Melba Studio

Melba Studio Aartin ibsituu waan hundaati!

Sirbi wallisaa Deeman Darrib Gadhiifameera Seenaa daawwadhaa
25/01/2024

Sirbi wallisaa Deeman Darrib Gadhiifameera
Seenaa daawwadhaa

LYRICS IJOONSEENAA TOLEERARMELODY DEEMAN DARRIB & FIDAADOU ASHEETUU(DINAR'OL) ARG & MIX FIQAADUU ASHEETUU(DIINA'OL] MASTERING EYYOOB KAASAAWUN MODEL KENNAA A...

Baga milkoofte Deeman keenya
23/01/2024

Baga milkoofte Deeman keenya

03/10/2023
10/09/2023

Baga booqaa birraa nagayaan geessan!

08/09/2023

BAGA BOOQA BIRRAA GEESSAN!

Coming soon
27/03/2023

Coming soon

Adii Adii uffadhaaaIbidda Tulluu gubbaa ta’aa Halaalatti mul’adhaa
08/02/2023

Adii Adii uffadhaaa
Ibidda Tulluu gubbaa ta’aa
Halaalatti mul’adhaa

Sirba bareeda amma gadhiifame kana daawwadhaa
23/01/2023

Sirba bareeda amma gadhiifame kana daawwadhaa

New Afan Oromo Music Video 2023

Bara fakkaachurraUummata fakkaachuu wayya.
14/11/2022

Bara fakkaachurra
Uummata fakkaachuu wayya.

Har’a galgala gadhiifamaKaraa YouTube daawwadhaa
05/11/2022

Har’a galgala gadhiifama
Karaa YouTube daawwadhaa

Wallisaa   sirba Aadaa bareedaa   jedhu yeroo dhiyootti qabatee dhufaa jiraHaa simannu Nagaadhan koottu jabaa keenya.
31/10/2022

Wallisaa sirba Aadaa bareedaa jedhu yeroo dhiyootti qabatee dhufaa jira
Haa simannu
Nagaadhan koottu jabaa keenya.

Lash godhi xallaa
16/10/2022

Lash godhi xallaa

29/06/2022

Sinbo Fikadu and Beka Fikadu New Afan Oromo music video

Nagaadhan koottu
24/06/2022

Nagaadhan koottu

  jechuun kan beekamu Wallisaa Urgeessaa Isheetuu amma immoo sirba haaraa   jedhuun dhufaa jira.Baga milkoofte urjii.
23/06/2022

jechuun kan beekamu Wallisaa Urgeessaa Isheetuu amma immoo sirba haaraa jedhuun dhufaa jira.
Baga milkoofte urjii.

30/03/2022

Raaseraase

14/03/2022

Dureettii Abdiisaa
Waa'ee Haacaaluu Hundeessaa akkanatti ibsiti.
Guddadhu bareedduu tiyya.

04/03/2022

Dureettii Abdiisaa

23/02/2022

Bulloon garmaamu tola.

Garaa jabinni amma kana gahu Eessaa dhufe garuu???? Yaa dhala namaa!!
10/02/2022

Garaa jabinni amma kana gahu Eessaa dhufe garuu????
Yaa dhala namaa!!

Sirba hedduu namatti tolu, kan seena fi ergaa cimaa of keessaa qabu Wallisaa Bilisummaa Raggaasaatiin. Seennee haa Daaww...
07/02/2022

Sirba hedduu namatti tolu, kan seena fi ergaa cimaa of keessaa qabu Wallisaa Bilisummaa Raggaasaatiin.
Seennee haa Daawwannu.
https://youtu.be/n3KgJNlSK7U

Numuu harka ofiin Waan facaasee haammataa Dhuftuu abbat ilaallaataa....

https://youtu.be/tO7ZQV6ADtI
20/01/2022

https://youtu.be/tO7ZQV6ADtI

Fiqaaduu Asheetuu - Imaltuu - ፍቃዱ እሸቱ - ኢማልቱ - New Ethiopian Oromo Music Video 2021 (Official Video)New Ethiopian Muisc: New Ethiopian Oromo Music From Fiqaa...

20/01/2022

Baga Baatan

Si dhabuun baay'ee ulfaata. Boolla kee Daadhin haa guutuNagaan boqadhu Goota keenya.
20/01/2022

Si dhabuun baay'ee ulfaata.
Boolla kee Daadhin haa guutu
Nagaan boqadhu Goota keenya.

Wallistuu sagaleen kiilolee   baga milkoofte nagaadhan  koottu.
07/01/2022

Wallistuu sagaleen kiilolee baga milkoofte nagaadhan koottu.

Address

Oromia
Sululta

Telephone

+251911382771

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Melba Studio posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Melba Studio:

Videos

Share



You may also like