Mucaa Arsii Warra Jajuu Lijj Paje

Mucaa Arsii Warra Jajuu Lijj Paje Aadaa Duudhaa Osoo Hin Cabsinee
Osoo Hin Dabsinee Dhugaan Dhamaan
Sabaaf Qabsoofnaβ€πŸ’šβ€πŸ’ͺπŸ’ͺβœŠβœŠπŸ’žπŸŒΊπŸ’”

31/12/2022
14/09/2022

Jira Jachumafi

01/08/2022
Baalee bahaa keessa nyaataa qofaa mitii, bishaan dhugaati  hin jiru.Ani iddoo sanittin dhaladhee guddadhe. Iddoon ani it...
01/08/2022

Baalee bahaa keessa nyaataa qofaa mitii, bishaan dhugaati hin jiru.

Ani iddoo sanittin dhaladhee guddadhe. Iddoon ani itti guddadhe maqaaf magaalaadha; garuu bara dhufaa darbaa ummanni naannoo keenyaa ni dheebota; ni beelawa. wanti nama ajaa'ibu Aanota saddeetii fi gandoota jiran hedduu san keessaa Aanaan bishaan dhugaatii qulqulluu qabu tokko hin jiru. miidhama kana qaamni mootummaa keessaa bahee guyyaa tokko dubbate hinjiru. qaamni guyyaa tokko ummanni kun bishaan dhugu barbaada jedhee, bishaan dhaabeef hin argine.

Har'a immoo dubbiin daran jabaattee ummanni keenya beelaaf dheebuun dhumaa jira.
Qaamni mootummaa achi jiru kana dhiisee waan biraa haasa'a. Beelayuun, dheebotuun, buqqa'uun fi hiyyoomuun ummata keenyaa isaan hin yaachisu. nutis rabbii fi Ummata Oromoo malee mootummaa hin abdannu inni nuuf diina. Osoo nu beelofnuu isaan keekii ofii nyaataa ilmaan ofiis nyaachisaa taphatu. Kuni seenaadha. Barreessinee lafa keenya.

Hayii Bara San!2020β€πŸ’šβ€Bulbulaa!Ykn Boolloo!
29/07/2022

Hayii Bara San!2020β€πŸ’šβ€Bulbulaa!Ykn Boollo
o!

24/07/2022

Deebine Ugguraa Sa'aati 24Booda

25/06/2022

Nama Sijibbu Biratti Mucucaachurraa Nama Sijaalatu Biratti Kufuu Wayyaaβ€πŸ’šβ€πŸ™πŸ™

😭😭😭😭😭
22/05/2022

😭😭😭😭😭

Baga Rabbiin Sibaase Lubbu Diinni Haccee Galaafate Kanas itti Aggaamu Yesterday 😭😭
22/05/2022

Baga Rabbiin Sibaase Lubbu Diinni Haccee Galaafate Kanas itti Aggaamu Yesterday 😭😭

17/05/2022

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Bahaa Cibraan Elemoo Qilxuu Godina Harargee Bahaa fi Lixaa keessa socho'u sochii taasisaa jiruun yeroo garaagaraatti injifannoo galmeessaa jiraachuu ibse.

Ajajaan WBO Zoonii Bahaa Hambisaa Seenaa OMN'tti akka himetti tarkaanfiin waraanichi waraana mootummaa irratti fudhataa jiru cimee itti fufee jira.

Ajajaan WBO Zoonii Bahaa Hambisaa Seenaa sochii isaan taasisaa jiran keessatti tumsi hawaasa naannichaan godhamaafii jiru cimaa ta'uu hime.

Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://tinyurl.com/5n7wa5sb

Hamboooooo'aaaaaaaaaLammacha Koo!πŸ™ˆπŸ™ˆπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜Shimallis Abdiisaa!πŸ™†πŸ™†πŸ™†
17/05/2022

Hamboooooo'aaaaaaaaa
Lammacha Koo!πŸ™ˆπŸ™ˆπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜
Shimallis Abdiisaa!πŸ™†πŸ™†πŸ™†

Dhaloota Qubee Fkn isiniif Haa Tahuu Girrisaa Koo!πŸ’πŸ’–πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ™Fbk Kun Waan Share hin Qabneef Kanaan share Like!!Godhaa ijoollee...
17/05/2022

Dhaloota Qubee Fkn isiniif Haa Tahuu Girrisaa Koo!πŸ’πŸ’–πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ™Fbk Kun Waan Share hin Qabneef Kanaan share Like!!Godhaa ijoollee page Follow!

17/05/2022

Good morning all Baga Nagayaan Bultan!🍞🍷🍷🍷🌭🌭

14/05/2022
12/05/2022

Google Translation
Afaan Oromoo β€πŸ’šβ€

Share godhaa

πŸ™ˆπŸ™ˆπŸ™ˆπŸ™ŠπŸ™Š
09/05/2022

πŸ™ˆπŸ™ˆπŸ™ˆπŸ™ŠπŸ™Š

Address

Khadarah

Telephone

+967738796211

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mucaa Arsii Warra Jajuu Lijj Paje posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category


Other TV Channels in Khadarah

Show All