Oromian land press

Oromian land press Connect news with the people to create active citizen
https://youtube.com/?si=BpB_tGLJVPa4Bw-_

Balaa Ibiddaa Loosanjalasitti mudateen Lubbuun namoota 5 fi Qabeenyi Doolaara Ameerikaa biiliyoona 57 tti tilmaamamu bar...
09/01/2025

Balaa Ibiddaa Loosanjalasitti mudateen Lubbuun namoota 5 fi Qabeenyi Doolaara Ameerikaa biiliyoona 57 tti tilmaamamu barbadaa'uu ROUTIERS WORLD gabaaseera.

Suuraan tun maal himti? Milishichi qawwaa baadhatee deema. Garuu ammoo of  danda’ee laga ce’uu mannaa hiyyeessa dirqisii...
23/12/2024

Suuraan tun maal himti? Milishichi qawwaa baadhatee deema. Garuu ammoo of danda’ee laga ce’uu mannaa hiyyeessa dirqisiiswe gateetti yaabe. Maalif? Takkaa laga ce’uu waan hin beekneef sodaateeti. Yookin ammoo bishaan huccuu isaaa akka hin jiifne waan balfeef ilma namaa akka harreetti yaabee cehuu filate. Dimshaashatti suurichi kan himu tuutni angorra jirtu wallaaltuu, oftuultuufi sodaattuu yoo taatu, ummanni garuu dandeettifi humna cimaa qabaatus, doorsisa humna qawweetin baadhatee bulaa akka jiruudha. Kanaafuu akeekni qabsootis, takkaa milishichi gateettii ummataarraa bu’ee of danda’ee laga akka ce’u, didnaan ammoo ummatichi ba’aa kana laga keessatti ofirraa akka gatu dandeessisuudha.Team Jawar Mohammed

We regret to inform you that today’s scheduled book launch at Kenyatta International Convention Centre (KICC) in Nairobi...
19/12/2024

We regret to inform you that today’s scheduled book launch at Kenyatta International Convention Centre (KICC) in Nairobi has been postponed due to concerns raised by the venue’s management regarding the “size and safety” of the expected attendees at the last minute.

We will announce a new date as soon as an alternative venue is secured.

Thank you for your understanding. Team Jawar Mohammed

 'aana_Ajaa'ibaa!  Seensa Wanti namoota Muslima hin taane kitaabicha baay’ee itti dhiyeenyaan qorachaa jiran nama ajaa’i...
07/12/2024

'aana_Ajaa'ibaa!

Seensa

Wanti namoota Muslima hin taane kitaabicha baay’ee itti dhiyeenyaan qorachaa jiran nama ajaa’ibu tokko Qur’aanni waan isaan eegan ta’ee itti hin mul’atu.
Wanti isaan tilmaaman kitaaba durii jaarraa kudha afur dura gammoojjii Arabaa irraa dhufe qabu; akkasumas kitaabni sun kitaaba dulloomaa gammoojjii irraa waan akkasii fakkaachuu qaba jedhanii eegu. Sana booda immoo waan isaan eegaa turan tasumaa akka hin fakkaanne ni argatu.
Dabalataanis wantoota jalqaba namoonni tokko tokko tilmaaman keessaa tokko kitaaba durii gammoojjii irraa dhufu waan ta’eef waa’ee gammoojjii dubbachuu qaba. Tole Qur'aanni waa'ee gammoojjii ni dubbata - fakkiiwwan isaa tokko tokko gammoojjii ibsu; garuu waa'ee galaanaas galaana irratti obomboleettii keessa jiraachuun maal akka fakkaatu dubbata.

BY Dr.Gilly miller.
BY Oromian land press

Dear America  Donald J. Trump Maal irra jira?  Africa boolla dukkanaa jedhe 🤪😜
18/11/2024

Dear America Donald J. Trump Maal irra jira? Africa boolla dukkanaa jedhe 🤪😜

❤This is Ethiopia 🇪🇹 🇪🇹 Ethiopia is a country located in the Horn of Africa, bordered by Eritrea to the north, Djibouti ...
23/10/2024

❤This is Ethiopia 🇪🇹 🇪🇹

Ethiopia is a country located in the Horn of Africa, bordered by Eritrea to the north, Djibouti and Somalia to the east, Sudan and South Sudan to the west, and Kenya to the south. Here are some key points about Ethiopia:

1. Capital: The capital city of Ethiopia is Addis Ababa, which also serves as the political and cultural center of the country.

2. Population: Ethiopia is the second-most populous country in Africa, with a population of over 115 million people. It is a multi-ethnic nation with more than 80 different ethnic groups.

3. Language: Amharic is the official language of Ethiopia. There are also many other languages spoken throughout the country, reflecting its diverse ethnic makeup.

4. History: Ethiopia has a rich history and is one of the oldest countries in the world, with a history dating back thousands of years. It is the only African country that was never colonized by a European power.

5. Culture: Ethiopia has a unique cultural heritage that includes ancient traditions, music, dance, art, and cuisine. The country is famous for its distinctive cuisine, which includes injera (a sourdough flatbread) and various spicy stews.

6. Religion: Ethiopia has a long history

7. Economy: Agriculture is the mainstay of the Ethiopian economy, with coffee being a major export crop. The country has been experiencing economic growth in recent years, but poverty and underdevelopment remain significant challenges.

8. Landmarks: Ethiopia is home to many historical and cultural landmarks, including the rock-hewn churches of Lalibela, the ancient city of Axum, and the Simien Mountains National Park, a UNESCO World Heritage site known for its stunning landscapes and unique wildlife.

9. Recent Developments: Ethiopia has also been experiencing economic growth and infrastructure development

Palestine will be free
19/10/2024

Palestine will be free

08/11/2023

Mariin araaraa Waraana Bilisummaa Oromoo fi Mootummaa Itoophiyaa jiddutti jalqabuu dippiloomaatonni fi maddeen waraanaa OMNtti himan.

Mariin araaraa kun qondaalota waraanaa olaanoo gama lachuu akka hirmaachise kan ibsame.

Ajajaan olaanaan Waraana Bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa fi jilli itti gaafatamaa kutaa odeefannoo Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Geetachoo Guddinnaatiin durfamu marii araaraa kana irratti kan hirmaatan ta'uun ibsamee jira.

Dhimma kana ilaalchiisuu gama qondaalota mootummaa fi kan ABO-WBOti odeeffannoo dabalataa argachuuf OMN yaalii taasisaa jira.

Odeeffannoo dabalataa akkuma arganneen kan isin biraan geenyu ta'a.
Source: Oromia Media Network

08/11/2023

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Jeneral Abiy, Ketama Gidisa

04/11/2023

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ayano Imole, Gemechisi Husen, Lemi Dejene

30/10/2023
08/04/2023

ISLAM IS THE BEST!

08/04/2023

RAMADAN 17 THE DAY OF VICTORY! IN HISTORY OF ISLAM.

23/01/2023

Many countries are falling short when it comes to investing in public education.
Quality education is not a luxury - it is a human right.

Ahead of Tuesday's , learn about how the can help ensure inclusive, quality education for all. https://un.org/sustainabledevelopment/education/

23/01/2023

Seenaa rirmi hin nyaatu!!

Address

01
Shashemene

Opening Hours

Monday 02:00 - 03:00
Friday 00:00 - 02:45

Telephone

+251927238686

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromian land press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share