Marii Ministirottan Afirica Finginneetti godhaa jiran.
Marii Ministirottan Afirica Finginneetti godhaa jiran kanatti dhiyaadha! Gabaasni kan VOA Afaan Oromooti
Marii haala yeroo irratti ABO taasisa jiru kanatti dhiyaadhaa!
Marii haala yeroo irratti ABO taasisa jiru kanatti dhiyaadhaa!
Irreechaa Fi WOB
Irreechaa Fi WOB
Irreeecha
Haasawa #Shimallis president naannoo Oromiyaa dhimmaa Ireechaa ilaalchise taasise
Namni Hirbu ganama haale hin milkaa’uum. Baga lubbuu kee baaffatte Biraanu juulatti makamte Yaa #Jaal sanyii.
Qabsoo dhiigni fi lafeen ilmaan oromoo kitilli itti dhabama ta’e shiraan gara balleessuut yaaltus siif hin milkoofne yaa #Sanyii. Baga Biranu Julaan simatamte.
Mee waanta bulchitoonni fi Milishoonni PP Aanaa fi gandoota Oromiyaa keessa jiran, maqaa #Waraana_Bilisumma_Oromoo xureessuuf jecha uummata nagaa Saamaa, dararaa turanii fi itti jiran kana dhaggeeffadha.
Yaadanno Eebila 15 sababeeffachuun haasawa jaallan hoogantoonni WBO godhan. Itti dhiyaadha.
#WBO, Baha shawa Booset fantaalleetti kan eebbifaman.
dhugaa #Taayye Danda’a maal jedhe #Obboo Baqala Garba? Mee dhaggeeffadha.
#Oromumma definition......kkkkkk
#Jaal_Marro haala siyaasa oromo yeroo amma irratti ibsa kenne kana caqasaa!
#Hiriirri nagaa godhamu akka hin jirre ETV Kunoo akkanatti nuuf #astalallafee jira. #woromoon barana hin danda’amneti dhiisa yaa warra Patiiriiiiriki…
Injifannoo addaa gootichi #WBO lixa oromoya qeellam wallagaa magaala DD irratti fudhateen hidhamtootni siyaasa mana hidhaa keessa bilisaan ba’uu danda’aniiru. Injifannoon kan WBO fi uummata oromoo hundaati.