20/02/2025
Hubannootaaf!!
SEERA 48 AANGOO.
Kitaaba Roobart Giriin barreeffame kan haala adda addaa keessatti Aangoo Argachuu fi Eegachuuf Tooftaalee Waliin Taasifaman dhiyeessu.
Kunoo gabaabinaan Seerota 48 isiniif dhiisa:
1. Hogganaa Hin Caalin: Superiors kee akka Superior ta'an akka itti dhaga'amu godhi. Talent kee garmalee hin saaxilin yookaan Insecurity isaanii Trigger gochuu dandeessa.
2. Hiriyaa baay’ee hin Amanatin, diina keetti fayyadami; Hiriyoonni salphaatti si ganu, garuu diina injifachuu yoo dandeesse caalaatti amanamoo ta'u.
3. Kaayyoo kee dhoksi: Namoonni Gocha kee tilmaamuun akka hin danda'amneef Madaallii Dhaabbadhu.
4. Yeroo hunda Barbaachisaa Irra Gadi Jedhu: Callisuun Humna Dhala, Garmalee Haasa'uun Karoora Kee Mul'isa.
5. Gatii kamiinuu Maqaa kee eegi: Maqaan gaariin Dhagaa Bu'uuraa Aangooti.
6. Gatii kamiinuu Xiyyeeffannoo Waami: Barbaachisaa ta’uuf Mul’achuu.
7. Namoonni biroo akka siif hojjatan gochuu fi Madda godhachuu: Hojii fi carraaqqii namoota biroo Faayidaa keetiif Fayyadamaa.
8. Namoota biroo akka sitti dhufan godhi: Namoota biroo duukaa hin Fiigiin, akka si Barbaadan taasisi.
9. Gochaan Injifadhu, Gonkumaa Falmii Hin Qabdu: Qabxii kee Jechaan osoo hin taane Gochaan Mirkaneessi.
10. Namoota Mo’amanii fi Hin Gammanne irraa fagaachuu: Rakkoon namoota biroo Daddarba; warra Gadi isin Buusan irraa fagaadhaa.
11. Namoonni akka sirratti hirkatan taasisi: Namoonni kaan yoo sirratti hirkatan ati To'annaa jala jirta.
12. Iklaasa fi Arjummaa Filannoodhaan Hidhannoo Hiikkachuu: Miiraan Hidhannoo Hiikkachuun Edge siif kenna.
13. Gargaarsa yeroo gaafattu, Fedhii Namoota Biroo Iyyachuu: Galateeffannaa ykn Gara laafina osoo hin taane waan Namoota Fayyadu Iyyachuu.
14. Akka Hiriyyaatti of beeksisi, akka Basaasaatti socho'i: Osoo isaan hin hubatin odeeffannoo gatii guddaa qabu namoota biroo irraa baasuu baradhu.
15. Diina kee Guutumaan guututti caccabsi: Diinni kee akka Deebi'u hin godhin, yookaan Haaloo Ba'uu ni barbaada.
16. Kabaja Dabaluuf Dh