Tulema general Assembly media

  • Home
  • Tulema general Assembly media

Tulema general Assembly media This media stand for Tulama ethnic group whose harmed by outhocratic

Ada'aa Onk.18/2016Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aa Bulchiinsa Magaala Godinoo Jiituutti Daawwannaan Inisheetiviiwwan Qon...
29/10/2023

Ada'aa Onk.18/2016
Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aa Bulchiinsa Magaala Godinoo Jiituutti Daawwannaan Inisheetiviiwwan Qonnaa Taasifame.

26/10/2023
04/10/2023
Qaamooleen farra Oromummaa Ayyaana Irreechaa shororkeessuuf Finfinnee seenan to'atamaa jiruuQaamooleen farra Oromummaa a...
01/10/2023

Qaamooleen farra Oromummaa Ayyaana Irreechaa shororkeessuuf Finfinnee seenan to'atamaa jiruu

Qaamooleen farra Oromummaa ayyaana Irreechaa shororkeessuuf of jijjiiranii magaalaa Finfinnee seenaa jiran to'atamaa jiraachuu himmame.

Irreecha Hora Finfinnee!Seenaa dhiigaa fi lafeen iddootti deebifanne tokkummaadhaan ni tikfanna!!!!
01/10/2023

Irreecha Hora Finfinnee!

Seenaa dhiigaa fi lafeen iddootti deebifanne tokkummaadhaan ni tikfanna!!!!



ሞጭልፎ አደሮች ለትግሉ የድጋፍ ቻፕተር አቋቁመናል ይሉና በአዳራሽና በጎ ፈንድ ሚ ብር ይሰበስባሉ። ኩርማኗን ይልኩና በቀረው ሰቨን ኢለቨን፣ ነዳጅ ማደያ፣ የሐበሻ ሱቅ፣ ጋራጅ፣ ይከፍታሉ። ሀ...
22/09/2023

ሞጭልፎ አደሮች

ለትግሉ የድጋፍ ቻፕተር አቋቁመናል ይሉና በአዳራሽና በጎ ፈንድ ሚ ብር ይሰበስባሉ። ኩርማኗን ይልኩና በቀረው ሰቨን ኢለቨን፣ ነዳጅ ማደያ፣ የሐበሻ ሱቅ፣ ጋራጅ፣ ይከፍታሉ። ሀገር ቤት ቤት ይገዛሉ። የቅንጅት ጊዜ እንዲህ ነው የሆነው።



Waggaa dheeraa booda raasan fantaallee Abbaaf deebi'eera.Waraaboo narraa bu'ee Qeerransi narrat bahuubineensi bineensuma...
17/09/2023

Waggaa dheeraa booda raasan fantaallee Abbaaf deebi'eera.
Waraaboo narraa bu'ee
Qeerransi narrat bahuu
bineensi bineensumaa
tokkollee waa naa nahuu
nyaatamuun kiyya hin ooluu
Anillee ofirraa bahuu
Onnee too jabeeffadhee
lammiitoo gurmeeffadhee
Lachuu ofirraa dhahuu

17/09/2023
17/09/2023
በሀይማኖት ጥላ ስር የሚደረግ የፖለቲካ ቁማር .... እንደነ   ያሉ የሀይማኖት አባቶች ህዝባዊ በዓላትን በመጠቀም በህዝቦች መካከል ብጥብጥ ለመፍጠር የሚጥሩትን ጥረት ሊያቆሙ ይገባል! እነዚ...
16/09/2023

በሀይማኖት ጥላ ስር የሚደረግ የፖለቲካ ቁማር ....

እንደነ ያሉ የሀይማኖት አባቶች ህዝባዊ በዓላትን በመጠቀም በህዝቦች መካከል ብጥብጥ ለመፍጠር የሚጥሩትን ጥረት ሊያቆሙ ይገባል!

እነዚህ የሀይማኖት አባቶች #በህዝብ ዉስጥ ተሰሚነታቸዉ ትልቅ ስለሆነ አ #ካሄዳቸዉ ካላስተካከሉ የሚደርሰዉ ሀገራዊ ጥፋት ቀላል አይሆንም።

የተለየ የፖለቲካ ፍላጎት ያላቸዉ #የሀይማኖት አባቶች ቆም ብለዉ አካሄዳቸዉን እስካልቃኙ ድረስ እንዲህ ያሉ አደገኛ እንቅስቃሴዎች #ህዝብን #ከህዝብ የማጋጨት እድላቸዉ በጣም ሰፊ ነዉ።


#ጃውሳ

ህዝባዊ በዓላትን ለፖለቲካ መጠቀም ይቁምየከሰሩ ፖለቲከኞች በሚያደርጉት ቆሻሻ ስራ ህዝባዊ የሆኑ እና ሃይማኖታዊ በዓላትን ለፖለቲካ አላማ መጠቀም አሳፋሪ ነው።ፅንፈኞች የቆሸሸ እጃቸውን እስከ...
16/09/2023

ህዝባዊ በዓላትን ለፖለቲካ መጠቀም ይቁም

የከሰሩ ፖለቲከኞች በሚያደርጉት ቆሻሻ ስራ ህዝባዊ የሆኑ እና ሃይማኖታዊ በዓላትን ለፖለቲካ አላማ መጠቀም አሳፋሪ ነው።

ፅንፈኞች የቆሸሸ እጃቸውን እስከ #ሀይማኖታዊ ቦታ ድረስ በማድረስ ሀይማኖታዊ በዓላትን ወደ ለፖለቲካ ትርፍ ለመጥለፍ እንደሚሰሩ የታወቀ ነው።

በዚህ ሂደት ውስጥ ደግሞ አንዳንድ ሃይማኖታዊ አባቶች መኖራቸው የሚያሳዝን ነው።

#ጃውሳ


ኢትዮ 360 ፔንሲዮንየአማራን ፖለቲካ ሽባ ያደረጉት እነ ሀብታሙ አያሌዉ አዲ አገልግሎት መጀመራቸዉን አስተዉቀዋ ፡፡ ይህም ስራ የተለየዩ ፔንሲዮኖችን መቃኘት እና ያልተያዘ አልጋ መለየት ነዉ...
16/09/2023

ኢትዮ 360 ፔንሲዮን

የአማራን ፖለቲካ ሽባ ያደረጉት እነ ሀብታሙ አያሌዉ አዲ አገልግሎት መጀመራቸዉን አስተዉቀዋ ፡፡ ይህም ስራ የተለየዩ ፔንሲዮኖችን መቃኘት እና ያልተያዘ አልጋ መለየት ነዉ ፡፡ ትግሉ ከ 4ኪሎ ወደ ፔንሲዮን ተዘዋዉሯል፡፡

#ጃውሳ


ሩጫዉን እየጨረ ያለዉ ጃዉሳ ህዝባዊ መሰረት ማጣት፣ ስንቅ ጨርሶ በረሃብ መጠበስ በዛ ላይ የመከላከያ ቅንድ ሲጨመርበት ጣረ ሞቶ ዉስጥ የሚከት ነገር ነዉ።  #ጃዉሳዉ ያለችዉ በዚህ ሁኔታ ዉስ...
15/09/2023

ሩጫዉን እየጨረ ያለዉ ጃዉሳ

ህዝባዊ መሰረት ማጣት፣ ስንቅ ጨርሶ በረሃብ መጠበስ በዛ ላይ የመከላከያ ቅንድ ሲጨመርበት ጣረ ሞቶ ዉስጥ የሚከት ነገር ነዉ። #ጃዉሳዉ ያለችዉ በዚህ ሁኔታ ዉስጥ ነዉ።

የሚያሳዝነዉ ታዲያ #የፅንፈኞቹ ሚዲያ #ጃዉሳዉ ድል እያገኘ እንዳለ እየነገሩት የሚያልቀዉ ወጣት ነዉ።

የጃዉሳዉ ነገር እንደመረረዉ በይፋ ስንቅ በመከልከል አሳይቷል። #ህዝባዊ መሰረት የሌለዉ ደሞ የሰፈር ሽፍታ ሆኖ መቅረቱ ነዉ። እንግዲህ የሚላስ የሚቀመስ የለም ቅ*ል ከምትበላ አርፈህ ወደ ቤት ተመልሰህ በሰላም ብትኖር የተሻለ ነዉ ባይ ነኝ።

#ጃውሳ



#ጃውሳ


የሽሮ ድንፋታ አሉ #በ24 ሰአት ውስጥ አራት ኪሎ ቤተመንግስት እገባለሁ ብሎ ሲፎክር የነበረ ጃውሳው ብድን አሁን ላይ ከህዝቡ ምንም አይነት ድጋፍ ባለማግኘቱ ለረሓብ እና በተባይ ለመበላት ተ...
15/09/2023

የሽሮ ድንፋታ አሉ
#በ24 ሰአት ውስጥ አራት ኪሎ ቤተመንግስት እገባለሁ ብሎ ሲፎክር የነበረ ጃውሳው ብድን አሁን ላይ ከህዝቡ ምንም አይነት ድጋፍ ባለማግኘቱ ለረሓብ እና በተባይ ለመበላት ተዳርጓል😁😁😁።

ይሄ #ጃውሳ ቡድን በኢትዮጵያ ህዝብ ላይ የያዘው የንቀት ቋም አሁን ለደረሰበት #ውድቀት እና #ውርደት ዳርጎታል።

ይሔን #ፅንፈኛ ቡድን አሁን ላይ እተፍረከረከ እና ግማሹ እየከዳ እንደሆነ መረጃዎች አሉ ነገር ግን በንጹሃን ደም የሚነግደው የሚዲያው ክንፍ ግን እስካሁን ጃውሳው ተቆጣጠር ያላቸው ቦታዎች ቁጥር ስፍር የላቸውም።

🎯በቅማል ከምትበሉ እና በረሃብ ከምትማቅቁ በሰላማዊ መብንገድ ወደህዝቡ ተቀላቀሉ እና ሰርታቹ ቡሉ🎯

#ጃውሳ


 #ጃውሳ እየተራበ እና ከፍተኛ  #የመከላከያን ምት መቋቋም አቅቶት በየአቅጣጫው እየተበተነ ይገኛል!የአማራ  #ወጣት ሆይ ዛሬም ከሀገር መከታው የኢትዮጵያ ሰራዊት ጋር በማበር ሀገርህን ብታለ...
15/09/2023

#ጃውሳ እየተራበ እና ከፍተኛ #የመከላከያን ምት መቋቋም አቅቶት በየአቅጣጫው እየተበተነ ይገኛል!

የአማራ #ወጣት ሆይ ዛሬም ከሀገር መከታው የኢትዮጵያ ሰራዊት ጋር በማበር ሀገርህን ብታለማ እመክርሃለሁ። ለምን በከንቱ ትሞታለህ? የህዝብ ድጋፍ ከሌለህ በቃ ህዝቡን ይቅርታ ጠይቀህ ተመልሰህ ወደ ህብረተሰቡ ተቀላቀል። #በቅማል እየተበላህ እና #እየተራብህ እስከ መች ትዘልቃለህ?

#ጃውሳ


ክብር በቀን በሌሊት ለሚዋደቅ መከላከያ ሰራዊታችን በሞቀ ቤት ሆነን ቤት ባፈራው በዓል ስናከብር በውጪ ለኢትዮጵያ ድንበር የሚዋደቅ መከላከያ በደጅ ነው ። እንደ እኛው ሁሉ ነገር የሚያምራቸው...
11/09/2023

ክብር በቀን በሌሊት ለሚዋደቅ መከላከያ ሰራዊታችን

በሞቀ ቤት ሆነን ቤት ባፈራው በዓል ስናከብር በውጪ ለኢትዮጵያ ድንበር የሚዋደቅ መከላከያ በደጅ ነው ። እንደ እኛው ሁሉ ነገር የሚያምራቸው ቢሆንም የሀገርን ፍቅር በማስቀደም ለኢትዮጵያ ሻማ ሆነው ለሚያበሩ መከላከያ ብዙ ምስጋና አለን ። መከላከያ የሀገር ጋሻና መከታ ለኢትዮጵያ ለምትከፍሉ መስዋዕትነት እናመሰግናለን ።


10/09/2023
Guyyaa Dhalootan,   Ashaaraa dhalootaa; dhalootaaf ifuu eegale!Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadiifi Hoggantoonni Olaa...
10/09/2023

Guyyaa Dhalootan, Ashaaraa dhalootaa; dhalootaaf ifuu eegale!

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadiifi Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Guutinsa Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa marsaa 4ffaa irratti Suuraan:

08/09/2023
Abbichuun mariif marabbaatti amana ‼️========== // ==========Yaadarimeen ida’amuu yaadama fi ilaalama yaada bal’aa kan o...
06/09/2023

Abbichuun mariif marabbaatti amana ‼️
========== // ==========
Yaadarimeen ida’amuu yaadama fi ilaalama yaada bal’aa kan of keessaa qabuu fi biyya akka biyya keenya rakkolee siyaasaa walxaxoo jaarraa hedduuf jaaraan hundee irraa hiikuuf mariin dhimma murteessa akka ta’e qabatamaan kan agarsiise. Seenaa hoggantoota biyya keenyaa keessaa Abbichuun nama jalqabaati. Dhibdeeleen siyaasaa biyya keenya keessa turanii fi jiran hiikamuu kan danda’anis mariif marabbaan akka ta’e hayyuu hojiin agarsiiseedha; Ragaan kanaaf dhiyaachuu danda’u wal dhibdee kaaba biyya keenyaa irra ture humnaan osoo hin taane mariin akka hiikkatuuf shoorri Abbichuun taphate olaanaa ture. Kanaaf Abbichuun dhibdee siyaasaa hiikuuf mariif marabbaatti amanaa kan jennuufi.

Tokkummaan sabaa biyya tokkoof dhimma murteessaadha ‼️====== // ======Sabni akka saba Oromoo ammoo tokko ta’uun ala fila...
06/09/2023

Tokkummaan sabaa biyya tokkoof dhimma murteessaadha ‼️
====== // ======
Sabni akka saba Oromoo ammoo tokko ta’uun ala filannoon jalqabaas ta’e dhumaa hin jiru. Oromoon barootaaf qabsoo hadhawaa kan taasiseef barcuma aangoo siyaasaa mootummaa giddu galeessaa to’achuu irra darbee biyya Abbaa isaa keessatti bilisaan jiraachuuf ture. Amma bara ilmi Abbaa gadaa biyya bulchu mirgoota qabsaa’aafi bahe mara gonfachuu dandaheeti jira. Injifannoo argate kana garaagarummaa fi walqoqqodinsa tokko malee tokkummaan hooggansa jijjiramaa fi jijjirama cinaa dhaabbachuun deeggaruu fi tumsuun sirna cimaa ijaarrachuu, diinagdeen of gahoomsuu fi saayinsiif tekinooloojii hidhachuu qaba.

Mul’annii Abbichuu fagoodha ‼️=============Dadhabbiinii fi ifaajjeen Abbichuu Itoophiyaa guddoo roga maraan jabaattee, n...
06/09/2023

Mul’annii Abbichuu fagoodha ‼️
=============
Dadhabbiinii fi ifaajjeen Abbichuu Itoophiyaa guddoo roga maraan jabaattee, nagaaf misoomaa si’ataa mirkaneessite, waltajjilee Idil_Addunyaa irratti sagalee dhageessifachuu dandeessu fi biyyaa badhaate uumuudha.qabsoo Abbichuun ilmaan biyyaa of jalatti hiriirsisuun taasisaa jiru waan laayyootti fi dhyootti dhaabbatu miti. Yaadama ida’amuun badhaadhina Itoophiyaa erga mirkaneessee, nagaa godina gaanfa Afrikaa barootaaf hammacamaa bahe hiikuus dhawwatadhawwataan itti fufa; Itoophiyaa irra deebiin Ulfina gurrachotaa ol kaastu dhugoomsuuf qabsoo hadhooftuutti jira. Kanaafi mul’anni isaa as mitii kan jennuufi.

Abbichuun egeree Itoophiyaatti abdii h**e ‼️=========== // ============Kan argatanirra kan abdataniitu caalaa jedhu dur ...
06/09/2023

Abbichuun egeree Itoophiyaatti abdii h**e ‼️
=========== // ============
Kan argatanirra kan abdataniitu caalaa jedhu dur warri keenya yeroo mamaakan. Abbichuun abdii dhaloonni biyya isaa irraa qabu daran akka dabaluuf hojii seenaan kaasee haasa’u ol kaa’ee jira. Tarsiimoon Abbichuun hordofu diina xiqqeessuun fira baay’isuun tattaffii biyyattiin guddinaaf taasiftuuf gumaacha olaanaa taasisaa jira. Kana bira darbuun tapha Abbichuun gama diploomaasiin taphatee galii inni galche gumaaan hegeree biyyattii sadarkaa olaanaa irraan gahee jira. Itoophiyaan biyya guddinaaf badhaadhinaaf cimtee dalagaa jirtuu fi gidduugala siyyaasa diinagdee Afrikaanotaa akka taatu shakkiin tasa hin jirtu.

"Wanti namatti tolu nuti waan karoorsine ni raawwanna!" - Muummee Minsteera Dr. Abiyyi Ahimad.============== // ========...
06/09/2023

"Wanti namatti tolu nuti waan karoorsine ni raawwanna!" - Muummee Minsteera Dr. Abiyyi Ahimad.
============== // ==============
Qormaatilee addaa garaa bakka bakkaa fi akka akkaan dabareen nurratti walfuranis nuti akka paartiitti karoora qabannee mara haala nama aja’ibsiisuun milkeessaa jirra.qormaatuma gidduuttii hegeree badhaadhina biyya keenyaa hojiilee miidhaksanii fi fayyadamummaa hawwasa keenyaa kanneen ol kaasaan injifannoolee gurguddaa galmeessifnee jirra. Itoophiyaa yaadama ida’amuunii fi ilaalama yaada haaraan tarrisa biyyoota guddataniitti dabaluuf hooggansi Abbichuun keennaa jiru waan dinqisifatamuu qabuudha.

Abbichuun urjii jaarraa 21ffaati ‼️=== // ===Dhaloonni dhiibbaa uumu baraaf jaarraa keessatti numa ka’a.Hiree ishee ta’e...
06/09/2023

Abbichuun urjii jaarraa 21ffaati ‼️
=== // ===
Dhaloonni dhiibbaa uumu baraaf jaarraa keessatti numa ka’a.Hiree ishee ta’ee jaarraan keessa jirruu jaarraan kunis hayyuu, goota, Abbaa falasamaa. Abbaa saayinsii waraanaan dilbii,badhaafamaa loreeta nagaa Addunyaa, loltuu, barreessaa, gamnaa fi gameessa Dr. Abiyyi Ahimad nuuf gumaachitee jirti! Waan keessaa isa dhabduu fi waan keessa isa moggessitu takkahuu hin qabdu. Inni nama jaarraa kanaaf Addunyaaf kennameedha.

Dhumni Shanee salphina keessummeessu dha ‼️============ // ============Shaneen diina angafa uummata Oromooti! Bara uumma...
06/09/2023

Dhumni Shanee salphina keessummeessu dha ‼️
============ // ============
Shaneen diina angafa uummata Oromooti! Bara uummanni Oromoo dhiitta mirga namooma mootummoota darban irratti raawwacha ture jala bahe mirga bilisan jiraachuuf mirga hiree isaa ofiin murteeffachuu irra jirutti uummata kan gidirsuun diinummaa gudda uummata Oromoof qabaachu Shanee ibsa! Kan uummataaf qabsaa’u uummata hin saamu, hin gidirsu akkasumas haadha hiyyeessaf qonnaan bulaa humnaan maallaqa hagasi fidi jedhe hin gaafatu! Shaneen garuu diina uummata Oromoo dinagdeen laamshessuuf deemtu diina uummanni Oromoo mootummaa waliin ta’un dhabamsiisuu qabu dha.

Dhumni Shanee salphina kana fakkatu keessummeessu dha! Imimmaan haadha hiyyeessa ganaa kana caala akka isaan salphina guddaa keessummeessaan isaan taasisa! Gootichi Raayyaa Ittisa walitti guure aduutti qaquu isaa itti fufa.

Address


Telephone

+251936287030

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tulema general Assembly media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share