Oromoon Faaya

Oromoon Faaya Oromoon Faaya irratti Oduu,Odeessaalee fi taateewwan watiyaawaa Itiyoophiya,Afrikaa fi guutuu argattu

Breaking News: "Abbootiin murtii Piriimiyerliigii yeroo hunda Arsenaal irratti loogii qabu; Maanchistar Siitii irratti l...
24/09/2024

Breaking News: "Abbootiin murtii Piriimiyerliigii yeroo hunda Arsenaal irratti loogii qabu; Maanchistar Siitii irratti liigicha akka injifannu hin barbaadan" - Deeggartoonni Arsenaal aarii guddaa keessa galanii, abbaa murtii Maayikeel Oliivar falmisiisaa ta'een kaardii diimaa agarsiisee booda akka dhorku gaafataniiru Trossard yeroo tapha Arsenaal fi Maanchistar Siitii kaleessa taasisaniin.

Deeggartoonni FIFA 💔 irraa tarkaanfii hatattamaa gaafachaa jiru

Seriously 😒Now what kind of woman is this kind of madness!
22/09/2024

Seriously 😒

Now what kind of woman is this kind of madness!

Miliyoona 2 maallaqa Asheber fi maatiin isaa bittaaf fudhatan yoo ta'u, nama kophee qulqulleessu kan waggaa fi waggootaa...
16/08/2024

Miliyoona 2 maallaqa Asheber fi maatiin isaa bittaaf fudhatan yoo ta'u, nama kophee qulqulleessu kan waggaa fi waggootaaf guyyaatti al lama haayinaan wal lolu, fi Tafo halkan sa'aatii 9tti kan kenname natti hin fakkaatu .
2 Milion እኮ አሸብር እና ቤተሰቡ ለሾፒነግ ይዘው የወጡት ብር ነው፣ ከአመት እሰከ አመት በየቀኑ 2 ጊዜ ሱሉልታ እና ጣፎ ከለሊቱ 9 ሰአት ከጅብ ጋር ለሚጋፋ ጫማ ማስጠረጊያ የተሰጠው አይመስለኝም፣ አንዳንዴ የእውነት ለለፉ ሰዎች ተገቢውን ክብር ብንሰጥ፣ Gemedu Dedefo ስኬት በራሷ ትከፍልሀለች፣ ጥሩ ስራ አሳይተኸናል እናመሰግናለን።

Vacation time !Jirra jechumaafi.
16/04/2024

Vacation time !

Jirra jechumaafi.

Eegdota Dagatamtootaa: Iccitiiwwan Durii Mana Durii Gatame Keessatti Mul’isuu – Wal-argaa Saree Warqee fi Hantuuta Dirre...
24/03/2024

Eegdota Dagatamtootaa: Iccitiiwwan Durii Mana Durii Gatame Keessatti Mul’isuu – Wal-argaa Saree Warqee fi Hantuuta Dirree Waggaa 500 Durii Eegduu Bofa Iccitii Gidduutti Bal'ina armaan gadii kutaa yaada... 👇👇

Guardians of the Forgotten: Unveiling the Ancient Secrets Within an Abandoned Old House – A 500-Year-Old Golden Monkey and Field Mouse Encounter Amidst Mysterious Serpentine Sentinels
Details below in the comments section... 👇👇

Jirra jechumaafi oolmaa gaarii qabaadhaa!
29/02/2024

Jirra jechumaafi oolmaa gaarii qabaadhaa!

ይህቺ ናት ሀገሬ...ልደት ላሊበላከአማኞቹ ጊቢ፣እሬቻን ቢሾፍቱገብርኤልን ቁልቢ።ጨምበላላ ሀዋሳካ'መስጋኞች መንደር፣ጽዮንን በአክሱምጥምቀትን በጎንደር።ከዚ' እስከዚያ ድረስ'ማከብርባት ዞሬ፣የሀ...
20/01/2024

ይህቺ ናት ሀገሬ...
ልደት ላሊበላ
ከአማኞቹ ጊቢ፣
እሬቻን ቢሾፍቱ
ገብርኤልን ቁልቢ።

ጨምበላላ ሀዋሳ
ካ'መስጋኞች መንደር፣
ጽዮንን በአክሱም
ጥምቀትን በጎንደር።

ከዚ' እስከዚያ ድረስ
'ማከብርባት ዞሬ፣
የሀሴቴ ሙዳይ
ይ'ቺ ናት ሀገሬ።

ደግ ቀንሽ ይምጣ... !
"መቼ?!"
አሁን።

እንኳን አደረሰን!

28/12/2023

................................................
📌Piriimarliigii Ingiliiz Torbee 19ffaa
✍️Tapha cimaa Har'a Galgalaa
========================
ARSENAL
🆚
WEST HAM

------------------------ -------------------------------
☑ Har'a Galgala sa'aa⌚️5:15 irratti

✔️Dirree Immireetis irratti

✔️Arsenal tapha 18 taphatee qabxii 40 tiin sadarkaa 2ffaa irra jira

✔️West Ham tapha immoo tapha 18 taphatee qabxii 30 tiin sadarkaa 7ffaa irra jira.

✍️Tilmaama keessan barreessaa❗️

Congratulations
17/12/2023

Congratulations

Back to winning ways ❤️

Badhaafamtoota page koo irratti tilmaama sirrii argatan namni 2 argatanii jiru.
Isaanis keessaan nu dubbisuun badhaasa kaardii isaanii fudhachuu ni danda'u galatoomaa!!

Negewo Kebede fi Abden Abdii Sabaa

22/11/2023
Waan Callee baddee caluma jedhan jedhama mitiiree!
21/11/2023

Waan Callee baddee caluma jedhan jedhama mitiiree!

15/10/2023

Jerico Misael

With Jawar Mohammed – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
15/10/2023

With Jawar Mohammed – I just got recognized as one of their top fans! 🎉

Address

Manchester

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoon Faaya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share