Oromof Oromia & African unity times press

  • Home
  • Oromof Oromia & African unity times press

Oromof Oromia & African unity times press Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromof Oromia & African unity times press, Media/News Company, .

Mana akkanaa gaafa jartee waan feete jadhi
05/03/2023

Mana akkanaa gaafa jartee waan feete jadhi

08/02/2023

πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Karaalee milkaa'inaa
(Ways of success)

1:Ofitti amanamummaa
2:Kaayyoo qabaachuu
3:Fuulduraatti tarkaanfachuu
4:Tarkaanfii fudhachuu
5:Namoota biroo jajjabeessuu
6:Itti gaafatamummaa fudhachuu
7:Hojitti amanuu
8:Obsa qabaachuu
9:Yerootti fayyadamuu
10:Haala rakkiisaa mijjeessuu

 πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
08/01/2023


πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Hulaan gammachuu takka Yeroo cufamte, tan biraatu banama, garuu nuti Yeroo hedduu daddeebinee hulaa nurraa cufamte San Waan laalluf tan nuf banamte San hin agarru.

Baga ayyaana qilleetin isiin gahe
07/01/2023

Baga ayyaana qilleetin isiin gahe

23/10/2022
21/10/2022
Enyummaa kee hin jijjiirin Maallaqni yoo dhabamee humaa hin dhabamne garuu amalli gaariin(tsabayiin)  yoo dhabamee garuu...
21/10/2022

Enyummaa kee hin jijjiirin

Maallaqni yoo dhabamee humaa hin dhabamne garuu amalli gaariin(tsabayiin) yoo dhabamee garuu wanti tokko hir'ate jachudha fayyaan yookiin enyummaan yoo dhabamee homtuu hin jiru. kan jadhuu afoola dur durii tokkootu jira

Addunyaa kanarra yommuu jiraattu hangam gammadaa taatus gammachuun san akka darbuu hin dagatiin hangam takka gaddituus gaddi san akka darbuu hin dagatiin. gartee qomoo koo mudannoo haamtuu si mudate san enyummaa kee akka jijjiiruu gonkumaa hayyamuufi hin qabdu.
Pajii kana Follow , share fi like naaf godhaa galatoomaa Ulfaadhaa

αˆ›αŠ•αŠα‰΅αˆ…αŠ• αŠ α‰΅α‰€α‹­αˆ­

αŒˆαŠ•α‹˜α‰₯ αŠ¨αŒ α‹ αˆαŠ•αˆ αŠ αˆαŒ α‹αˆα€ αŒ€αŠ“ αŠ¨αŒ α‹ α‹¨αˆ†αŠ ነገር αŒŽα‹΅αˆαˆ αˆ›αˆˆα‰΅ αŠα‹α€ ፀባይ α‹ˆα‹­αˆ αˆ›αŠ•αŠα‰΅ αŠ¨αŒ α‹ αŒαŠ• αˆαˆ‰αˆ ነገር α‹¨αˆˆαˆ!" α‹¨αˆšαˆ αŠ αŠ•α‹΅ αŒ₯αŠ•α‰³α‹Š αŠ α‰£α‰£αˆ አለፒ

α‰ α‹šαˆ… አለም αˆ΅α‰΅αŠ–αˆ­ αˆαŠ•αˆ α‹«αˆ…αˆ α‰₯α‰΅α‹°αˆ°α‰΅ α‹« α‹°αˆ΅α‰³ αŠ₯αŠ•α‹°αˆšα‹«αˆα αŠ α‰΅αˆ­αˆ³α€ αˆαŠ•αˆ α‹«αˆ…αˆ α‰₯α‰³α‹αŠ• α‹«αˆ αˆ€α‹˜αŠ• αŠ₯αŠ•α‹°αˆšα‹«αˆα αŠ α‰΅αˆ­αˆ³α’ αŠ α‹¨αˆ… α‹ˆα‹³αŒ„ α‹¨αˆšαŒˆαŒ₯αˆ™αˆ… መαŒ₯ፎ αŠ αŒ‹αŒ£αˆšα‹Žα‰½ αˆ›αŠ•αŠα‰΅αˆ…αŠ• αŠ₯αŠ•α‹²α‰€α‹­αˆ©α‰΅ α‰ αααˆ αˆ˜αα‰€α‹΅ α‹¨αˆˆα‰₯αˆ…αˆ!

17/10/2022
15/10/2022

Oromo have a very rich culture defined by everything from Oromo language, religion, cuisine, social habits, music and arts. Today, the Oromo culture is influenced by the many factors of life and fostered by the size of the population and large land areas with diverse climatic conditions. One highly developed self-sufficient system which has influenced every aspect of Oromo life is the Gadaa system. It is a system that organises the Oromo society into groups or sets (about 7-11) that assume different responsibilities in the society every eight years. It has guided the religious, social, political and economic life of Oromo for many years, and also their philosophy, art, history and method of time-keeping.

The activities and life of each and every member of the society are guided by Gadaa. It is the law of the society, a system by which Oromo administer, defend their territory and rights, maintain and guard their economy and through which all their aspirations are fulfilled.

Address


Telephone

+251906166206

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromof Oromia & African unity times press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromof Oromia & African unity times press:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share