Gehad Media

Gehad Media # Well came to the official Facebook Gehad media page

20/04/2024

Ethiopian Human Rights Commission

ኢትዮጵያ ውስጥ «ሰብዓዊ መብት» በሚል ስም ገለልተኛ ነኝ ብሎ ተቋቁሞ በተደጋጋሚ ሙስሊሞች ላይ ለሚፈጸም ጥቃት ደንታ የሌለው ተቋም አይቼ አላውቅም። ዳንዔል በቀለ (ዶ/ር) የሚመራው ኢሰመኮ የኢትዮጵያውያን ሙስሊሞችን "ኢትዮጵያዊ" መሆናቸውን አምኖ መቀበል የተሳነው፤ በአጼው ዘመን ላይ ተከንችሮ የቀረ ተቋም ይመስለኛል። ይህ መርጦ አልቃሽ የሆነ ተቋም ለአንድ እምነትና ለአንድ ብሄር ብቻ እንጂ ለሙስሊሙ እንደማይጨነቅ በተደጋጋሚ ታዝቢያለሁ። ወይ ይፍረስ፣ ወይ አመራር ተቀይሮ ኃላፊነቱን ይወጣ።

The silence of the Ethiopian Human Rights Commission (EHRC) on the recent killings of Muslims in Bahir Dar, Enfranz, and Gonder is deafening. It's disheartening to witness the continued silence of the Ethiopian Human Rights Commission in the face of repeated violence and discrimination against Muslims. Despite our polite appeals for action, they have failed to address the systemic biases that perpetuate injustice. This selective silence speaks volumes about their priorities and raises serious questions about their commitment to human rights for all.

Is protecting ALL Ethiopians, regardless of religion, not their core function? Where is the outrage? Where is the investigation? The EHRC's continued silence is a betrayal of its mandate and a slap in the face to the victims and their families@ #

17/04/2024

Mucaan saalihaa tokko waan ajaa'ibaa arge abjuudhaan Ni jedhe Abbaan koo nama muslimaa salaata isaa tikfatu irraahi ture garuu darbee darbee yeroo salaataa dabarsee salaata ture Abbaan koo dhukkubsatanii du'an yeroon isaan du'an Salaanni zuhrii gahuudhaaf yeroo muraasattu hafe Nutis kaanee Jinaazaa dhiqnee kafannee qopheessinee eegne hanga ummanni salaataaf masjiidaatti wal gahu irratti salaachuuf

Yeroo abbaa koo dhiqnu fuulli abbaa kootii haala nama sodaachisuun gurraacha tahee ture Baay'een rifadhe osoma teenyee eegnuu hanga ummanni wal gahu salaata zuhriif masjiidatti hirriibni na qabee xiqqoo rafee manaama ajaa'ibaan arge

Mamtichi uffata adii uffatu farda adii yaabbatee fageenyaa deemee dhufee irraa bu'ee fuula abbaa koorraa banee irraa xarage yeroo kana fuulli abbaa kootii gurraacharraa adiitti jijjiirrame Nuurri fuula isaatii haguuge yeroo inni deemuuf ka'e eenyu ati jedheen gaafadhe? Nan beektuu jedhee naaf deebise siin beekne jedheen innis Ani Muhammad ibnu abdallaaﷺ Ani Ergamaa Rabbiitiﷺ naan jedhe abbaan kee tarkaanfii takka hin tarkaanfatu ture salawaata narratti buusu malee kun shafa'aa kiyya kan addunyaati aakiraattis argachuuf taa'a inshaa allaa naan jedheﷺ

Anilleen waanin argaa jiru irraa rifadheen dammaqe dhugeessuu dadhabe yeroon ka'e abbaa kiyyarra banee laaluun qaba jedhee yeroon fuula isaatii irraa banu fuulli isaa gurraachi gara adiitti jijjiirramee ifeera san booda niin gammade hubadhee wantin arge akka dhugaa tahe niin hubadhe Akkuma Ergamaan Rabbiiﷺjedhan Namni manaamaan na arge dhugumatti na arge sheyxaanni anatti fakkeessuu hin dandeessuu jedhan

Rasuulli Akkana jedhan Namni guyyaa qiyaamaa akkaan natti dhiyaatu warra salawaata narratti buusuu Heddummeessuudha jedhan

اللهم صل وسلم على سيدنا محمد♥️🌦️

media

11/04/2024

Rabbiin gabbaraa; Isatti homaa hin qindeessinaasAbbaa haadhaaf, firootaaf, yatiimotaaf, hiyyeeyyiif, ollaa firooma qabuuf, ollaa firooma hin qabneef, hiriyaa maddii keessan jiruufis, kara deemaafis, (gabroota) mirgi keessan dhuunfateefis tola (oolaa)Dhugumatti Rabbiin nama boonaa dhaaddataa ta’e hin jaalatu.

07/04/2024

: 25
Sila yeroo Nuti guyyaa mamii hin qabneef walitti isaan qabnee lubbuun hundi waan hojjatte guutuutti argatte akkam ta’u? Garuu isaan hin miidhamanu.

06/04/2024

Majlisa Oromiyaa - የኦሮሚያ መጅሊስ - Oromia MejlisAssalaamu Aleykum Warahmatullah!!

Namooti hedduun dhiphina Diiniidhaaf qaban irratti hundaa'uun "Majliisni Namoota Amantaa keenya xureessan akkam cal jedhee ilaalaa" jedhanii gaafataa jiru. Nuti akka Majlisa Oromiyaa - የኦሮሚያ መጅሊስ - Oromia Mejlis tti dhimmaa laaffisnee ilaallees hin jirru. Garuu akkamiin kallattii seeraatiin namootiin kun itti gaafatamummaa fudhatu isa jedhu irratti hojjetaa jirra. Isinis Ragaalee fi teessoo namoota kanaa karaa keessoon nuu erguun deeggarsa barbaachisaa godha.

Nuuf Islaamummaa keenya xiqqeessuun sarara diimaa ta'uun ifa galaadha waan ta'eef Mootummmaanis nu faana dhaabbatee Namoota nageenya booressuufi Amantaafi Amantaa walitti buusuuf deeman kana adabbii isaani malu akka argatan ni gaafanna.

Nagaa nuuf taha!!

01/04/2024

3Ayah: 178
وَلَا يَحۡسَبَنَّ ٱلَّذِينَ كَفَرُوٓاْ أَنَّمَا نُمۡلِي لَهُمۡ خَيۡرٞ لِّأَنفُسِهِمۡۚ إِنَّمَا نُمۡلِي لَهُمۡ لِيَزۡدَادُوٓاْ إِثۡمٗاۖ وَلَهُمۡ عَذَابٞ مُّهِينٞ

Warri kafaran (adabbii) isaaniif tursiisuun gaarii isaaniif ta'uu hin yaadinKan Nuti isaaniif tursiifnuuf akka badii dabalataniif qofaAmmas isaaniif adabbii xiqqeessaatu jira.

Rabbiin rahmata godhaa, araarama gochuus ni jaallata.  Wanti ati gochuu qabdu tawbachuu qofa, gara Isa qofatti deebi’uu,...
25/02/2024

Rabbiin rahmata godhaa, araarama gochuus ni jaallata. Wanti ati gochuu qabdu tawbachuu qofa, gara Isa qofatti deebi’uu, garaa kee itti dhangalaasuu, Araarsummaa Isaa irrattis amantii qabaachuu qofa. Hasaasni seexanaa qalbii diddiirrannaa si hin dhowwiin, balballi Isaa yeroo hunda banaadha, hanga lubbuun jirtutti qalbii diddiirrachuuf yeroon isaa hin darbu.

"Hundi namaa guyyaa qiyaamaa hanga rabbi jidduu namaatti murteessutti Gaaddisa Saqaa isaa jalatti ta'a."Je'an 🌴🕋💎🕌🌹  ﷺ [...
14/02/2024

"Hundi namaa guyyaa qiyaamaa hanga rabbi jidduu namaatti murteessutti Gaaddisa Saqaa isaa jalatti ta'a."Je'an 🌴🕋💎🕌🌹
ﷺ [SAW] ❤💚💜🌿🥰

27/01/2024

#(3:173) Those to whom people [i.e., hypocrites] said, "Indeed, the people have gathered against you, so fear them." But it [merely] increased them in faith, and they said, "Sufficient for us is Allāh, and [He is] the best Disposer of affairs."[150]

[150]- The one entrusted and relied upon; sufficient to manage all matters.

Address


Telephone

+251912931517

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gehad Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gehad Media:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share