Mana Qopheessaa Magaalaa Kaarramillee

Mana  Qopheessaa Magaalaa Kaarramillee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Qopheessaa Magaalaa Kaarramillee, Digital creator, Karamile, Oromia Region.

13/01/2025
19/12/2024
Gurmaa'insa Gandaa dhiheenyatti hundaa'een Innisheetiiviin Misoomaa adda addaa fi hojiileen misoomaa  Hojjatamaa jiran G...
05/12/2024

Gurmaa'insa Gandaa dhiheenyatti hundaa'een Innisheetiiviin Misoomaa adda addaa fi hojiileen misoomaa Hojjatamaa jiran Galma Badhaadhinaa Qabame bira dhihotti gahuun akka danda'amu namatti agarsiisa jedhan Obbo Iliyaas Ummataa Itti Aanaa Caffee Oromiyaa
Mootummaan naannoo Oromiyaa ummanni tajaajila si’ataa dhiyeenyatti akka argatu, akkasumas rakkoolee bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa hiikuun fayyadamummaa uummata naannichaa ol guddisuuf tarkaanfiwwan sirreeffamaa gara garaas fudhachaa turee jira.

Kunis, gurmaa'insa caasaa gandaa bifa haaraan gurmeessudhaan ijaarsi sirna uummataa cimaa ta’e dhugoomee nageenyaa fi tasgabbii mirkaneessuuf kan akeekateedha.

Bu'uruma kanaan Itti Aanaan Afayaa'ii Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Iliyaas Ummataa Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuutti Innisheetiviiwwan Misooma gara garaa hojjatamaa jiran Bulchaa Godinichaa Aadde Miski Mohammed waliin daawwataniiru.
Daawwii kanaanis Pirojektii Maaddii guutuu kilaastara furdisa Loonii fi Kilaastara hirsiisa lukkuu, Ganda Magaalaa Karra Milleetti hojjatamaa jiru dawwataniiru

Address

Karamile
Oromia Region

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Qopheessaa Magaalaa Kaarramillee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share