23/11/2024
Godina Shawaa kaabaa keessaa Aanota Naannoo Amaaraan daangeffaman‼️
'aa
dabalatee, aanota Naannoo Amaaraan daangeffamaniidha. Salphaatti diinaaf saaxilamuu malu. Xiyyeeffannoo guddaa barbaadu. 👌👌
Daangaan Oromiyaa nuuf yaa kabajamu!
Dhugaan uummata Salaalee yaa barbaadamu‼️
Oromiyaaf nagaan yaa bu'u‼️