Falmataa Shawaa

Falmataa  Shawaa Oromummaan haa daraaruu
Qeerroon abban biyyaa haa waaru
oromiyaan haa dursituu
❤💚❤ king of Oromia

Bulchaan aanna darraa seeratti nuuf haa dhihaatu  sana ta'u didaan rakkoo booda dhufuf Qeerroon itti hin gaafatamu   see...
21/04/2024

Bulchaan aanna darraa seeratti nuuf haa dhihaatu sana ta'u didaan rakkoo booda dhufuf Qeerroon itti hin gaafatamu seerriis hin jiruun beekna

faannoo nurratti leenjisa uummata keenya ficisiisaa garii ofii fixaaa jira
P

18/04/2024

✊💪💪 #

06/08/2023

I have reached 200 followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. 🙏🤗🎉

Dandiin keenya nuuf bana Dandiin ykn riqichi laga jamaa Shawaa kaaba Aanna darraa abootee irraan qaxxaamuree gara Finfin...
14/05/2023

Dandiin keenya nuuf bana

Dandiin ykn riqichi laga jamaa Shawaa kaaba Aanna darraa abootee irraan qaxxaamuree gara Finfinneetti nama geessu shiftoota finxaaleyyii Amarattiin cufame jira

Jarri seera kabachiisna jedhan essa gahaan
Bulchaan Aannaa darraa hoo maliif callisa

Uummatni keenya rakkacha jira
Dandii keenya nuuf bana

Dandiin kun duraniis asbaalti malee ganna dhoqqeen bona Awwaran uummatni rakkachaa ture

  Yaa Oromoo Addara  tokkummaa  waal  hin  ciccirina
28/01/2022

Yaa Oromoo
Addara tokkummaa waal hin ciccirina


  Qeerroof  qaare  tokkummaa Jabeessa  tokkummaan  keenya  Waan  hunda  mohaBilisummaa hawwiin Wbo  jabeessa
24/01/2022


Qeerroof qaare tokkummaa
Jabeessa tokkummaan keenya
Waan hunda moha
Bilisummaa hawwiin

Wbo jabeessa

19/01/2022

Teeche hin gubatiin sosso’ii bakka teeche

Qeerroo  jirtu ..........Eenyuu  ture  hayyuun nutti Jimmaa lafa male nama  hin  qabnu jedhe sun dhugaan  lencaa  inni  ...
18/01/2022

Qeerroo jirtu ..........

Eenyuu ture hayyuun nutti Jimmaa lafa male nama hin qabnu jedhe sun dhugaan lencaa inni sun wanta si aja'ibuu biyyi abba Jifaar alaabaa minilikiin uwwifame jira dhuga dha Qeerroon dhuga akka jirtaan nan beeka garu
Waan gootan walaltaniis hanga kana hunda moo maloo du'uuttu irra caalaa kun salphina
Oromon jimma birmachuu qaba Wallaggaa irratti nu mormu Finfinneen kan Oromoo mitii jedhu shawaan kan oromo mitii jedhu walloon kan oromo miti jedhu anii kan na ajaa'ibuu osoo kana hunda keessanii fudhadha jettenii boru oromiyaan hundii tenyaa jedhu dhugaa siin jedha lafti keenya
Lafee keenya hangaa lubbuun jiru wan gootonni keenya kaleessa irratti wareegaman
Nutiis achuma jirra

qabdi


Falmataa sanyii taade birruu

Diini jabaa keenya  tuffati  garuJabaa ofii  abbatu  jabeeffataa Falmataa sanyii taade
17/01/2022

Diini jabaa keenya tuffati garu
Jabaa ofii abbatu jabeeffataa

Falmataa sanyii taade

KA'II HIN KAATA........Oromon dammaqe yeroon ka'uuAmma  Mee  na dhagefadhu Warabessa kalee darbe  sareen har’a  duti jed...
16/01/2022

KA'II HIN KAATA........

Oromon dammaqe yeroon ka'uu
Amma Mee na dhagefadhu
Warabessa kalee darbe sareen har’a duti jedhe
Oromoon nuti dammaqnee bakka rafnee kana ka’uu qabna osoo diini biyya kee si saama jiru
Osoo sabaa kee ajjeesuu bara dhufa darba hinuma boonya diina jala tenye hinta’u ka'ii
Qeerroof qaare sabaa kee Wallaggaa Walloo fi Shawaaf birmachuu qabdaan
jabeessa

  Falli biyyaa  xopha tana  qawwee  qofa  Oromoo Hidhadhaa  sirna empayera  xopha  jala  hin bullu yoo  jettee  qawwee  ...
11/01/2022


Falli biyyaa xopha tana qawwee qofa Oromoo
Hidhadhaa sirna empayera xopha jala hin bullu yoo jettee qawwee hidhadhuu lolii

Oromo wanti yeroo amma kana isa baasu
Qawwee dha jabeessa

Falmataa sanyii taade

11/01/2022
11/01/2022

Oromoo waa’een Shawaa kaaba kun maali mallisaa
Wallaggiis akkasii walloonis akkasii
Amma Shawaa jira Mee maali mallisaa
Shawaan kaaba aannan darraa dirooni nama
Malee-yyiin dhan dhahama jira garu nama nuuf
Dubbatu tokko hin agarre

Oromoo Tulamaati ha birmannu Sabatu sabaaf birmata Oromoo nuuf birmadhaa

03/01/2022
09/12/2021

JIrtuu

Fulduraatti  Qeerroo   fi   qare Abo fi WBO -KFO gara fulduraatti Jajjabee
10/11/2021

Fulduraatti Qeerroo fi qare
Abo fi WBO -KFO gara fulduraatti
Jajjabee

Yes Wbo  and  Qeerroo Jirtuu
24/10/2021

Yes
Wbo and Qeerroo
Jirtuu

Qeerroo  jirtu  ka'i ga  maliif  teecha  buqqisii Gabroomfataa  kan   jawaar  hidhe  eenyufaa Tola  garaa laafaa  jette ...
23/10/2021

Qeerroo jirtu ka'i ga maliif teecha buqqisii
Gabroomfataa kan jawaar hidhe eenyufaa
Tola garaa laafaa jette yadaa

Olola fettan Oofa nuti sini hin dhageenyu
Hanga falmatoota kenyaa hiikkitanitti

Qeerroo guddisa jaawe maliif callifnee
Osoo gootota kenya hidhaatti dararanu

Ka'i hin kaana barin dhihaate jirra

21/10/2021

Akkam bultan❤💚❤

20/10/2021

Jaawe😢😢😢😢

midiyaan kun  seeratti  nuuf  dhihaachuu  qaba Yeroo  nafxanyaan miidhaan  uummata  gubban irra  kayani suuraa  kaasuu  ...
16/10/2021

midiyaan kun seeratti nuuf dhihaachuu qaba
Yeroo nafxanyaan miidhaan uummata gubban irra kayani suuraa kaasuu maal jechuudha

WBOn  sii  dhufaa jira💪💪💪💪✅
16/10/2021

WBOn sii dhufaa jira💪💪💪💪✅

Address

Dammam
Jeddah

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Falmataa Shawaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share