Maalif waal sobna ለምን እንወሻሻለን

Maalif waal sobna ለምን እንወሻሻለን Dhugaaf jiraachun Oromoof sirna fi aadaa dha.

26/10/2019

We belong to one humna race.
~Mani keenya inni eebbaf jireenya barabara qabu samii irraa dha.
~ Mani keenya badii inni cubbuun guutame garuu biyyaa lafa ta'u isaahoo ?

Namoni yaada bareeda qabdan (positive idea in a sense of Jesus) warri qabdan karaa messagi nu ga'u dandeessu

መልካም።ሀሳብ።ብቻ።ላላቹ.
le geta lijoch bemulu
Like gochun nu tumsaa
Like be mareg yitebaberun

26/10/2019

Yaa ilmaan waqayyoo maalif sobna? maalif dhugaa dubbanne lubbuun keenya hin darbitu
~ namni bara kana maal ta'a jira?
~ seexanni hojii ishee bifa adda ta'en ijoollee waqayyoo irraatti hojii cubbuu rawwacha akka jirtu quba qabdu laata?

28/09/2019

Dhugaan keenya guyyaa isaa eegate hin dubbata abdin koo guutuu dha innis gaafa hundi keenya dhugaa keenyaf dubbannu natti fakkata isiin hoo maal jettu laata?

28/09/2019

Adresse

Paris

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Maalif waal sobna ለምን እንወሻሻለን publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Partager

Type