Lemi Geleta Jabessa

Lemi Geleta Jabessa A healthy environment that is conducive to living and working! Prior to my live, I studied at the University of Wollega where I received B.Sc.

I am a IPDC, Bole Lemi Industrial park based Environmental and Social Safeguard Specialist and Consultant BLIP Industrial park of Effluent treatment. degree in Environmental Science, in 2012 and I studied post graduate at the Ambo University where I earned M.Sc. degree in Environmental Science
Born and raised in Oromia region Ethiopia, I also have experience working in the environment and Socia

l impact Assessment (ESIA), Environmental and social management system(ESMS), Zero discharge liquid waste and most recently as Upward ZDHC (Zero discharge hazardous Chemical) at IDH Sustainable trade initiative, Netherland.

20/08/2024

Send a message to learn more

20/08/2024

Barata Yuunivarstii

Jeequmsi yeroo qorumsa mul'atu kan warraa qo'atan jiddutti barattoonni hedduun gombifamanii barreeffama yeroo funanaan, qubee waliin yeroo wal'aansoo qaban mana kitaabaa keessatti kan muganis arguun haarayaa miti.

Barataa huccuu t_shirt cuftuun isaa wal jala darbee tuffatu,dargaggeessa surree ziippiin hin cufamiin uffatte kaatu , fiigichaan deemsa wal hin caalleen kan tarkaanfatan, gootota mana kitaabaa kitaaba fudhatan osoo hin deebisin warra deemanii, meeshaa itti nyaatan mana nyaataatii fudhatanii gara doormii kan deeman.......
Lemi Geleta Jabessa
Dogoggora Qubeef na ofkaalchaa!!
---------------------------

07/05/2024

Telila Gutema
Messages from Eng. Telila Gutema

Maqaalee Xayyaarota Itoophiyaa Beekkamoo?🥲
♦️➖➖➖➖➖➖➖
Xayyaarota Itoophyaa gurguddoodhaaaf addatti maqaaleen moggaasaa ittiin beekkaman akka armaan gadiitti moggaafamanii hanga hardhaa tajaajila irra jiraachuu icciitii saaxileera.
Injiinarichi gaaffiif deebii Mo'aa TV waliin taasise keessatti Manichi olaantummaa saba kamii jala akka jiru maqaaleen asii gadii kun agarsiiftuudha jedheera.
Ani Maqa Abdiisaa Aagaatiin biiroo kiyya moggaasuun akka saree roobaatti akka na ilaalan godhee ture jedha Injiinarichi....
Maqaaleen buufatni Xayyaara Itoophiyaa hanga hardhaatti fayyadamaa jiru Afaan Oromootiin barreessuuf waan hin mijanneef akka armaan gadiitti Afaan mijatuun barreessineerra.
---
1)ET-AYM....ኢትዮጵያ
2)ET-AUC....አቢሲኒያ
3)ET-AOR....አዲስ አበባ
4)ET-ASK...ራስ ዳሽን
5)ET-AOO....ጣና ሀይቅ
6)ET-ASG...ላሊበላ
7)ET-AOP...ንግስት ሳባ
😎 ET-ATQ....የሰሜን ተራራ
9) ET-AUA...የሰሜን ቀበሮ
10)ET-AOT...ዋልያ አይቤክስ
11)ET-AZI...አደይ አበባ
12)ET-ATK...መለስ
13)ET-AZN...አድዋ
14)ET-ANN...ብሉ ናይል
---------
Maqaaleen olitti tarreeffaman ganda tokkoofi saba tokko qofa kan bakka bu'an yoo tahu sabaafi sablammiileen biyyattii dhaabbaticha keessatti beekkamtii kan hin qabne, tahuu ifatti kan agarsiisu yoo tahu Maqaa Hoogganaan damee isaa moggaase(Inj.Taliilaan ) Damee Abdiisaa Aagaatiin moggaasuu isaatiif ammayyuu gatii isa kafalchiisuu nuuf eere.
Sabaaf Sablammiillee biyyattii Kabaja dhabuun dhaabbatichi olaantummaa saba tokkoo harka jiraachuu agarsiiftuu akka taheefi saboota akka Oromoo tattaafachaa jiran Inj.Talilaan fa'a dhaabbaticha keessatti hojjachuufuu rakkachaa jiraachuu kan itti mirkaneeffanneedha.
Rakkoo dhaabbatichi qabu yeroo garagaraatti deeddeebinee ummata hubachiisuuf maaliif godhaa turre keessatti dhaabbata biyya keenyatti maaliif duultu jedhee as garagalee nurratti duulaa turan.
Kanas tahee sana dhaabbileen federaalaa baayeen ija garaajalaatiin hordofamanii sirraayuu qabuun dhaamsa kooti.
Sabootaafi sablammoota biyyattiif kabajatu mala!

Send a message to learn more

02/10/2023

!

Moggaasni maqaa godina gara akka jijjiiramuuf sochiin eegalame maali?
“Fedhiin hawaasaa ‘seenaan keenya hundi kan beekamu Salaaleedhaani. Kanaaf Salaaleetti deebi’ee maqaa ganamaatiin waamamuu qabna’ kan jedhudha,” jedhan Aadde Meeroon Mokonnin.
***
Salaalee maqaa seenaa uummata keessatti haalaan beekamu, kan weellistoonni irra deddeebiin weellisaniif akkasumas gootonni mirga uummataaf qabsaa’an ittiin waamamanidha.
Salaalee maqaa lafaa yemmuu ta’u, yeroo dheeraaf ittiin waamama iddoo yeroo ammaa Godina Shawaa Kaabaa jedhamuuti.
Bara 1983 irraa eegalee maqaansaa Salaalee irraa gara Shawaa Kaabaatti jijjiirame kana gara maqaasaa duriitti deebisuuf sochiin eegalamuu Waajjirri Aadaa fi Tuurizimii Godinichaa beeksisee jira.
Aaddee Meeroonis, “Bara 1983’tti Shawaa Kaabaatiin waamamuu kan jalqabe. Nannoon kuni hundi Salaaleeni kan beekamu. Hawaasni naannoo kanaa ammallee iddoo biraa yeroo deemu ‘Salaale’ jedhee of waama malee ‘Shawaa Kaabaa’ jedhee miti” jedhan.
!

02/10/2023

Afaan_Amaaraa dubbachuu fi barreessuu hin dandeenye hojjechuu akka hin dandeenye ifoomse!

Biiroon Barnoota Magaalaa Shaggar beeksisa qacarrii gaggeessu keessatti dandeettii Afaan Amaaraa ulaagaa gochuu gaafate jira.

keessatti ogeessi Afaan Amaaraa hin dubbanne tokko qaxarramee hojjechuu hin danda'uu, Ummataaf Tajaajilaa Afaan Amaaraattin akka kennamu taasiisuufi; Aadaa fi Afaan ummaticha akka hin guddane gochuuf irratti hojjecha jiru.
ragaa keenyaa beeksia Qacarriif basee dha!

Address

Gedo
Shewa

Website

http://linkedin.com/in/lemi-jabessa-972315241

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lemi Geleta Jabessa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Lemi Geleta Jabessa:

Share