Aanolee

Aanolee Odeeffannoon Haqa qabeessi Maallaqa caala. Aanooleen Aantee odeeffannoo waytaawa keeti.

13/01/2025
13/01/2025
13/01/2025

"Eenyummaa Namoota Sirrii Beekuu Feeta Taanaan Namoota Dubbii/Haasawa Baayyatan Osoon Taane kan Namoota Caldhisanii Dhageeffadhuu"

Amajjii 05/5/2017 tti ~~~~~~~~~~~~~~Ministeerri Turiziimii Federaalaa ayyanni Cuuphaa/Ximqataa / akka biyyaatti Goondar,...
13/01/2025

Amajjii 05/5/2017 tti
~~~~~~~~~~~~~~
Ministeerri Turiziimii Federaalaa ayyanni Cuuphaa/Ximqataa / akka biyyaatti Goondar, Bul.magaala Baatuu fi Irraanbuutiitti akka sirna hoo'aa ta'een kabajjamuu ibsa Guyyaa hardhaa baaseen beeksisee Jiraa.
💙🌹💙
Akka biyyaalessaatti bulchiinsi magaala baatuus magaaloota harkisa turistootaa qaban keessaa baatuun ishee takka ta'uun beekkamaadhaa.
💙🌹💙
Sirni kabajaa ayyaana cuuphaa akka biyyaalessaatti ishee keessatti kabajamuun carraa guddaa dhaa.
💙🌹💙
Kanaafuu, Magaalli Baatuu jiddu gala Turiziimii kan taate tanaa kana caalaa akka beekkamtuu hojiin cimaan qophii ayyaanichaaf maluu taasifamuu akka qabuu ergaa kootii.

Dambii haaromee bahee kan geejjiba daandii.
12/01/2025

Dambii haaromee bahee kan geejjiba daandii.

Jiireenya fayya_qabeessa qabaachuuf gochoota asii gaditti jiran kan raawwadhu. Fayyaan faaya.
05/01/2025

Jiireenya fayya_qabeessa qabaachuuf gochoota asii gaditti jiran kan raawwadhu.

Fayyaan faaya.

Address

Finfine To Moyale Road
Ziway

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aanolee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Aanolee:

Videos

Share