Yoomiis ketii oromiyan

Yoomiis ketii oromiyan Bara Birraan Bari'ee Birraan osoo hin Bari'iin Bariin Hojjachuu Qabna ❤💚❤Allah is one oro muslim🔯 Ani biyyaa koof maliin godhee

Hijaabas ni uffanna‼Niqaabas ni dabalannaBarnootas ni barannaIslaammuummaan Amantaa beekumsaati ‼Duris ummanni musliimaa...
31/10/2024

Hijaabas ni uffanna‼
Niqaabas ni dabalanna
Barnootas ni baranna

Islaammuummaan Amantaa beekumsaati ‼
Duris ummanni musliimaa
karorrii isaanii beekumsa
Qarominaan hunda caalaa
warra kaan hunduma dursa
Nabii khenya (SAW) qaromina
Adunyaadhaaf ture Rabsaa
Abbaaf abaabilee qabna
Hayyuu waa uumu beekumsaan‼

Hijaabni qaamaa keenya sattara malee , sammuu teenya hin haguugu. inumaa qabxii bareedduu fiduun numa biratti hafte. Warra amantaa ifii jabeeyfate kan dhalootni namuusa irraa baratu sani nuti Shammarran Islamaa‼

Islaamni ummata qaroomaadha‼
Gamaa barnootaatinis yoo tahe durii jalqabee warraa seenaa gaggaarii galmeeyseee dhalootaaf dabarse nuti! Kanaaf mirgi Shammarran islaama kabajamu qaba! Hijaabni keenya tuqamuu hin tahu. Nuuf Amantaadha, nuuf khabajaadha‼

✍️ Haasaa keessatti qoosaan akka fakkeenya sooqidda/ashaboo nyaata keessaati…Sooqiddi nyaatatti yoo guddates nyaatatu ba...
24/10/2024

✍️ Haasaa keessatti qoosaan akka fakkeenya sooqidda/ashaboo nyaata keessaati…
Sooqiddi nyaatatti yoo guddates nyaatatu bada, yoo keessaa hafes nyaachuu hin dandeessu….!!

Aalima guuddaa Ibnu_Useymin (Rahimahullaah) irraa isiniif gumaache….

20/10/2024
16/10/2024

Namni Hanguma Kishni isaa Jidha Dubbiin isaa Dhagayamti sila Tujjarrii Da'awa Godhe Hundii Ni salaata

Abbootii qabeenyaa ummata Itiyoophiyaa Mil. 120 ol keessaa sadarkaa warqiin badhaafamuu fi galata Muummicha Ministeeraa ...
11/10/2024

Abbootii qabeenyaa ummata Itiyoophiyaa Mil. 120 ol keessaa sadarkaa warqiin badhaafamuu fi galata Muummicha Ministeeraa Dr Abiyyi Ahmad irraa argachuun Sh Jamaal Aliyyii Abdullaah seenaa dalaganiiru.

Guyyaan kuni dadhabbii fi tattaafii waggaa 25 ol boodaan,hojii kuulii irraa hanga Abbootii qabeenyaa miliyoonota dhibbaatamaan Gibira mootummaa sirnaan kafaluutiin,dhaabbilee gurguddoo biyya kanaa heddu dursuun sadarkaa badhaasa warqii kaasaniiru.

Beekumsaa fi hayyummaa,namummaa fi obsa qabeessa ta’uun eessa jira jennee gaafannee Sh Jamaal Aliyyii biratti agarre.

Nama bakka irraa fuudhuu fi bakkatti baasu beeku biratti,qabeenyi akkuma aananii fi bassoon walitti dhangalaateeti.

Ergamaan Rahmaan (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) Sahaabticha Amri Bin Al-Aasiin akkana jedhan”; Yaa Amru! Qabeenyi gaariin nama gaarii biratti ee waa bareede !!! “ jedhaniin.
رواه البخاريّ في الأدب المفرد

Kanaa Olitti Arguuf Jirra! Inshaallah

29/09/2024
The Gunners
28/09/2024

The Gunners

26/09/2024

Akka gabaasa World population'tti
Guyyaadhatti nama 170,791
Sa`aadhatti nama 7,116
Daqiiqaadhatti nama 119
Second 1 keessatti nama 2 oliitu
Duniyaa irraa gara aakhiraa deema.

Kanaaf daqiiqaa dhufee dabru cufa nama hedduutu duniyaa irraa deemaa jira.

Guyyaa duniyaa tanarraa deemuun nutti dhufte Rabbi khaatimaa nuhaa toolchu!

Ta'uuf kophaan jira Deemuuf Qorraa  jira Birrii male Qorriis Barris  nama Hin  fuusisuu Qorri Qoraasuma  Dhiraati Maal M...
21/08/2024

Ta'uuf kophaan jira Deemuuf Qorraa jira Birrii male Qorriis Barris nama Hin fuusisuu Qorri Qoraasuma Dhiraati Maal Mallisa

"mootii Saudii Arabiyaa bulchu kun akkas jedhe" na ajjee-su, an lu-bbuu koo'tifan sod'aadha""diqaltichii amerikan kesse"...
16/08/2024

"mootii Saudii Arabiyaa bulchu kun akkas jedhe" na ajjee-su, an lu-bbuu koo'tifan sod'aadha""diqaltichii amerikan kesse

"Dhimma ts-iyoo'ntittii izr'aa'il ilaalchisee yoon kana caa'laa dee'me lubb'uu koo'tifan sodaadha.

Ani izraa'il wajjin hojjachuun barbaada! garuu jarri ajj'ee'suu barbaadu jedheera ! A'jjee'ch'aa Iz'raa'il lammilee Falas-xiin irratti raawwattu isiniyyuu dhaabsisuu hin dandeessanu jechuun miseensota kongirasii Ameerikaa biyya isaa daawwataa jiranutti akka daa'ima abbaa isiitti himattuutti himateera.
Eenyu akka ta'e garuu hin Ibsine!!

Muhaammad Bin Salmaan mootii Saudii Arabiyaa dhaa-laa Abbaa isaa ta'ee biyya kabajmtuu sana bulchaa dubbii qaa-nisaa akkanaa yeroo dubbatu kun kan jalqabaati.

Muhaammad Bin Salmaan yaada qaa-nessaa kana tasuma hin kennine!

Caasaan mootii Saudii Arabiyaa humnoota Ameerikaa fi Tsiy'oon'tittii Izr'aa'iliin kan hogganamu ta'uu dubbiin Muhaammad Bin Salmaan ragaa guddaadha !

30/07/2024

HALKAN GURRACHAN DURBA GURRATTI JIIMA GURACHA BUNA GURRACHA WAJJII MIRQANNII AKKAM

Address

Adama
Shewa

Telephone

+251935460706

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yoomiis ketii oromiyan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Yoomiis ketii oromiyan:

Videos

Share