07/12/2022
Namni Muslimaa Gaddaa fi Naasuu akkuma Shari’aan jettetti ibsata إنا لله وإنا إليه راجعون Dursinee, Warra miidhamaniif Rabbi haa dirmatu dhumaatiin Ummatarraa haa dhaabbatuudha Allaharra khadhataa.. ammoo wanni beekhuu qabu Namni Muslimaa
Shamadhann Gadda Ibsatuun, Munkara، bida’aa guddadha amantarraa hubannaa dhabuudha, Diinaa Rabbii jijjiirudha Rabbiin Istiqaamaa Nuuf haa khennu.hoggaa gadda yookhaan Dhumaati, Hammeenyaa, Balaa fedhes tahu, yoo dhagahan Profile gurraacheesuu fi Shaamaa qabsiisuun Manatti tahus Walgahitti tahus Medirrati, FB fi peejiis ida’ateeBakkauma fedhettis, haa tahuu Sun Kharaa Warrra Muslima hin tahiniiti, Nabiyyiin ammoo akkana Nuun je’e kharaa Warra Isin dura dabree deemuuf taa’a Ummani khiyya taakkuu fi dhuumdhumaan, Osoo Isaan Boolla Wakkallee
seenanilleedhaa Wajiin Seenan, smmoo Nama jaalachiisuf Shari’aa Rabbii Dabsuun akka malee arrabfamtuudha Hadiisni yoonif Nuuf himu.
عَنْ عَائِشَةَ رضي الله عنها قَالَتْ : قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : ( مَنِ الْتَمَسَ رِضَى اللَّهِ بِسَخَطِ النَّاسِ ، رَضِيَ الله عَنْهُ ، وَأَرْضَى النَّاسَ عَنْهُ ، وَمَنِ الْتَمَسَ رِضَا النَّاسِ بِسَخَطِ اللَّهِ ، سَخَطَ اللَّهُ عَلَيْهِ ، وَأَسْخَطَ عليه الناس ) رواه ابن حبان "الإحسان في تقريب صحيح ابن حبان"وقد صحح الإمام البخاري والألباني هذا الحديث،
ويقول النبي صلى الله عليه وسلم ((لَتَتَّبِعُنَّ سَنَنَ مَنْ قَبْلَكُم شِبْرًا بشبْر،
وذراعًا بذراع، حتى لو دخلوا جحر ضب لدخلتموه.
ويقول العلماء اشعال الشموع عند سماع المصيبة او الحزن منكر عظيم وبدعة وجهل عظيم من دين الله وارضاء للناس بما يسخط الله كما في الحديث،. يقول الشيخ عثيمين ،، لا يرد على المنكر المعلن الا
علنا.