3G Yooyyaa Ordoftootaa Page 3G Nagennii isaani Badhadhaa Babaroroo fafayyaa –Booranaa. Waliin Haa hojjanutii

04/03/2023
01/03/2023

የበረሀው መርከቡ ፅኑው፣ ጥምና ረሀብ ቻዩው እና ብርቱው ግመል በቦረና እንዲህ ከተጎሳቀለ የሰው ልጅ እጣፈንታ ምን እንደሚሆን አስቡት::ቦረናን እንርዳ 🙏
ኢትዮዽያ ንግድ ባንክ
1000529786593
ከኢትዮዽያ ውጪ ላላችሁ
https://gofund.me/e4461d6e

01/03/2023
Alchiisoo Pastoralist Up (APU)
28/02/2023

Alchiisoo Pastoralist Up (APU)

Maallaqii qarqaarsaa aga ammaa herrega baankii Alchiisoo Pastoralist Up (APU) Irratti gale qarshii 11,550,024.00 (Miiliyoona Kudhanii Tokko fi Kuma Dhibba Shan fi Kuma Shantama fi Digdamii Afur)

Horaa Bulaa Deebanaa!

28/02/2023

28/02/2023
Baga Gammadde
27/02/2023

Baga Gammadde

AAYF 2023 COORDINATOR
Congratulations

We are glad to introduce one of the AAYF 2023 global coordinators, Mr. Jatani Bonaya best participant of AAYF 2022.
Apply Now
https://africasiayouthforum.org/register/

08/02/2023
01/02/2023

Jirennii ABBOO Waaqaa

20/08/2022
19/08/2022

waan waliin gaafate dhabee hin beeku - dhufneerra - fi qofatu nu dursaa jira - xumuramuuf sa'aatii 22tu hafe

Dhaabbatni kun Afaan hojii dabaluu barbaadee gaafachaa jira, akka dabalu dhiibbaa goona,

1) Link asiin gadii banaa
2) Others filadhaa,
3) jalatti Afaan Oromoo jedhaa barreessaa, isa nuti barreesine godhaa - Link asii gadii faana bu'aa seenaa, namootni account hin qabne haaraa banadhaa...
fillnnoo kun guyyaa 1 hafe... waliif godhaa

https://www.linkedin.com/posts/usaid_poll-usaid-partners-speak-many-different-activity-6963884176336941056-GSMx

23/07/2022
20/06/2022

𝗕𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗼𝗳 𝘁𝘂𝘂𝗹𝘂𝘂𝗻 𝗷𝗶𝗿𝘂 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗮 𝗯𝗮𝗱𝗶𝗶𝘀𝗮𝘁𝘂 𝗷𝗶𝗿𝗮. 𝗢𝗳 𝘁𝘂𝘂𝗹𝘂𝘂𝗻 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗮 𝘄𝗮𝗹-𝗱𝗵𝗮𝗯𝗱𝗲𝗲𝗱𝗵𝗮𝗮𝗳 𝗯𝗮𝗹𝗯𝗮𝗹𝗮 𝘄𝗮𝗮𝗻 𝗯𝗮𝗻𝘂𝘂𝗳 𝗴𝗮𝗱 𝗼𝗳 𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶𝘀𝘁𝗲𝗲 𝘆𝗼𝗼 𝗱𝗲𝗱𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶𝘁𝗲𝗲 𝗺𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗻𝗮𝗴𝗮𝗮 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝘀𝗶𝘁𝘁𝗶 𝘂𝗹𝗳𝗮𝗮𝘁𝗮 ” 𝗝𝗼𝘆𝗰𝗲 𝗠𝗲𝘆𝗲𝗿"

14/06/2022
JECHOOTA GAMNAA:HUNDI YEROO ISATTI TAHA !!Al tokko tokko yeroo kan yaadde yaaltee siif milkaa'uu didu ni rakkatta,ni cin...
13/06/2022

JECHOOTA GAMNAA:
HUNDI YEROO ISATTI TAHA !!

Al tokko tokko yeroo kan yaadde yaaltee siif milkaa'uu didu ni rakkatta,ni cinqamta,
ni yaaddofta,wanti hundi si harkaa bitaacha'ee eega har'allee naaf hin dabrin(darbin) yoomillee naaf hin dabartu(darbu) jettee abdii kutatta.Yaalii keetiis ni dhaabda.
Mee firii muka asii gadii kana ilaali:muka tokko irra,damee tokko irraa fi qaccee tokko irratti rarraafamanii osoo jiran yeroo garaagaraatti bilchaatu.kana jechuun firiin inni hin bilchaatin sun osoo hin bilchaatin hafa jechuu osoo hin taane yeroo isaa eeggatee bilchaata jechuudha.Keetis kanuma.Yeroo isaatu hin gahin malee siif darbuun hin oolu.kanaaf abdii hin kutaatin yaalii keetis hin dhaabin.

NAMA TA'UU!!!!

Namicha imaltuu tokkotu gaaftokko gatii geejjibaa qusachuuf murteeffate. Innis dooniyaa keessa seenuudhaan akka meeshaatti fe'amuu barbaade. Kanaaf mucaa isaatiin "Ani akka meeshattin dooniyaa kana keessa seenee ciisa, atimmoo meeshaadha jedhitii irra keessatti na feesisi."jedheni. Mucaan isaas gorsa abbaa isaa fudhatee akka jedhan godhani. Gatiin geejjiba nama tokkoo qarshii 10 ture. Mucaan isaas kan isaa erga kanfalatee booda " Meeshaa dooniyaa keessa jiru kana immoo meeqaan naaf feeta?" Jedheen." Gatii baasuufi buusuu waliin qarshii 30 " jedheen gagaaraan konkolachisaa.
Mucaan waan godhuufi waan jedhu waan dhabeef xiqqoo callisee "Lakki naaf hin ta'u" jedhe . Konkolachisaan muddamsa irra waan jiruuf osoo isaan waaliif hin dhiisee deeme. Imaltichis erga konkolaataan deeme dooniyaa keessaa bahe"Ilmakoo meeshaa ta'u u irra nama ta'uu wayya"jedhen jedhama.

Eeyeen meeshaa ta'uu irra nama ta'uu wayya!!
Eeyee nama ta'anii dhalatanni meeshaa ta'anii jiraachuun:Dhaloota gatii hin malle kaffalchiisa;egeree dhalootaaf gufuu ta'a.
Atis murteeffadhu gaтιι naмarraa вarвaadaмυ ĸanғalanιι( вaaѕaanιι) ѕodaaғ мeeѕнaa тa'υυ ιrra gaтιι naмarraa вarвaadaмυ ĸanғalanιι(вaaѕaanιι) naмa тa'υυ wayya.
Atiis gatii sirra barbaadamu baasii nama ta'iin dhamsa kooti.

Eeyyeen Nama ta'i!!

Garee Booranaa liibaan join tolchuudhaan Waliin has guddisnuttihttps://t.me/BooranaaLiibaan
11/06/2022

Garee Booranaa liibaan join tolchuudhaan Waliin has guddisnutti

https://t.me/BooranaaLiibaan

Gosummaa jibbine malee Gosa teenna hinjibbinu.

11/06/2022

Dursii Namoonni yaadakeetti akka gammadan godhi

13/05/2022

Baga moote!

Biyyoota 184 irraa narsoota 24,000 caalantu dorgomicharratti irratti hirmaate. Kan mo’atte garuu qaxalee intala Oromoo jedhamtu dha!
**
- Biyya Keeniyaa, kutaa Marsabiititti dhalattee guddatte
- Naannooshee keessaa barattee digriidhaan kan eebbifamte kan jalqabaa ishee turte
- Erga eebbifamtee hojii eegaltee booda uummata naannoosheef mana barnootaa ijaarte
- Mana barnootaa sanatti ganama ijoollee, waaree booda immoo manguddootatu itti barata
- Dhaabbata “Qabale Duba Foundation” jedhamu hundeessitee shamarran akka barataniif dhiibbaa guddaa goote. Miidhaan dubartootarra ga’u akka dhaabbatu, mirgi dubartootaa akka kabajamu hojii guddaa hojjette
- Kana dura dorgommii miidhaginaa “Miss Kenya Peace and Investment” jedhamu mo’attee turte
- Bara 2020tti dubartoota Afrikaarraa dhiibbaa uuman jedhaman 100 keessaa tokko turte

Aannaan dorgommii “Aster Guardians Global Nursing Award” jedhamu kan bara kana yeroo jalqabaaf geggeeffamerratti dorgomtoota 24,000 keessaa 1ffaa ta’uudhaan badhaasa shilingii Keeniyaa miliyoona 29 (Doolara $250,000) argattee jirti

Yoo cimte, yoo jabaatte bakka hin geenye hin qabdu. Jireenya keerraa abdii hin kutiin!

15/01/2022
15/01/2022

#መላው እውነተኛ ክርስትያን የሆናችሁ #በቦረና ለተከሰተው #ድርቅ በፀሎት አስቡበት.......

25/11/2021

Ralf Rangnick is set to be appointed interim manager of Manchester United.

Thoughts?

19/10/2021

Carraa biraa argachuu dhabuun waan jiruuf, akka wal jaallannu walitti himuun barbaachisaadha!

Adres

Nagele

Telefoon

+34926459509

Website

Meldingen

Wees de eerste die het weet en laat ons u een e-mail sturen wanneer 3G nieuws en promoties plaatst. Uw e-mailadres wordt niet voor andere doeleinden gebruikt en u kunt zich op elk gewenst moment afmelden.

Contact

Stuur een bericht naar 3G:

Video's

Delen


Andere Nagele mediabedrijven

Alles Zien