27/08/2024
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ መሪዎች በቢሾፍቱ ከተማ የችግኝ ተከላ መርሃግብር ማካሄዳቸው ተገለጸ፡፡
የችግኝ ተከላ መርሃግብሩ በመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪ ቢሾፍቱ ካምፓስ የተካሄደ ሲሆን የቤተ ክርስቲያኒቱ ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ፣ የመምሪያ ዳይሬክተሮች፣ የሲኖዶስ ፕሬዚዳንቶች እና የተለያዩ የቤተ ክርስቲያኒቱን መዋቅር መሪዎች ተካፍለዋል።
የቤተ ክርስቲያኒቱ ፕሬዚዳንት፣ ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ በስፍራው ባስተላለፊት መልዕክት የተተከሉ ችግኞች በሃገር አቀፍ ደረጃ የሚካሄደው የ600 መቶ ሚሊየን ችግኝኞች ተከላ መርሃግብር አካል መሆናቸውን ጠቅሰው። በስፍራው በመቶዎች የሚቆጠሩ ችግኞችን መሪዎች ሲተክሉ በ100 ሺዎች የሚቆጠሩ ችግኞችን ምዕመናን በየአከባቢያቸው እንደሚተክሉ ገልፀዋል።
* * * * * * * *
Gaggeessitoonni Waldaa Warra Wangeelaa Makaane Yesuus Itiyoophiyaa sagantaa biqiltuu dhaabuu magaalaa Bishooftuutti gaggeessaniruu.
Sagantaan biqiltuu dhaabuu kun Kaampaasii Makaani Yesuus Seeminaarii Bishooftuu keessatti kan geggeeffame yoo ta’u, preezdaantiin waldaa Kiristiyaanaatti Luba Dr. Yonaas Yigezuu,Daayreektaroota kutaa adda addaa, Pireezdaantonni sinoodoosii fi hoggantoonni waldaa kiristiyaanaa caasaa adda addaa irratti hirmaataniiru.
Pireezidaantiin waldaa Kiristaanaatti, Luba Doktar Yonaas Yigezuu akka jedhanitti, biqiltuun har’a dhaabame kun qaama sagantaa biqiltuu dhaabuu miiliyoona 600 sadarkaa biyyaatti gaggeeffamaa jiruudha jedhaani eeraniruu. Hoggantoonni biqiltuu dhibbaan lakkaa’aman bakka sanatti kan dhaaban yoo ta’u, amantoonni naannoo isaaniitti biqiltuu kuma 100 kan dhaaban ta’uu ibsaniiru.
#አረንጓዴዓሻራ