NASA hin yaada'inaa dhaamsa jedhu dabarse. Dhaabbanni Qorannoo Hawaa Ameerikaa akka jedhetti asteroyidoonni lama, asteroyidii 2024 YW9 fi asteroyidii hamma baasii 2024 PT5, saffisa guddaadhaan, gara kiiloo meetira miliyoona tokkoo fagaattee lafa bira akka darban ibseera. 👇👇👇
Samiin Booranaa, Gujii hanga Keeniyaatti fulla'u galgala kana taatee hin baratamiin keessummeessuun himame
Samiin Booranaa, Gujii hanga Keeniyaatti fulla'u galgala kana taatee hin baratamiin keessummeessuun himame.
Galgala kana nannoo sa'atii 1tti taateen maalummaan isaa adda hin ba'iin samii godinaalee Booranaafi Gujiirratti mullate.
Wanti ibidda fakkaatu samii godinaalee Booranaafi Gujii hanga Keeiyaatti fulla'e mul'achuutu dhagahame.
Jiraattonnis taatee kana argan dinqisiifachuun kaanis rifatanii uumaatti iyyataa jiru jedhame, Ji'a lama duras taateen walfakkaatu mudatee ture.
Maddi: OBN
Sa'uud arabiyaatti rooba cimaa roobeen daandiiwwan maagalaa makka hundi isaani lolaa hamaan guutamee jira.
Naannawaa tibbana kirirri lafaa itti mudataa ture keessaa Aanaa Dullachaa Gaara Doofan irratti Volkaanoon dhowuun eerame.
Dhohiinsa Volkaanichaa hordofee jiraattota naannawichaarra miidhaan akka hingeenyeef tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Naannoo Afaaritti Bulchaan Godina Gaabii Rasuu Abduu Alii ibsan.
Bu’uuruma kanaan hojiin jiraattota buufata yeroo qubsiisuu hojjetamaa jiraachuus kaasan.
Kirkirri lafaa irraa deddeebiin mudachuun itti fufuu kaasanii, dhohiinsi Volkaanoo har’a umamuu fi kirkirri turees kan daran mudachaa tureerra cimaa turuu himan.
Kan jalqabaafi dhumti isaa ileen kisaaraa teessuma qofa.
Mike Tyson dorgommii kanaan moo'amullee badhaasa doolaara( Dollars) miiliyoona 20 (20 M ) argachuun gale.
Doonaald Tiraamp filannoo Ameerikaa injifatan.
Filannoo Pireezidaantummaa Ameerikaa 47ffaan kaleessa Sadaasa 05, 2024 gaggeeffame Doonaald Tiraamp sagalee caalmaan injifachuun gara Waayit Haawusitti deebi’an.
Kaadhimamaan Paartii Rippablikaan Doonaald Tiraamp kanaan dura bara 2016 hanga 2020 Pireezidaantii Ameerikaan ta’uun kan tajaajilan yoo ta’u, amma marsaa lammataaf filatamaniiru.
Kaadhimamaan tokko filannicha injifachuuf sagalee 270 argachuun dirqama yoo ta’u bu’aa hanga ammaa ifoomeen Doonaald Tiraamp sagalee 279, kaadhimamtuun Paartii Dimokraat Kaamaalaa Hariis ammoo 223 argataniiru.
Kana malees Paartiin Rippabilikaan teessoo Seenetii harka caalu argachuun injifateera. Rippablikaanonni teessoo 51 yoo argatan, Dimokraatonni gama isaaniin teessoo 42 argataniiru.
Doonaald Tiraamp duula na filadhaa wayita gaggeessan irra deddeebiin yaalii ajjeechaa irratti taasifame miliquun filannoo biyyattii injifataniiru.
Tiraamp injifachuu isaanii hordofee Ministira Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad dabalatee hoggantoonni biyyoota hedduu ergaa baga gammaddee dabarsaa jiru.
Jireenya keessatti hiyyummaan waan akkaan jibamtuuti!
Borana, with a culture of democracy, spirituality, diversity, and hospitality, the Borana are an amazing people. Visit their diverse and rich land, from the semi-desert uplands of south to the northern desert region and experience their hospitality and generosity, as they share their stories, songs, dances, and rituals.
#ethiopiasabundance #visitOromia #LandOfOrigins #Ethiopia #Oromia #borana
#fypシ゚viralシ #fypシviralシ2024 #fall2024
Boorana, aadaa dimokiraasii, afuurummaa, adda addummaa, fi keessummeessituu kan qabdu Boorana ummata ajaa'ibaati. Lafa isaanii adda addaa fi badhaadhaa, lafa olka’aa walakkaa gammoojjii kibbaa irraa kaasee hanga naannoo gammoojjii kaabaatti daawwadhaatii keessummeessitootaa fi arjummaa isaanii daawwadhaa, yeroo isaan seenaa, sirboota, shubbisaa fi sirna isaanii qooddatan.
Borana, with a culture of democracy, spirituality, diversity, and hospitality, the Borana are an amazing people. Visit their diverse and rich land, from the semi-desert uplands of south to the northern desert region and experience their hospitality and generosity, as they share their stories, songs, dances, and rituals.
📷 Nest studio
#ethiopiasabundance #visitOromia #LandOfOrigins #Ethiopia #Oromia #borana