ODMBeekan

ODMBeekan Anaaf Multimedia Incorporation (AM Inc.)

is a Massachusetts-based independent & nonprofit corporation, full-service digital media production focused on storytelling, education, digital technology & Community service to the Oromo diaspora and abroad.

04/01/2021

Oduu Cabsataa!
~
naannoosheeti namni nama dubbisuu dandeessan dafaa qaqqabaa. Nama manaa guuranii daguugaa jiru; lolattis guuraa jiru. Ibsaafi silkii balleessaniiru!

04/01/2021

Takka takka Jawar Mohammed f kan boonyu iyyuu mitiim. Utuu nuti dogoggorteetta jennee ishee qeeqnu harkasheen OPDOtti harka kennatte. Utuu hin hiikkadhu hinjenne ta'e har'a salphinni Oromoo dachaa 100 ture. Baqqalaan garuu nama gaddisiifti. Jawar faana buxunxur jettee bulxaaxxoftee faana bowwaa seente. Sanas Baqqalaatti himnee turre. Utuu...jedhe dooftor Zalaalem keenyatu🙆‍♀️

Hayyuu, Qaroo hojjeteefi fiigee hinquufne kana    tasa of biraa dhabuun qaawwaa qaawwaa caaluudha. Maatii, hiriyootasaaf...
04/01/2021

Hayyuu, Qaroo hojjeteefi fiigee hinquufne kana tasa of biraa dhabuun qaawwaa qaawwaa caaluudha. Maatii, hiriyootasaafi Oromoo hundaaf jajjabina😭

04/01/2021

የራሱን ህዝብ "ጠላት" ብሎ የሚጠራ እና ጨርሰው እንዲጠፉ ለመውጋት ባዳን ደቦ የሚለምን መሪ ምን ይባላል እስኪ ?🙈

04/01/2021

የ"ኢትዮጵያ አትፈርስም !" ፉከራ ለምረጡኝ ቅስቀሳ የተመረጠ የ2013 ምርጥ የሽንገላ ንግግር ቢሆን እንጂ ኢትዮጵያን አፈርሳለሁ ብሎ የሚመኝ ማንም ኢትዮጵያዊ ያለ አይመስለኝም።

04/01/2021

ሀገር ፈርሳለች እኮ‼
ወሎ ከሚሴ😢
የሞቱት ኦሮሞ ነን ስለምሉ ?
ቤት ውስጥ ሰው ተቃጥሏል የሞቱት ቁጥር ከ150 በላይ ነው ትምህርት ቤት ወድሟል የትምህርት መሳሪዎች ሙሉ በሙሉ ወድመዋል ጤና ተቋማት በተመሳሳይ ጋይተዋል 3 ቀበሌዎች ሙሉ በሙሉ ዶግ አመድ ሆኗል ፣ ከ80 ሺህ በላይ ሰው ተፈናቅሏል ሆኖም የኢትዮጵያ ሰባዊ መብት ኮሚሽን አይኔን ግንባር ያድርገው ብሏል ። ችግሩ እነዚህ ኦሮሞ ነን ማለታቸው ካልሆነ በቀር ከወለጋ የባሰ እልቂት ውድመት ተፈጽሟል ። መርጦ መቆርቆር ለጉዳዮች ምቹ ሁኔታ ከመፍጠር በቀር ለችግሩ መፍትሔ አይሆንም ።
Temesgen Gemechu

04/01/2021

Dubbichi Akkana Ture!

Lixa Oromiyaa Baabboo Gambeel

Kibxata darbe galgala 12:00 utuu hin ta'iin waraanni mootummaa karaa dabballoota isaanii uummata wal gahii akka bahan mana mana irra adeemanii itti himuu eegalan. Dubbichi namoota jiraattota biratti bitaa galaa ta'ee argame. Hunduu maal wal gahiin halkanii jechuun ofii isaaniitti hasaasuun guungummii eegalan. Bakki kun wallagga lixaa Aanaa Baabboo Gambeel naannoo Bonee jedhamuttidha. Bakki walgahiin kun itti waamame immoo bakka addaa Sadeqaa Abbaa Dumeessoo jedhamudha. Namoonni hedduunis doorsifamanii dirqiin akka bakka kanatti wal gahaniif karaa dabballootaa waan sodaachifamaniif namoonni humna qaban gara wal gahii kanaatti deemuuf dirqamaniru. Sa'atiin wal gahichaa sa'a 1:30dha. Namoonni miira sodaan guutaman muraasni nama 40 hin caalle bakka Sadeqaa Abbaa Duumessoo kanatti wal gahaniru. Akkuma bakka kanatti wal gahaniin dhukaasni kallattii afur irraan itti baname, duubaan manni jiraattotaa gubachuu eegale. inni humna qabu fiigee miliquuf yaale. Kan humna hin qabne bakkichuma dhaabbatee rasaasa keessummeessuu filate, daqiiqaa shan hin guunnetti reeffi namootaa lafa tuulame, inni carraan isaa isa hambise gara bosonaatti baqatee lubbuu isaa oolfate. Obbo Daggafan jiraataa aanaa Gambeel bakka itti haleellaan kun itti raawwatedha. Obbo Daggafeen haadha warraa isaa fi daa'imman afur waliin haleellaa kana irraa oolanii bosona naannoo Sadeqaa abbaa Dumessoo keessa jiru. Har'a ega bosonicha keessa jiraachuu eegalaniiti guyyoota 3 ta'a. Akka maanguddoon kun jedhanitti gara qe'ee kootti deebi'uuf wabii tokkollee hin qabu, yoon deebi'e qaamni kaleessa wal gahii nu waamee rasaasa nu affeere ammas naaf hin ciisu, achitti deebi'u irra bosonuma kana keessa jiraachuun filadha jechuun yaada isaanii ibsataniru. Warri mootummaa abbaa irree kun erga haleellaa kana raawwataniin booda warra madeessan qabatanii yeroo ammaa kana hospitaala magaalaa Najjootti argamu, suuraa fi viidiyoos waraabbataa jiru. Sababni isaas dokimantarii burjaajjessaa itti. hojjechuuf! Gochaa kana kan raawwachiise bulchaa aanaa Baabboo Gambeelii hoogganaa komaandi poostii magaalaa Najjooti. Waanuma fedheefuu dhugaan hin qalla'atti malee hin cittu. Kun hunduu maqa balleessii waraana bilisummaa oromootiif hinaaffaa Jaal Marroon miidiyaa Aljeezeeraa irratti dhiyaateef akka ta'ee fi dhiibbaa saba bicuu Amaara jettee of waamtuun kan shiramedha. Abiy Ahimadis waca warra Amaaraa fi duula isaan isa,irratti banan tasgabbeessuuf maqaa olaantummaa seeraa kabachiifna jedhuun jiraattota lixa oromiyaa duguguuf shira harki isaa bocee gadi lakkisedha. Yeroon isaan oromoota dhihaa jiilchuuf itti kutatanii kana amma. Isa yeroo kamuu caalaa maqaa ABO shanee jedhuun uummaticha jiilchuuf wixineen isaanii inni ammaa ulfaataafi gara dhabaadha. Kutaaleen oromiyaa hundi yeroon inni sagalee tokkon duula oromummaa irratti xiyyeeffate kana dura dhaabbatee falmatu amma. Abbaa irreef beellamni hin barbaachisu. Abiy Ahimed waraana Shaabiyaa fi humni addaa naannoo Amaaraa utuu hin hafiin guutummaa lixa oromiyaa keessa qubachiiseera. Ajjeechaan kan yeroo kamii caalaa jabaataa dhufuuti mala, oromoon wal irratti callisnee ilaaluuti hin qabnu. Bakka jirru kaanee falma hadhooftuu geggeessuun kan qe'ee keenya irratti nu ajjeesu ofirraa geggeessuuti qabna!!

Injifannoon Uummata Oromoof!

04/01/2021

Daguuggaa Sanyii yeroo ammaa kana Xoophiyaa keessaatti taasifamaa jiruuf Bilxiginnaan gaafatamyuudha. Aktiivistummaan Abiy Ahmed taasisaa jirus xumura argata.

04/01/2021

ፀሐይ የሞቀው ሀገር ያወቀው እውነት‼
"ኦነግ አማራን ጨፈጨፈ " በማለት ሲጮህ የተዋለበት ታሪክ እውነቱ ሲወጣና ሲጋለጥ ....

ምንጭ Oromia News Service
____________________________
ምእራብ ወለጋ ባቦ ገምቤል ቦቤ በተባለች መንደር የኢትዮጵያ መንግስት ሰራዊት በሰላማዊ የኦሮሞ ህዝብ ላይ በመተኮስ ከስልሳ በላይ ሰዎች የገደሉ ሲሆን ከሁለት መቶ በላይ ከብቶቻቸውን ጭምር በጥይት ጨፍጭፎ ገድሏል።

በትናንትናው እለት በ30/2021 በዚህች ቦቤ በተባለችው መንደር ላይ ባለ የኦሮሚያ ልዩ ሀይል ካምፕ ውስጥ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በመግባት እርምጃ በመውሰዱ እና ብዛት ያለው ሀይል ሰው ስለሞተባቸው በበቀል የአከባቢውን ሙሉ በሙሉ ኦሮሞ የሆኑ ነዋሪዎችን ከብቶቻቸውን ጭምር በጥይት ጨፍጭፈዋል።

በሚያሳዝን ሁኔታ የአማራ ክልል ሚድያ፣የኦሮሚያ ክልል መስተዳድርን ጨምሮ "ወለጋ ላይ ኦነግ አማራን ገደለ " በማለተ ኦህዴድም ጭምር በኦሮሞ ደም እየነገዱ ነው።
Henok Dejene

Hubachiisa!👂👁Waliif qoodaa!Mootummaan abbaa irree Abiyyi, akkuma dhaadachaa ture tarkaanfii duguuggaa sanyii uummata Oro...
04/01/2021

Hubachiisa!👂👁

Waliif qoodaa!

Mootummaan abbaa irree Abiyyi, akkuma dhaadachaa ture tarkaanfii duguuggaa sanyii uummata Oromoo irratti labse jira.

WBO balleessudhaaf wixinee “qurxummii balleessuuf garba gogsuu” jedhuun bosona gurguddoo Oromiyaa keessa jiran hunda gubaa jira. Kana malees, uummata Oromootu WBO soora ykn gargaara jechuudhaan Oromoo Lixaa, Giddugalaa, Kibbaa fi Kaabaa irratti lola qindaa’aa ifatti oofaa jira.

Duula kanaan dura gaggeeffamaa jiruun addatti labsiin waraanaa qindaawaa guyyaa har’aa Ebla 01, 2021 irraa eegalee hojii irra oola. Abiyyi har’a gadda ibsate otoo hin taane duula Oromoo irratti labse. Otoo gadda ibsachuu ta’ee, kaan haa hafuutii Oromoon Walloo aanaa Jiillee qofatti 67 ajjeefamee, 153 madaa’ee, 40,000 buqqa’eera. Kun gabaasa bulchaa aanaa jiilleti. Akka godinaatti kan ajjeefaman, kan madaa’an, kan buqqa’an ragaan qindaa’ee baha. Oromoon lammii Xoophaa mitiiree!

Kanaafuu, qaamni qabsoo bilisummaa uummata Oromoo hundi bakka jirutti gahee isaa irraa eeggamu gochuu qaba. Qeerroo fi qarreen, qonnaan bulaan, barataa fi barsiisaan, daldalaa fi hojjetaan, diyaasporaan hundi waan dandeessan hundaan duguuggaa sanyii uummata Oromoo irratti mootummaan nafxanyaa labse dura dhaabbadhaa!

IUOf
GID-WBO
01-04-2021

Gurbattiin   moo maal jettan kun maaliif akka kana   taatee? Kana booda isa gadi baatee miidiyaadhaan qurbaandoftu dhiis...
04/01/2021

Gurbattiin moo maal jettan kun maaliif akka kana taatee? Kana booda isa gadi baatee miidiyaadhaan qurbaandoftu dhiistee warra wannoon Bosona Oromiyaatti guuraa jiruuf Buna mallakkee lama akka danfisu itti himaa. Maal kun kun jamaa🤔. Maal.kun Bosona keessa taa'ees niklofaa? Nama akkanaatu gaafa bilisoomnu ana Bulchaa? Abadan, Abadan kun hinta'u! "Never, Ever.." jedhe Obbo Dachaasaan qotiyyoon qonnaa didee jennaan gamdal godhee qaleetu. Anis ..Never..Ever...afaan keenyatti "Abadan, Abadan..jechuudha.

04/01/2021

Dabballoota Bilxiginnaa argeen SIYAASA jibbe. Sobnishee haguma garaashee guddoodha. Ani siyaasa falmaa haqaan dheebodha. Falmii bilisaammoo buna mallakkee lama caalaan jaalladha. Garuu naman dhabe. Utaalloon Chaayinaas🙈🤺

04/01/2021

ETHIOPIA 2020 HUMAN RIGHTS REPORT
Country Reports on Human Rights Practices for 2020

United States Department of State • Bureau of Democracy, Human Rights and Labor

SOME PARAGRAPHS

“On January 19, a security official reportedly shot a 20-year-old man tending his store near Mugi, in western Oromia. On January 21, unidentified security officials rounded up five young men in a small town outside of Mugi, interrogated them in a private residence, and then shot and killed them, according to a local journalist.” (page 3)



“Significant human rights issues included: unlawful or arbitrary killings by security forces and private entities; forced disappearances by unnamed armed groups; torture and cases of cruel, inhuman, or degrading treatment or punishment by the government; harsh and life-threatening prison conditions; arbitrary arrest and detention; serious abuses in an internal conflict, including killing of civilians; serious restrictions on free expression, the press, and the internet, including harassment of journalists, and blocking of the internet and social media sites; interference with freedom of peaceful assembly and freedom of association; serious acts of corruption; lack of investigation of and accountability for violence against women; crimes involving violence or threats of violence targeting members of racial or ethnic minority groups; and existence or use of laws criminalizing same-sex sexual conduct.” (Page 2)



“Multiple international human rights groups produced reports regarding the violence after the killing of the singer and activist Hachalu Hundessa. These reports claimed that security forces targeted Oromo civilians; one report provided a video online illustrating the violence.” (page 21)

Address

Cambridge, MA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ODMBeekan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ODMBeekan:

Videos

Share

Anaaf Multimedia Incorporation (AM Inc.)

Anaaf Multimedia Incorporation (AM Inc.) is a Massachusetts based on independent & nonprofit corporation, full-service digital media production focused on storytelling, education, digital technology & Community service to the Oromo the largest and most populous people in east Africa and diaspora Oromo. AM shall be operated exclusively for educational, scientific, and charitable purposes within the meaning of Section 501 (c)(3) of the Internal Revenue Code of 1986, or the corresponding section of any future Federal tax code. AM envisioned the future to foster a new era across all nations and nationalities to bring eternal peace, rule of law, equality, solidarity, and development. Implementing these theoretical novel ideas into practice will demand enormous knowledge, energy, time, and economical capacity to challenge all hurdles.