Dhumaatii Ummata Oromoo Wallaggaa irratti raawwatamaa jiru ilaalchisee Artist Umar Suleemaan dhaamsa Ummata Oromoof dabarsan.
Prof Mararaa Guddinaa
Dubbii Jajjabduu
የኦሮሞ ምርኮኞች እየተመረጡ ተረሽነዋል
Ilmaan Oromoo RIB keessa jiran kanneen booji'aman sababa Oromoo tahan qofaan adda baasamanii ajjeefamaniiru
የኦሮሞ ምርኮኞች እየተመረጡ ተረሽነዋል
Ilmaan Oromoo RIB keessa jiran kanneen booji'aman sababa Oromoo tahan qofaan adda baasamanii ajjeefamaniiru
Hordoftootni Amantaa Orthodox magaalaa Gimbii mana Amantaa akka hin seenne dhorkaman mormii dhageesisan.
Hordoftootni mana amantaa Ortodoksii Gimbii hiriira bahuun mirga amantaa keenyaa sarbamaa jira kanaaf nuyi Abbaa amantaa simanne qabna kan amma dhufu hin simannu jechuun sagalee isaanii dhageesisan.
ኢትዮጵያ የአማራ ነች ባህላችን ወጋችን ማዕከል አድርጋ የተገነባች ነች ፤ ኦሮሞ የያዘው ግማሽ መሬት የአማራ ነው ፣ 4 ኪሎ ገብተን እኛ የምንፈልገውን ዓይነት ሥርዓት እንመሰርታለን ይላል ፤ የፋኖ የውጭ ጉዳይ አስተባባሪ ሊቀመንበር ሻለቃ ዳዊት ።
የአማራ ጥያቄ ምንድነው ለምትሉ ፣-- መሬት መውረር 4 ኪሎ መቆጣጠርና ለእነሱ በሚመች መንገድ ሥርዓት መዘርጋት ነው ተብላችኋል ።
Haasaa Seena qabeessa Jaal Daawud Ibsaa
SAGALEE QEERROO:
Godina Jimmaa Aanaa Saaxammaa dabalatee Aanaa Geeraatti kaabinoonni mootummaa ilmaan Oromoo qonnaan bultoota haqa isaaniif falmatan maaliif gaaffii mirgaa gaafattan jechuun dararaa jiru.
Akka ragaan Viidiyoo kanaa agarsiisutti qondaalonni mootummaa namoota nagaa afur harka isaa miila jalaa deebsisuun gurra qabsiisanii dararaa jiru.
Namni tokko ammoo irra deemuun dullaan akka barbaadetti yeroo tumu viidiyoo ni mul'isa.
Namni afran reebaman kun balleessani isaanii maal akka ta'e beekkamuu baatus, ummata walghiif walitti qabame fuulduratti reebichi kun raawwate.
Hundeeffama waggaa 50ffaa ABO ilaalchisee HDn ABO ibsa kennan VOAn akkasiin gabaasan.
Dura-taa’aan Adda Bilisumma Oromoo, Obbo Daawud hundeeffama waggaa 50ffaa ABO sababeeffachuudhan har’a finfinnetti ibsa miidiyaaleef kennaniin, sababaan nagaa dhabuu biyyattii siyaasa ta’uu ibsanii, furmaatni isaa “marii siyaasaati,” jechuun ibsaniiru.
Reeffi Oromoo soora allattii tahe wal awwaallachuu dadhabe qe'ee fi qabeenya isaa irratti .
SAGALEE QEERROO
Oduu SQ Mudde 26/2022
Sagalee Qeerroo
Oduu SQ Mudde 21/2022
"Nuti wantoota xixiqqoo hojjennee warra hojjenne jennee of dhaadhessinu tahuu hin qabnu" Jaal Abdii Raggaasaa
"Eeboon keessan qara hin qabu taanaan ulfina hin qabdani"
Secondii tokkoof iyyuu Eeboo keessan Qarachuu hin dhaabiinaa!
"Oromummaafi Itoophiyummaatu wal lolaa jira"
Dr Gadaa Oljirraa
Sagalee Qeerroo
Oduu SQ Mudde 19/2022