The Bigel

The Bigel Afaan Oromootin hunduma barama

https://youtu.be/HfwLGV_FiVo
01/07/2023

https://youtu.be/HfwLGV_FiVo

Welcome to my YouTube channel! In this video tutorial, I will guide you step-by-step on how to install WordPress, the popular content management system (CMS)...

https://youtu.be/vbQNcELby2M
29/06/2023

https://youtu.be/vbQNcELby2M

welcome to our YouTube video all about website domain names! Choosing the right domain name for your website is crucial for establishing your onli...

Waliif Share godha Please namoota bayye fayyada Vidiyoon kun hamma isiinif danda'ameen group Facebook fii Telegraama gar...
26/06/2023

Waliif Share godha Please namoota bayye fayyada Vidiyoon kun hamma isiinif danda'ameen group Facebook fii Telegraama garagaraa irratti Share waliif godha nus jajjabeessa akka kana caalaa cimne hojjanu.
Dhimma siyaasaa fi Oduu soba hojjachu qabna View fiibSubscribe argachuuf?. Yoo isiin nu jajjabesiitan male enyuu eegna?
Asuman namoonni share Comment godha nu jajjabeessa jirta bayye isa galatooma. Yeroo dhihootti badha birri 500 nama lamaaf ta’u qopheessine jira irratti gafii dhiheessine kan badhasnu ta'a. 🙏



Kuun Course Guutu Website Development Afaan Oromoon Qopha'e dha.subscribe https://www.youtube.com/c/thebigel1?sub_confirmation=1𝗙𝗼𝗿 𝗠𝗼𝗿𝗲 𝗶𝗻𝗳𝗼𝗿𝗺?...

Namonni DV bara 2024 guuttan carra kessan eegachaa jirta hardha galgala ni ifomaa jechunis sa'ati 1 irratti gadii dhifam...
06/05/2023

Namonni DV bara 2024 guuttan carra kessan eegachaa jirta hardha galgala ni ifomaa jechunis sa'ati 1 irratti gadii dhifama

Yeroo gadhiifame official website isaani irra ilaalu dandeessu link 👇 https://dvprogram.state.gov/

akkasuma ammo namonni Confirmation number isiin jala badee website isaani kan asii gadi kanan seenun confirmation number kessan baasu danddesu
↪️ https://dvprogram.state.gov/ESC/CheckConfirmation.aspx
carra garii isiinif Hawwa 🙏

https://youtu.be/Mdy_uPcf3x4
25/04/2023

https://youtu.be/Mdy_uPcf3x4

vidiyoon kun barnoota conditionals fi List akkamitti akka python fayyadamuun hojjannu baldhinaan ibsaLink Kutalee DarbaniPython Af...

11/04/2023

Akkaata Email/Gmail Professional kan seeraa harawaa bara 2023 guute ittin bannu. ...

22/02/2023

This YouTube video provides a comprehensive overview of the freelance job platform Upwork. It offers a step-by-step guide to creating an account, setting up ...

01/02/2023

Salphaatti bakka Add Friend jedhu gara Follow tti jijjiru danddenya kan jedhudha

Application   haaraa Itoophiyaa keessatti dhiheenya kana hojii eegalaa jiru 'LIKE' dhaan kafaltii kafaluu jalqabeera. Aa...
31/01/2023

Application haaraa Itoophiyaa keessatti dhiheenya kana hojii eegalaa jiru 'LIKE' dhaan kafaltii kafaluu jalqabeera. Aappii tiktok namoota Itoophiyaan eegale kun like tokko irratti birrii tokko kafala. Kanaaf like 100000 guyya tokkottiiyyuu yoo argattan birrii 100000 argattu jechuudha.

Aappii kana edoofffannoo isaa guutuu asii argattu👇👇
https://youtu.be/pQkypd0GysE?sub_confirmation=1
Waliif qoodaa!

Kana booda Suuraa bareeda ka'uuf bilbila iPhone barbaduun.hafe jira. Google Camera kan jedhamu kan dhabbata google hojja...
25/01/2023

Kana booda Suuraa bareeda ka'uuf bilbila iPhone barbaduun.hafe jira. Google Camera kan jedhamu kan dhabbata google hojjatame bilbila hundaf ta'u gadii dhifame jira. App kana Google Doolara $17 gurgura jira. Hin cinqamiina nu bira tolan/Free argatuu.

App kun bilbila kam irratu.
Vidiyoo fi Suuraa
➠HD
➠UHD
➠2K
➠4k
➠8K
Record gochu danda'a. Walumaagalatti baga gammadan App kana link kanan seena bilbila kessan irrati Download godha.
👉https://channel1.bbcko.com/2023/01/25/google-camera-2023/

Spotify Itoophiyaa kessatti hojji eegale jira Sirboota barbadan osoo download hin godhi Spotify qofa irra dhageffachu da...
19/01/2023

Spotify Itoophiyaa kessatti hojji eegale jira Sirboota barbadan osoo download hin godhi Spotify qofa irra dhageffachu dandeessu. Salphaatti Walaloo sirbaas waluman argattu Sirba qeenxeef Sirboota Album hunda argattu fkn Album Artist Jireenya Shifarraw Salphaatti as kessa argatuu. Appin kun Mode godhame jira wan ta'eef kaffaltii kamuu osoo hin kaffalin free fayyadamu dandeessu.
Akka itti gammadan Abdii guutu qaba

Please please share waliif godha channel yeroo hunda wan isiin fayyadu qabate dhufu kana join godha

◈◈◈◈◈
Website:
https://thebigel.com
Telegram:
https://t.me/the_bigel
YouTube
https://www.youtube.com/c/thebigel1

App argachuuf 👇
https://t.me/the_bigel

26/11/2022

👉 Eddoo feetaan teessani nama jaalattan tokko to'achuu ni dandeessu Sochii nama fetanii too'achuu fi kan biroo waan baay'ee ittiin too'achuu dandeessuu Amuma bufadha lalaa Appii kana liinkii gadi tuquun bufadhaa Fayyadama 👇👇👇
https://bit.ly/3AIlSs3
https://bit.ly/3AIlSs3

16/10/2022

Waan adda ta'e tokko dhufe jira ammas guyya kudhan/10 kessatti Instagram irra hordoftoota/ follower 10,000 horachu dandeessu itti fayyadamuuf salphaa dha app kana link asii gadii irra install godhachuun Tag fi Hashtag inni isiini kennu qofa post gootu guyya 10 tti hordoftoota 10,000 argatu.
👇👇
https://bit.ly/3RF4cTL

01/10/2022

“Make your dreams come true because you waked up for it.” 🥰🥰🥰
God is good all the time 🙏🙏🙏
https://t.me/meeriididha

App Dolaara bayyen bitamuu kan VIRUS bilbila qulqullesu tolan(Avast Cleaner) - Walif Post
29/09/2022

App Dolaara bayyen bitamuu kan VIRUS bilbila qulqullesu tolan(Avast Cleaner) - Walif Post

Ariiti bilbila kkessanii dabaluuf akkasuma virus bilbila kessan irra jiru hunda isa qulquleessuu kan isinif danda'u app dolara bayye tolan

Bilbila nama kamu fageenya irra to'achuun danda'ame jira. - Walif Post
29/09/2022

Bilbila nama kamu fageenya irra to'achuun danda'ame jira. - Walif Post

Bilbila kamuu fageenya irra to'achuun danda'amee jira. Yeroo kana gootan ofeeggannoo guddaan akkasuma midha yoo geesitan nuti itti hin gafatamnu

Ariitii Intarneetii kessani dacha kudhaniin(10x) dabala - Walif Post
29/09/2022

Ariitii Intarneetii kessani dacha kudhaniin(10x) dabala - Walif Post

Intarneetii kessan dacha hedduun dabaluun ni danda'ama. Iddo Ariitiin Intarneetii gadii aana ta'ee kessa jiratu tanan bayye isin fayyada

App yeroo miliyoona 100,000  Download godhame nama aja'ibsiisa Inni Dolaara bayyen bitamu tolan argame jira. Ammuma buus...
28/09/2022

App yeroo miliyoona 100,000 Download godhame nama aja'ibsiisa
Inni Dolaara bayyen bitamu tolan argame jira. Ammuma buusa itti fayyadama 👇

Yeroo miliyoona 100,000 kan bufame app aja'ibaa itti ffayyadamuf Dolaara kan gafatu tolan itti fayyadama. Guyya 30 kessati jjiramtu

Baga gammadan iccitiin argame jira.Kana booda betting irra gali male baasin hafe jira. 👇
27/09/2022

Baga gammadan iccitiin argame jira.
Kana booda betting irra gali male baasin hafe jira. 👇

Iccitiin argame kana booda betting irra galii male baasin hafe jira. App kana fayyadamun carraa mo’achuu

https://youtu.be/0XFhas-VlZ0
20/09/2022

https://youtu.be/0XFhas-VlZ0

Barnoota qofaaf dhimma itti baha...!!!Vidiyoon kun akkataa Koodi sarara 10 hin guunneen Darbii ykn Password kamu Python Fayyada...

10/09/2022

Gafii guyya guyyan naf dhihaata ture kessa
"App kubbaa miila ittiin ilaalu dandeenyu nuuf barbadii"
App ani isiinif recommend godhu dha Ispoortii gosa kamiinu irra argatuu qulqulina barbadaanin fayyadamu dandeessu. Jalqaba YACINETVT install godhachuu qabdu sana booda Yt Player install godhachuun Dawwachu dandeessu.
Walumaagalatti YACINE TV irra
◈UEFA Champions League
◈English Premier League
◈Laliga
◈League One
◈Formula One
◈Box Office
◈Drama
◈Entertainment

▣ Quality | Qulqulina barbaadaniin
▶4K
▶FHD
▶HD
▶SD dhan argatu
App kana telegramaa the_bigel irra argattu
https://t.me/the_bigel

Address


Telephone

+251922705133

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The Bigel posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to The Bigel:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share