Seenaa Oro Page

Seenaa Oro Page Seenaa Rirmi hin nyaatu
(2)

Akkam Jirtan ummata khoo Gaarii Guutuu addunyaarra jirtan Baga Jiraattan arraas Afaan Amaariffaan ergaa hubannoo qabdu k...
22/10/2024

Akkam Jirtan ummata khoo Gaarii Guutuu addunyaarra jirtan Baga Jiraattan arraas Afaan Amaariffaan ergaa hubannoo qabdu keessummaa kheenya qabannee waan dhihaanneef itti dhihaadhaan Afeerraa teenya.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/C-X65GobGAg
የኢትዮ ቴሌኮም አክሲዮን ሽያጭ ከተጠበቀው በላይ እየተሸጠ ነዉ

የኢትዮ ቴሌኮም አክሲዮን ሽያጭ ከተጠበቀው በላይ እየተሸጠ ነዉ /The sale of Ethio Telecom stock selling is more than expected .M

Asham Janne Anaadhufu isiniin Jachaa Jirra Jirtuu Marti kheeysanuu Salaamanni khoo isin haa dhaqqabu isiniin Jachaa Akku...
19/10/2024

Asham Janne Anaadhufu isiniin Jachaa Jirra Jirtuu Marti kheeysanuu Salaamanni khoo isin haa dhaqqabu isiniin Jachaa Akkuma baratametti Arraas Sagan taa addaa kheeysummaa Kheenya Ogeessa Xiinxalaa Dhaloota Haarawa ammaa kan tahe Obbo Daraaraa Misbaah qabannee isiniif dhihaannee waan Jirruuf itti dhihaadhaa Dhimma gurgurtaa Aksiyoona Itiyoo telekoom hubannoo qo'annoo irraa Qooddadhaan ergaa teenya Gamanumaan Subscribe Like Share Godhuu hin dagatinaan dhaamsa Kheeya.
👇👇👇👇👇👇👇

Iitiyootelekom Aksiyoona gurguruu jalqabee Jira Dhimma kanaan Wal qabatee hubannoo gahaa video kana keessaa argattu. .M ...

Yaa Rabbi Ifa nuu galchi.Today,s best vedeo❤💞💞💞💞💞💞💞💞💚💚💚💚💚💞💞💞💞💞💞 #𝐓𝗼𝐝𝐚𝐲𝐢𝗺𝐩𝗼𝐫𝐭𝐚𝐧𝐭𝐩𝗼𝐬𝐭          Seenaa Oro Page 🙏
28/05/2024

Yaa Rabbi Ifa nuu galchi.
Today,s best vedeo❤
💞💞💞💞💞💞💞💞

💚💚💚💚💚💞💞💞💞💞💞
#𝐓𝗼𝐝𝐚𝐲𝐢𝗺𝐩𝗼𝐫𝐭𝐚𝐧𝐭𝐩𝗼𝐬𝐭





Seenaa Oro Page 🙏

💥 Vacation Time 💥 💥          Seenaa Oro Page 🙏
21/05/2024

💥 Vacation Time 💥 💥





Seenaa Oro Page 🙏

☆Seexaanni maal nu gooteKan cubbuu nu hojjechiisu Dhiira malee🚶🏼‍♂️      👉 Seenaa Oro Page 🙏
21/05/2024

☆Seexaanni maal nu goote
Kan cubbuu nu hojjechiisu
Dhiira malee🚶🏼‍♂️

👉 Seenaa Oro Page 🙏

Yoo Rabbiin si wajji jiraate, addunyaan guutuun faallaa kee deemuun sirraa  irrisuu hin danda'u! Yoo Rabbiin sirraa gara...
03/05/2024

Yoo Rabbiin si wajji jiraate, addunyaan guutuun faallaa kee deemuun sirraa irrisuu hin danda'u! Yoo Rabbiin sirraa gara gale ammoo addunyaan guutuun si deeggaruun humaa sin fayyadu!

Yaa Rabbii Rahmata keetiin nucinaa dhabadhu 🤲😥🌺🌹Sallu alall nabiyi 🕌💚ﷺﷺ٠🌺ﷺ🌼ﷺ
Seenaa OSeenaa Oro Page

Hiriyyaa👩‍❤️‍👩Namoota Lamaatuu Bosona Keeysa Odoo Deemanii Bineensi Isaanitti Dhufe.Yeroo Kana Inni Tokko Utaalee Muka Y...
24/01/2024

Hiriyyaa👩‍❤️‍👩
Namoota Lamaatuu Bosona Keeysa Odoo Deemanii Bineensi
Isaanitti Dhufe.Yeroo Kana Inni Tokko Utaalee Muka
Yaabbate .
Garuu Inni Lammataa Mukaa Yaabbachuu Hin Dandahu
Ture.
Bineensichiiis Dhufee Namicha Muka Yaabbachuu Hin
Dandeenye Kan Lafa Dhaabbatu Kanatti Waa Hasaasee Biraa
Kute.
Namtichi Mukarra Turees Gad Bu'ee"Bineensichi Maal Sitti
Hasaasee Kute?" Ja'ee Namticha Lafa Ture San Gaaafate.
"Hiriyyaa Yeroo Rakkoo Kophatti Si Dhiisee Deemu Hin
Amanin"Naan Ja'ee Kute Ja'een
Waliif_Yaaduufii_Wal_Bira_Dhaabbachuun_Utubaa_Hariiro
o_Namootaa_Jabeeysuudha 👌💯
SeenSeenaa Oro Page

As ws wr jaallowwan kiyya arra du'ayi teessaniin fadhaa mee naf irra buusaa  🤲barakallaahu fiikum🧎🤲😘😘😘JZK   Seenaa Oro P...
23/09/2023

As ws wr jaallowwan kiyya arra du'ayi teessaniin fadhaa mee naf irra buusaa 🤲barakallaahu fiikum🧎🤲😘😘😘JZK

Seenaa Oro Pagee 🙏

20/08/2023

Ummata khoo Qashtiiwwan qaqqaalii guutuu addunyaa ashamaa harka fuunee akkam jirtan isiniin jachaa Filmii Gumaa Jaalalaa hal-dureen qophii xumuratee haala Saba Isaa boonsuun qophaawaa jiraachuun ifa waan taheef deeggarsa Ummata saa waan barbaaduuf gaacha isaaf taatanii akka cinaa dhaabbattan taatonni filmii Gumaa Jaalalaa isin afeeranii ti Jiran.



Seenaa Oro Page 🙏

✔️Waan    Kan Namni siif  Kennuu Hin Dandeenye Kaan Namni Siirraa Fudhachuu Hin Dandeenye   Kee Qofaadha Bagaan oro ta'e...
07/08/2023

✔️Waan
Kan Namni siif
Kennuu Hin Dandeenye Kaan Namni Siirraa Fudhachuu Hin Dandeenye Kee Qofaadha Bagaan oro ta'ee Dhaladhe



Seenaa Oro Page 🙏

Arra🥺 kee laaltee namaa gaditti of hin laalin. Ati kaleessa as hin turre. Borus as hin jirtu. Eenyumaanillee of hin mada...
09/07/2023

Arra🥺 kee laaltee namaa gaditti of hin laalin. Ati kaleessa as hin turre. Borus as hin jirtu. Eenyumaanillee of hin madaalin !👌😎💪🥀🥀🌹🌹
Seenaa Oro Page 🙏

Hulaan1🚪cufamtu🔒100 banama.🔓🔑🙂Yeroo tokko tokko wanni nuti barbaannu bakka nuti yaanne saniin ala waan jiru nutti hin fa...
03/07/2023

Hulaan1🚪cufamtu🔒100 banama.🔓🔑🙂

Yeroo tokko tokko wanni nuti barbaannu bakka nuti yaanne saniin ala waan jiru nutti hin fakkaatu. Waan tokkoon hin milkooyne jechuun; wanni hundi achirratti dhaabbate jechuu miti. Yeroo asiin cufamte achiin banaa tahuu hin hubannu. Karoorri Rabbii yeroo mara keenyarra guddaadha. 🌺🌹Sallu alall habibi 🌺S 🌹A🌺 W 🌺JZK sheri walif godha 🌺🌻As ws wr
Seenaa Oro Page 🙏

Amiin jettu malee hin dabrin🙏Rabbi Harmee teenya Umrii nuuf haa dheereessu🤲
11/06/2023

Amiin jettu malee hin dabrin🙏
Rabbi Harmee teenya Umrii nuuf haa dheereessu🤲

10/06/2023

Ijoollee teenya qur'aana rabbii haa barsiifannuu ummata khoo Qashtiiwwan Guutuu addunyaa.
👇👇👇👇

Maaliif namoonni tokko tokko caalchisanii milkaa’uu?➛ Hawwii cimaa qabu.➛ Guddisanii yaadu.➛ Caalaatti fedhii qabu.➛ Caa...
18/05/2023

Maaliif namoonni tokko tokko caalchisanii milkaa’uu?
➛ Hawwii cimaa qabu.
➛ Guddisanii yaadu.
➛ Caalaatti fedhii qabu.
➛ Caalaatti cimanii hojjetu .
➛ Wanta godhan ni jaalatu.
➛ Wanta dursuu qabuuf dursuma kennu.
➛ Namoota isaan gorsanii irraa gargaarsa argatu.
➛ Ofii isaanii irratti hojjatu.
➛ Fayyaa isaaniif dursa kennu.
Seenaa Oro Page🙏

قال الله تعالى لَئِن شَكَرْتُمْ لَأَزِيدَنَّكُمْ ۖ وَلَئِن كَفَرْتُمْ إِنَّ عَذَابِي لَشَدِيدٌ"✍️🌴Allahamdulillah 🌺🤲Toda...
12/05/2023

قال الله تعالى لَئِن شَكَرْتُمْ لَأَزِيدَنَّكُمْ ۖ وَلَئِن كَفَرْتُمْ إِنَّ عَذَابِي لَشَدِيدٌ"✍️🌴

Allahamdulillah 🌺🤲
Today,s best photo❤
💞💞💞💞💞💞💞💞

💚💚💚💚💚💞💞💞💞💞💞
#𝐓𝗼𝐝𝐚𝐲𝐢𝗺𝐩𝗼𝐫𝐭𝐚𝐧𝐭𝐩𝗼𝐬𝐭





Seenaa Oro Page 🙏

22/04/2023

■Jechoota beektotaa

☆"Nama tokkoo ol jaalatta taanaan keessa kee kan jiru memory cardiidha malee Onnee miti.
Roobart Mugaabee.
☆"Mo'attoonni waan adda ta'e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta'een hojjetu."
Shiiv keeraa.
✰"Namni kamilleen miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu."
M. Gaandii.
✰"Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari'u; jaalalaatu jibba ari'a."
Maartiin Luuter Kiingi.
✰"Muka ija qabutti dhagaan darbatamu baayyeedha."
Shiiv keeraa.
✰"Hin danda'amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha."
N. Maandellaa.
✰"Dukkana guddaa keessa ifa xiqqoon darbuu dandeessa"
Abdii Taammanee.
✰ "Gaa'ela osoo qabduu barattoota dubaraatu si gammachiisa yoo ta'e haadha warraa keef yuunifoormii barataa bitiif."
Roobart Mugaabee.
✰"Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaaddu ta'uun qaba hin jedhin."
Maartiin Luuter Kiingi.
✰"Addunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee har'a sanyii facaasuu hin dhiisu."
Maartiin Luuter Kiingi.
✰ "Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama."
Riichaard Niiksoon.
☆"Of wallaaluun of awwaaluudha"
Miratuu Shaanqooo.
✰ "Namni waan siin jedhu hin dhabu ofiinuu waa jedha waan ta'eef"
Abdii Taammanee.
☆"Namni dogongora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beekneedha."
Albeert Inistaayin.
☆"Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu."
Albeert Inistaayin.
✰"Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda'e."
lyezak Niiwtan.
✰"Of beekuuf murtoo hin qabdu taanaan of beektes murtoo hin murteessitu"
Miratuu Shaanqoo.
✰"Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti."
👉 Oro Show ❣

Address

London

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seenaa Oro Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Seenaa Oro Page:

Videos

Share

  • 457Games

    457Games

    92 the larches, Palmers Green

Other Digital creator in London

Show All