Oromia Voice

Oromia Voice Badhaadhinni hundaaf hundi badhaadhinnaaf

08/11/2024
17/10/2024
15/10/2024
15/10/2024
 ****************Inistiitiyuutiin leenjiifi Qorannoo Ispoortii Atleet Daraartuu Tulluu kutaa magaalaa Sulultaatti ijaara...
18/07/2024


****************
Inistiitiyuutiin leenjiifi Qorannoo Ispoortii Atleet Daraartuu Tulluu kutaa magaalaa Sulultaatti ijaarame bakka Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa arganitti eebbifame.

Ijaarsi Inistiitiyuutii kanaa bajata mootummaa Birrii biiliyoona 1.5’n hojjetame.

Inistiitiyuutichi gamoowwan adda addaa 40 ol kan qabuufi leenjitoota 800 yeroo tokkotti leenjisuu danda’a jedhmeera.

💥 vacation time 💥
06/07/2024

💥 vacation time 💥



Liigiin Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa humna dandeettii raawwachisummaa dubartootaa  cimsuuf guyyaa har...
26/06/2024

Liigiin Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa humna dandeettii raawwachisummaa dubartootaa cimsuuf guyyaa har'aa hojjeettoota dubartootaa Waajjira paartii badhaadhina Damee oromiyaa keessatti argamaniif mata duree gahee dubartootaa baadhaadhina mirkaneessuu keessatti jedhuu fi gaggesummaa irratti leenjii kenne.
Leenjii kanarratti Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti Itti gaafatamtuun Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Adde Saamiyaa Abdallaa, I/G damee hojiwwan Tarsima'aa Obbo Shimalis Kabadaa fi I/A damee Ijaarsa Aadaa Dimokraasii Obbo Jagnaaw Gizaaw Dabalee argamuun haasaa taasisaniiru.
Leenjiin kunis karaa Addee Addunyaa Ahimad, Miseensa Koree Giddugala Paartii Badhaadhinaa fi Ogeessaa fi Leenjiistu Seeraa mata duree Saayinsii bulchiinsa fi gaggeessummaa fi gahee dubartootaa imala Badhaadhinaa eegalle milkeessuu keessatti jedhurratti kennameera.

በማዕከላዊ ኢትዮጵያ ክልል -ሀላባ ዞን -አቶቲ ኡሎ ወረዳ -ጉባ ሸራሮ ቀበሌ - የበቆሎ ክላስተርየክልሉ ግብርና ቢሮ
26/06/2024

በማዕከላዊ ኢትዮጵያ ክልል -ሀላባ ዞን -አቶቲ ኡሎ ወረዳ -ጉባ ሸራሮ ቀበሌ - የበቆሎ ክላስተር

የክልሉ ግብርና ቢሮ

  ni misoomsina!
26/06/2024

ni misoomsina!

26/06/2024

Biqiltuu dhaabuun uumamatti araaramuudha
Abiy Ahmed Ali

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Voice posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromia Voice:

Share