Hawii Oromo post

Hawii  Oromo post Welcome to the Official You tube Channel oromo pos
Prouducing Music Video, Organizing Event & OROMIYAA LABIRATION FRONT

28/12/2024

ce'uuf as hin dhufne, hojiin sunis jalqaba irratti kan keessan hin turre yaa ummat baga gammaddan

25/12/2024

Bilbilli hiriyaa keetii bilbilamee inni ba'uu argitaa?

25/12/2024

Bilbilli hiriyaa keetii bilbilamee inni ba'uu argitaa?
Maal gota?

25/12/2024

Dubbadhuu ? Hin dubbadhu
Caldhisuu ? Hincaldhisu
Jedhaa ofiin mormaa dubbii garatti baataa
Erga ofiin haasawaa turee barri qaata.

Garuu,,
Dhaabbadhee yoo laalu gamanaa fi gama
Wonti dubbatamuu qabu kumaatama.

Abbaan fedhe
Waan fedhe ,,
Akka hubatetti laalee yoo hubate
Akka isaa galetti kaasee yoo dubbate,,
Of gad qabee rakkoo fura malee gamni
Maaf dubbaatteef argaa wol hin dheessu namni.

Yaanni gariin kaasu hammaatus gariidhaa
Kan nu hundaa baasu malaafi mariidha.

Maaf jedhan jechuurra waan jedhan ilaalii
Maal fidan jechuurra waan badu madaalii
Waan bade qajeelchii badii oolchuu yaali.

Balbala cufannee yoo wol wolcufne garuu
Saba irratti kufa balaafi ba'aan maruu.

Gamanaa gamasii ibiddi darbinu
Hanga hiyyeessa gube hin beeknu hin arginu.

Yoo garaa isin nyaate imimmaan hiyyeessaa
Balaa isin jidduu mariin qabbaneessaa.

Dubbii dhiisiin qofti,,
Dubbii dheessuun qofti,, furmaata hin fidu
Dubbii dubbiin furu dubbii dubbiin didu.

Qeeqa jibbuu irra dubbataan hammaattee
Qaawwa san cuqqaali yoo qalbii qabaatte.

23/12/2024

Rakkoo Deesse Ammallee Ulfa jedhan 🤔🥹

23/12/2024

12 Reasons Why Reading Books Should Be Part of Your Life:1. Knowledge Highway: Books offer a vast reservoir of knowledge...
09/08/2024

12 Reasons Why Reading Books Should Be Part of Your Life:
1. Knowledge Highway: Books offer a vast reservoir of knowledge on virtually any topic imaginable. Dive deep into history, science, philosophy, or explore new hobbies and interests.
2. Enhanced Vocabulary: Regular reading exposes you to a wider range of vocabulary, improving your communication skills and comprehension.
3. Memory Boost: Studies suggest that reading can help sharpen your memory and cognitive function, keeping your mind active and engaged.
4. Stress Reduction: Curling up with a good book can be a form of mental escape, offering a temporary reprieve from daily anxieties and a chance to unwind.
5. Improved Focus and Concentration: In today's fast-paced world filled with distractions, reading strengthens your ability to focus and concentrate for extended periods.
6. Empathy and Perspective: Stepping into the shoes of fictional characters allows you to develop empathy and gain a deeper understanding of different perspectives.
7. Enhanced Creativity: Reading exposes you to new ideas and thought processes, potentially sparking your own creativity and problem-solving skills.
8. Stronger Writing Skills: Immersing yourself in well-written prose can improve your writing style, sentence structure, and overall communication clarity.
9. Improved Sleep Quality: Swap screen time for a book before bed. The calming nature of reading can help you relax and unwind, promoting better sleep quality.

A great app that lets you know whereabouts of people just by entering a phone number, especially a solution to track chi...
09/08/2024

A great app that lets you know whereabouts of people just by entering a phone number, especially a solution to track children and family members when they are away from us.

About to download the app
👇👇👇
https://bit.ly/4bgEOOP

:
:
:





















09/08/2024

07/06/2024

Yyy

29/04/2024

Robaa 5

💋💋
25/04/2024

💋💋

Address

Candabong
Bohol

Telephone

+251926384738

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hawii Oromo post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share