓመታት የተቀጣጠለው ሀገራዊ ለውጥ ፍንትው አድርጎ ያሳየንና ዘላቂና አፋጣኝ መፍትሔ የሚፈልጉ ሀገራዊ ተግዳሮቶች ናቸው፡፡

በመሆኑም የመደመር እሳቤ የሀገራችንን ተጫባጭ ችግሮችና ህሊናዊ ሁኔታዎች መሰረት ያደረገ ነው፡፡ የዕሳቤው ምንጭ ሀገራዊ ተጨባጭና አውዳዊ ሁኔታዎች በመሆናቸው ለመደመር የሚሰጠው ትርጓሜም ከዚሁ የሚመነጭ ነው፡፡

ዓለም አቀፍ ዕውቀቶች የመደመርን ሐሳብ ለማዳበር አጋዥ ሚና አበርክተዋል፡፡ ሆኖም ግን የእነዚህ ዓለም አቀፍ ዕውቀቶች ፋይዳ መለኪያውና ማንጠሪያው ተጨባጭ ውስጣዊ ሀገራዊ ሁኔታ ነው፡፡

የመደመር ዋነኛ ዓላማ ሀገራችን ባለፉት ዓመታት ያስመዘገበቻቸውን የፖለቲካና የኢኮኖሚ ድሎች ጠብቆ ማስፋት፣ የተሰሩ ስህተቶችን ማረም፣ እንዲሁም የመጻኢውን ትውልድ ጥቅም እና ፍላጎት ማሳካት ነው፡፡

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fufu Shagger posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share