Suuraa Koo

Suuraa Koo Suuradhan Naannoo Keenna fi Sagantaalee Adda Adda Oromiyaa Keessattif Nu Filadha. Freeze the Moment!

BAARAKALLAHU LAKUMA WAJAMA'A BEYNA KUMA BILKEYR Sa'ad Aliyyi Muhmmad Baale 🥰🥰😍
22/12/2024

BAARAKALLAHU LAKUMA WAJAMA'A BEYNA KUMA BILKEYR
Sa'ad Aliyyi Muhmmad Baale
🥰🥰😍

Oolmaa Guyyaa Eebba Giddu Gala Leenjii Aadaa Fi Aartii Shanan Odaa Marsaa 2ffaa 📸 Suuraa Koo
27/11/2024

Oolmaa Guyyaa Eebba Giddu Gala Leenjii Aadaa Fi Aartii Shanan Odaa Marsaa 2ffaa 📸 Suuraa Koo

Bor yoo oolle iftaani Wal argaan Galma Abbaa Gadaa Roobee Ha ta'u.
22/11/2024

Bor yoo oolle iftaani
Wal argaan Galma Abbaa Gadaa Roobee Ha ta'u.

SIRNA EEBBA KITAABA HAROO IMIMMANI KAN MILKII A\JABBAARIIN BARRAAHE GUYYA HARDHAA IDDOO KESSUMMONNI KABAJAAFI ABBOOTIIN ...
20/10/2024

SIRNA EEBBA KITAABA HAROO IMIMMANI KAN MILKII A\JABBAARIIN BARRAAHE GUYYA HARDHAA IDDOO KESSUMMONNI KABAJAAFI ABBOOTIIN AMANTA AKKASUMSA HAADHOLEE SIINQEE ARGAMANITTII AKKASUMAS HAWAASA BALDHAAN MAGAALAA ROOBEE ARGAMANITTI GALMA KOLLEEJJI BARNOOTA BARSIISOTA ROOBEETTI HAALA MIDHAGAADHAAN EEBBIFAME OOLE JIRA.
📸Suuraa Koo
SUUR SAGALEE BAREEDADHAAF FILANNON KEESSAN SUURA KOO.

Sagantaan Eebba Kitaabicha Guyyaa Borii Galma Kollejji Barsiisota Roobeetti Wal argaan Sa'aati 6:30 Haa Ta'u Achumatti.
19/10/2024

Sagantaan Eebba Kitaabicha Guyyaa Borii Galma Kollejji Barsiisota Roobeetti Wal argaan Sa'aati 6:30 Haa Ta'u Achumatti.

SUURA BABBAREEDAAF😍🥰 BILBILA KANAN NU ARGATTAN ISIN HIN TARIN  KOO ☎️0987057345\0942107507☎️📌IDDOON YUNIYEENI SIKKO MAND...
16/10/2024

SUURA BABBAREEDAAF😍🥰
BILBILA KANAN NU ARGATTAN ISIN HIN TARIN
KOO ☎️0987057345\0942107507☎️
📌IDDOON YUNIYEENI SIKKO MANDOO
DARBI 3FFA IRRA LAKK BALBALA 1📌

Dilbata Sa'aati 6:30 irraa jalqabe Sirna Eebba Kitaaba Haroo Imimaanitu Taasifama Hafuun Aad-malee.
15/10/2024

Dilbata Sa'aati 6:30 irraa jalqabe Sirna Eebba Kitaaba Haroo Imimaanitu Taasifama Hafuun Aad-malee.

Mirgi Barreessaa seeraan eegamaadha. Kitaabni Haroo Imimaani Jedhu. Barresitu Milkii A/jabbarin Barrahee Dilbata Gaafa 1...
14/10/2024

Mirgi Barreessaa seeraan eegamaadha. Kitaabni Haroo Imimaani Jedhu. Barresitu Milkii A/jabbarin Barrahee Dilbata Gaafa 10-02-2017 Galma Koollejji Barsiisoota Roobeetti Iddoo Keessumoonni guguddoon itti argamanitti ni taasifama irraa hin hafinaan hundi keessanu afferamtani jirtu.

Guyyaan borii Irraa HIn Hafina!
11/10/2024

Guyyaan borii Irraa HIn Hafina!

irraa hin hafina! Sanbata As Deemu Kana Guyyaan Eebba Wal Argaan Galma Yuuniyeenii Sikkoo Mandootti.
10/10/2024

irraa hin hafina! Sanbata As Deemu Kana Guyyaan Eebba Wal Argaan Galma Yuuniyeenii Sikkoo Mandootti.

irraa hin hafina! Sanbata As Deemu Kana 02/02/2017 Wal Argaan Galma Yuuniyeenii Sikkoo Mandootti.
09/10/2024

irraa hin hafina! Sanbata As Deemu Kana 02/02/2017 Wal Argaan Galma Yuuniyeenii Sikkoo Mandootti.

Aadaas Bareeda Qabna. Suuraas Bareeda Kaasna.FILANNOON KEESSAN👉 Suuraa Koo +251942107507 +251987057345
07/10/2024

Aadaas Bareeda Qabna. Suuraas Bareeda Kaasna.
FILANNOON KEESSAN👉 Suuraa Koo
+251942107507 +251987057345

ROOBEE BAALEE 😁👏🥰
07/10/2024

ROOBEE BAALEE 😁👏🥰

Eebbi Kitaabicha Sanbata Dhuftu Roobee Baalee Galma Yuuniyeeni Sikko Mandotti Hundi Keessanu Afferamtani Jirtu Hin Hafin...
06/10/2024

Eebbi Kitaabicha Sanbata Dhuftu Roobee Baalee Galma Yuuniyeeni Sikko Mandotti Hundi Keessanu Afferamtani Jirtu Hin Hafinaan Dhaamsa Keenna.

Baalee Koo! 😍 Kana Fa'a Qabdi.📷 Suuraa Koo   ❤️💚❤️💥
04/10/2024

Baalee Koo! 😍
Kana Fa'a Qabdi.
📷 Suuraa Koo
❤️💚❤️💥



03/10/2024

Address

Robe
Bale

Telephone

+251942107507

Website

http://suuraakoo.wordpress.com/

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Suuraa Koo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share