Leellisaa ziyaad

Leellisaa ziyaad Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Leellisaa ziyaad, Digital creator, Kisasi, Kampala.

07/05/2024

Milkaa’inni bu’aa amaleeffannaa guyyaa guyyaati malee jijjiirama jireenya keessatti al tokko qofa dhufu miti.
Nagaatti naa jiraadha

Leellisaa ziyaad follow
07/05/2024

Leellisaa ziyaad follow

03/05/2024
Baga Guyyaa Dafqaan bultootaatiinIsin gahe jettaanii Bida,aa hin HojjitinaaMu :uminni yaroo hundaDafqaan bulaa yaroo hun...
01/05/2024

Baga Guyyaa
Dafqaan bultootaatiin
Isin gahe jettaanii
Bida,aa hin Hojjitinaa
Mu :uminni yaroo hunda
Dafqaan bulaa yaroo hunda
Itti gammada guyyaa tokko
Qofaa miti!
Rasuulli Namni tokko
Nyaata bareeda hin nyaanne
Waan Dafqa isaatiin hojjete
Nyaatu Caalaa jedhanii
صلى الله عليه ويلم

my Sister
30/04/2024

my Sister

Biyya Ameerikaa Kaabatti Guyyaa Arraa Aduun Guyyaa Adiidhaan Haala kanaan kusuuftee tamsaasni NASA Agarsiise. Yaa Rabbi ...
08/04/2024

Biyya Ameerikaa Kaabatti Guyyaa Arraa Aduun Guyyaa Adiidhaan Haala kanaan kusuuftee tamsaasni NASA Agarsiise. Yaa Rabbi Dallansuu tee jalaa Najaa Nubaasi.

Ammmiiin Ammmiiin
08/04/2024

Ammmiiin Ammmiiin

Yoo Maqaan keenya galmee warra jahannam keessa jiraate: yaa rahmaan achirraa nu kasii rahamata keetiin sitti waywaanne!
02/04/2024

Yoo Maqaan keenya galmee warra jahannam keessa jiraate: yaa rahmaan achirraa nu kasii rahamata keetiin sitti waywaanne!

follow naa godhaa
01/04/2024

follow naa godhaa

Address

Kisasi
Kampala

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Leellisaa ziyaad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share