Isma.EL Jamal

Isma.EL Jamal Namummaa fii gaaruummaa qabaachuun, Mallattoo milkaa'inati

Eid Mubarak, Obboleyyan kiyya Amantaa Musliimaa Hordoftan Hundi
04/09/2024

Eid Mubarak, Obboleyyan kiyya Amantaa Musliimaa Hordoftan Hundi

03/30/2024
Suuraan, Soomana, ifxara, 8ffaa,  Post Soomana guyyaa 17 ffaati,❤️
03/27/2024

Suuraan, Soomana, ifxara, 8ffaa,

Post Soomana guyyaa 17 ffaati,❤️

Balaan konkolaataa barsiisota Yuunbarsiitii Madda Walaabuu irra gahe guddoo laphee nama cabsa. Haga ammaa lubbuun barsii...
05/20/2023

Balaan konkolaataa barsiisota Yuunbarsiitii Madda Walaabuu irra gahe guddoo laphee nama cabsa. Haga ammaa lubbuun barsiisota 15-nii darbuutu himama. Haga ammaa eenyummaan adda hin baane. Maraafuu Barsiisaan utubaa ijaarsa biyyaa waan ta'eef taateen kun balaa biyyaalessaa ti. Rabbiin biyyoo jaraaf haa salphisu! Maatii fi firas haa jajjabeessu!😥

11/06/2022
Gaaddisa Aartiif Artistootaa , Nagaan boqodhu, Jannataa si haa gammachiisu rabbiin😭
11/06/2022

Gaaddisa Aartiif Artistootaa ,
Nagaan boqodhu, Jannataa si haa gammachiisu rabbiin😭

10/13/2022

Worra cubbuu ilma namaa irratti dalage , Rabbiin☝️ lafarrattis Akirattis hinmua kaffala , haqa isaa dhiisa malee haqa nama ilma namaa hin dhiisu inni

Alhamdulillah , galanni keeti yaa rabbii ☝️Hiriyoottan koo hunduu Du,ayii keessanif galatoomaa .Du'ayiin furmaata jiruuf...
10/12/2022

Alhamdulillah , galanni keeti yaa rabbii ☝️

Hiriyoottan koo hunduu Du,ayii keessanif galatoomaa .
Du'ayiin furmaata jiruuf jireenyati, Fayyaan Faaya, Fayyaa hin dhabinaa,
Hiriyoottan koo na iyyafattani na gaggafachu kessanif dhugaa dubbachuf galata guddaa na biraa qabdu ,

09/04/2022

Kabajamtoota Hordoftoota page ,kana Akkam jirtu, Nageenyi keessan haa baayyatu , Akkuma beekamu, Page kanarra badeen , ture , Amma wol haa hordofnu, ❤💚❤🙏🙏

06/03/2022
05/11/2022

Baga dhalatte Gameessa koo jawee koo

Address

Tallahassee, FL

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Isma.EL Jamal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share