Abbaa Gadaa Boruu Blogger

Abbaa Gadaa Boruu Blogger personal bloger toora odeeffannoo waqtaawaa irraa argatrani peejiin kun.odeeffannoo waqtaawaa fi dhugaa argachuuf like godhaa

       """"'''Badhaadhinni paartin shamarreef dardaraa Jaalalaan hammataan dhala namaaf firaaHogganuun mootummaa intarpi...
29/05/2025


""""'''
Badhaadhinni paartin shamarreef dardaraa
Jaalalaan hammataan dhala namaaf firaa
Hogganuun mootummaa intarpiriinaraa
Biyyattii ceesisuuf angafa mootara.
"""""""
Gulantaa qabsoon ummataa amma irra gaye
Wabeeffachuun maddee galmoota adda baye
Dhugoomsuf kan waadaa seenneerru nuhundi
Paartin badhaadhinaa galma gochaa sadii
Ifoomsaa kan turreef ammas ibsaa jirru
Sirna cimaa sirriin ititaa ijaaruu
Saayinsiif teknoloojin fagoo tarkaanfachuu
Dhaloota qaroomaan fulla'e horachuu
Ummata diinagdeen of danda'e uumuu
Xiiqin milkeessinaa sochii taasifamu

18/04/2025
18/04/2025
18/04/2025
18/04/2025

Address

Ziway

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Gadaa Boruu Blogger posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category