PP Daily News

  • Home
  • PP Daily News

PP Daily News Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from PP Daily News, News & Media Website, .

11/05/2023

In order to greatly improve the local living conditions, the Rockefeller Foundation distributes living subsidies to the local people! The total amount is as high as $50,000,000!

27/01/2022

Mootummaan Naannoo Oromiyaa akkuma mootummaa federaalaa hoggantoota fi Qondaalota ABO mana hidhaa jiran hiikuun mariif haala mijeessuu qaba.

Siyaasa biyya kanaa keessatti kanneen dhimmi biyya kanaa ilaallatu martu, marii biyyooleessaa irraa qooda yoo hin fudhatin rakkoon biyya kanaa furamuu hin danda'u.

14/01/2022
13/01/2022
07/01/2022

Qe'ee Oromootti tokkummaan yeroo dhihootti deebi'a. Obboleewwan waldhabuun akkuma jiru araaramuu fi walii galuun jira. Aadaa Oromoo keessatti isa waldhabee qabuu mitii isa wal ajjeeseyyuu gumaa baasanii araarsu.

Ayyaantuu waaqa kadhachuun yoona..
Ayyaantummaan moonaa

Haal dureewwan gaafannee yoo nuuf guutamee karaa nagaan qabsaahuuf, marii biyyoolessaa irratti hirmaachuu akka barbaadan...
21/12/2021

Haal dureewwan gaafannee yoo nuuf guutamee karaa nagaan qabsaahuuf, marii biyyoolessaa irratti hirmaachuu akka barbaadan, karaa mootummaa Sudaan Kibbaa gaaffii dhiyeessanii jiru. Mootummaan federaalaa haalduree kamiyyuu fudhachuu hin barbaaduu.

06/12/2021

Midiyaa Faranjii Odaa Tarbiidhaan Wajjirri olaanaa ABO WBO eessa jennaan hin qabnuu jedhee, wajjira homaa hin qabdan Eeyyee, loltuu malee nama bulchiinsa, diplomaasii hin qabdan jechuudhaa kaa..❓Kanaaf TPLF waliin waliigaltee mallatteessine.

 #አብንን መምረጥ ናዚን መምረጥ ነው! #ናዚም ስልጣን የያዘው በምርጫ ነው!አብን ስንናገረው እንደነበረው በብልጽግና ጎል ለማስቆጠር ዋና የፖለቲካ አጀንዳ አድርጎ ያቀረበው ግጭቶችን እና ተከ...
16/04/2021

#አብንን መምረጥ ናዚን መምረጥ ነው!
#ናዚም ስልጣን የያዘው በምርጫ ነው!

አብን ስንናገረው እንደነበረው በብልጽግና ጎል ለማስቆጠር ዋና የፖለቲካ አጀንዳ አድርጎ ያቀረበው ግጭቶችን እና ተከታትለው የመጡ ሰብዓዊ ቀውሶችን እንደሆነ በዛሬው የምርጫ ክርክር አሳይቷል። አብዛኛውን ግጭቶች እና ማስጮሁ ብልጽግና የዜጎችን ደሕንነት መጠበቅ አልቻለም ለማስባል ሆን ተብለው በተጠና ሁኔታ ሲካሄዱ የነበሩ እና አሁንም እየተሰራበት መሆኑን በተደጋጋሚ ስንናገር ቆይተናል። አብን በዚሕ ሴራ ያንበሳ ድርሻውን እንደሚወስድም ተናግረናል። ይኸው ውጤቱን እዩልን?

ሌላው አብን ብልጽግና ኢትዮጵያዊ ወንድማማችነትን እንዲጠፋ አድርጓል በሚል ተችቷል። ቆይ ጓዶች ማነው "የሰው ልጅ ውሃ ልክ፣ የኢትዮጵያ ባለቤት፣ ልብስ መልበስ እና አብስሎ መብላት ያስተማርን፣ እኛ ነን።" ሲል የነበረው? ይሕ ነው ኢትዮጵያዊ ወንድማማችነት? አይደለም ኢትዮጵያዊ ወንድማማችነት 82 ብሔሮችን ከሰብዓዊነት በታች በማውረድ እናንተ ምትማሩት አማ" ለመሆን ነው ሲል የነበረው ማነው? በ19ኛው ክፍለ ዘመን መጨረሻ በፊውዳል ተስፋፊው ሀይል በተለያዩ ብሔሮች ላይ የተፈጸሙ በደሎችን ሽምጥጥ አድርጎ በመካድ ለዚሕች ሀገር ብሔራዊ መግባባት እንቅፋት የሆነው ማነው? እያወቅን ምነው መድረክ ስታገኙ እየየ አበዛችሁ?

አብን ለስልጣን ብቻ የቋመጠ በምስኪን የአማራ ሕዝብ ደም ተረማምዶ 4ኪሎ ለመግባት ያሰፈሰፈ የግልገል ፋሺስቶች ስብስብ ነው። ለዚሕ ያመቸው ዘንድ በደጋፊነት ሰገጤ እና በስራ አጥነት ተስፋ የቆረጡ ወጣቶችን ከፊት አሰልፎ በጎዳና ነውጥ ስልጣን ለመጋራት የተዘጋጀ የነበረከት ስምዖን የጃዙር ዲቃላ ነው። እነ በረከት እና ጌታቸው ረዳ ብአዴንን ለመበቀል የጠፈጠፉት የፖለታካ ዲቃላ ነው። በምንም ሞራል ብልጽግናን የመተቸቱ የሞራል ልዕልና ሊኖረው አይችልም።

ሌሎች እንደነ ኢዜማ፣ ነጻነት፣ እኩልነት፣ ኢሕአፖ የምትላቸው ፓርቲዎች ኢሕአዴግን እንጂ ብልጽግናን ለመቃወም ዝግጁ ስላልሆኑ ከአመት በፊት የፈረሰውን ኢሕአዴግ መተቸቱን ቀጥለውበታል። ከአፋቸው ቀድሞ የሚወጣው ኢሕአዴግ የሚለው ቃል ነው።ሌላው ሁሉንም አሸናፊ የሚያደርግ ለውጥ ሲባሉ እንደ ወያኔ እንዴት አሸናፊ እንሆናለን? ግዳይ የሌለበት፣ ሟች የሌለበት ድል የት አለ? በሚል ስለተወዛገቡ በብልጽግና እና ኢሀዴግ መሀል ያለውን ልዩነት እስኪረዱ በቀጣዩ ምርጫ እንገናኝ ልላቸው እወዳለው።

Belay Tilahun

16/01/2020

🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹
🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹
🇪🇹🇪🇹🇪🇹

🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹
🇪🇹
🇪🇹

🇪🇹 🇪🇹
🇪🇹 🇪🇹
🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹 🇪🇹
🇪🇹 🇪🇹

🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹
🇪🇹
🇪🇹🇪🇹🇪🇹

🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹 🇪🇹
🇪🇹 🇪🇹
🇪🇹🇪🇹🇪🇹

🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹 🇪🇹
🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹
🇪🇹

🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹
🇪🇹
🇪🇹🇪🇹🇪🇹

🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹 🇪🇹
🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹 🇪🇹
🇪🇹 🇪🇹

Yaa’iin hundeeffamaa PP bakka keessumoonii adda adda argamanitti dhiyootti ni gaggeeffamaa. Yaa'ii kana irratti sagaleed...
16/01/2020

Yaa’iin hundeeffamaa PP bakka keessumoonii adda adda argamanitti dhiyootti ni gaggeeffamaa. Yaa'ii kana irratti sagaleedhaan namoonni 1000 ni hirmaatu. Hirmaattonni ....
1. Naannoo Tigraay irra hin beekamne
2. Naannoo Affaar irraa hirmaatota 18
3. Naannoo Amaaraa irraa 211
4. Naannoo Oromiyaa irraa 380
5. Naannoo Somaalee irraa 66
6. Naannoo Beenishaangul Gumuuz 10
7. Naannoo Kibbaa irraa 150
8. Naannoo Gambeellaa 5
9. Naannoo Harar irraa 2
10. Naannoo Sidaamaa 60
11. Magaalaa Finfinnee irraa 35
12. Magaalaa Diree Dawaa irraa 5

Murteen kamiyyuu sagalee 50+1 darbaa. ADWUI keessatti naannoolee 4nu sagalee 250 250 qabu turee. Federaalizimii dhugaa amma mirkaneessuun jalqabamee jira. Hirmaatota kan filatuu miseensota amma jiraniidha. Miseensonni ODP Oromiyaa guutuutti argaman mariidhaan karaa ifa fi bilisaa ta'een namoota isaan bakka bu'an ni filatuu.

Koreen giddugaleessa PP fi koreen hojii raawwachiiftuu PP reeshoo kannan filatamuu .

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when PP Daily News posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share