21/03/2021
Beeksisa fuudha dhabeeyyii
"""""""""""""""""""""""""""""""
worroonni fuudhuu osoo feetan humna mallaqaatiif dadhabdanii taa'aa jirtan hundi
paartii keenna bira rakkoon hin jiru isinummaa pp filadhaa malee an saba kiyyaaf jira jetti saalihaan
maarree dargaggoon oromoo carraa isii argachuu kanatti gammadaa dabaree keessan qabattanii akka gurmootaniin dhaamsa keenna
share wolii godhaatii qeerroo keenna worra fuudha barbaaduun ga'aa
carraa gaarii $