Bahilu Tamiru

Bahilu  Tamiru Highly motivated and skilled Economics professional with a Master's degree in Development Economics a

08/12/2025
Suuraa Irreecha Malkaa Soor
07/12/2025

Suuraa Irreecha Malkaa Soor

Utilizing opportunities on the globe & capacitating ourselves. I am ready to register a record by harvesting internation...
04/12/2025

Utilizing opportunities on the globe & capacitating ourselves. I am ready to register a record by harvesting international certificates.

BAGA NAGAAN TORBEE KABAJA AYYAANA IRREECHA MALKAA SOOR KAN BARA 2018 GEESSAN!!!
03/12/2025

BAGA NAGAAN TORBEE KABAJA AYYAANA IRREECHA MALKAA SOOR KAN BARA 2018 GEESSAN!!!

>>>>>>
16/11/2025

>>>>>>

Godinichatti gamaggamni raawwiin hojii Paartii fi Mootummaa guyyootan kudha arfan darbanii geggefameera.Koreen qindeessi...
12/11/2025

Godinichatti gamaggamni raawwiin hojii Paartii fi Mootummaa guyyootan kudha arfan darbanii geggefameera.

Koreen qindeessituu godinichaa guyyoota kudhanii oliif leenjii irra turan koree qindeessituu bakka bu'ee ture waliin raawwii hojiilee gurguddoo Paartiif Mootummaa torban laman darbanii qorateera.

09/11/2025

አንጋፋው የታሪክ ምሁር ፕሮፌሰር ላዺሶ ጌ. ዴሌቦ በሕክምና ሲረዱ ቆይተው ዛሬ ማለፋቸውን በታላቅ ኀዘን ሰማሁ። ነፍሳቸውን በዐጸደ ገነት እንዲያኖርልን እና ለወዳጅ ዘመዶቻቸው መጽናናትን እንዲሰጥልን እመኛለሁ።

Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Mattuu Ganda Magaala Burrusatti  sirni deggarsaa fi hordoffiin gurmuu dargaggootaa geggeffa...
04/11/2025

Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Mattuu Ganda Magaala Burrusatti sirni deggarsaa fi hordoffiin gurmuu dargaggootaa geggeffameera.
Sirni deeggrasaafi hordoffii kanaanis karaa Itti gaafatamaa hayyoota naannoo Oromiyaa Obbo Urgeessaafi Itti gaafatamtuu Ijaarsa Gurmuu Dargaggootaa naannoo Oromiyaa Aaddee Rahiimaatiin Fayyadamummaa Dargaggootan Lafarra Qabatamaan Jiruu Kessuma Inisietivii Boyyeefi Horsiisa qurtummii Gandichaa Keessa Jiruu Dawwatameera.
Urgessa Damena
Hawwii Koo
Dereje Abera Adunga
Nuura Wako

Biizinaasii eegaluuf........? ➖➖➖➖➖➖➖➖➖1.   qabaadhu:-  Wanti hundi fedhiirraa madda. Fedhiin ati waan tokko gochuf qabd...
29/10/2025

Biizinaasii eegaluuf........?
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
1. qabaadhu:- Wanti hundi fedhiirraa madda. Fedhiin ati waan tokko gochuf qabdu milkaa’ina keetif murteessadha. Dhugumaan biizinasii eegaluu barbaaddaa?

2. qabaadhu:- gara daldalaa yoo seentu qormaanni hedduudha. Bu’aa-bahii baay’etu jira. Keessattuu biizinasichaaf haaraa yoo taate wanti hundi ni ulfaata. Rakkoowwan akka qulqullina omishaa (product quality), hidhata gabaa (Market linkage), dorgommii (Competition), baasii (cost of production) fi kanneen biroo hedduun ija baasanii si eegu. Kun akka jiru beektee, kutannoo guutun gara biizinasii seenuu qabda.

3. qabaadhu:- Hudhaaleen armaan olitti ka’an irra aanuf, obsi (patience) akkaan barbaaachisaadha. Rakkoolee hundaaf furmaata laachaa, nama mariisisaa deemun jala darbuuf yaaludha malee abdii kutachuun hin barbaachisu.

4. qabaadhu:-
Cichoominni (perseverance) biizinasiis ta’ee jiruu keenya guyyaa guyyaa keessatti faayidaa ol’aanaa qaba. Waan fedhii keetin itti amantee eegalte gufuu xiqqoofis ta’ee guddaaf hin dhiisin, itti cichi, haga dhumaatti deemi,

5. Biraa (plan B) qabaadhu:-
Gaafa daldala eegaltu waan tokko qofa irratti hin xiyeeffatin. Wantoota lama ykn isaa ol akka filannoo biraatti qabadhu (Business Diversification). Fakkeenyaaf, Yoo mana rifeensa dhiiraa yookiin dubaraa banuu barbaadde, cinaatti dibata gara garaa, urgooftuwwan (sh*ttoo) banii daldali. Yoo qonna jal’isii qotuu barbaadde, loon furdisuu, lukkuu horsiisuu faa akka filannoo biraatti qabadhu.

6. (Inputs) eenyurraa akka argattu beeki: Daldala keessaatti, waa omishuuf ykn tajaajila (service) wayii kennuuf madda galteewwanii (Sources of Inputs) keetii haalan beekuu barbaachisa. Glateewwan na fayyadan maal fa’a? hagamtu na gaha? Eenyurraayyin argadha? Gaaffiwwan jedhan deebisuun dirqama. Inni biraa galteewwan kana haala itti gatii salphaan argachuu dandeessu yookiin karaa ofuma keetii ofii dhiyeessuu dandeessuu irratti itti yaadi. Fakkeenyaaf,

Jimma is bordered on the south by the Southern Nations, Nationalities and Peoples Region, the northwest by Illubabor Zon...
24/10/2025

Jimma is bordered on the south by the Southern Nations, Nationalities and Peoples Region, the northwest by Illubabor Zone, on the north by East Welega Zone and on the northeast by West Shewa Zone; part of the boundary with West Shewa Zone is defined by the Gibe River.

Pictures of the Abba Jifar Palace being renovated after 140 years Renovation of the Abbas Palace
22/10/2025

Pictures of the Abba Jifar Palace being renovated after 140 years Renovation of the Abbas Palace

Address

Oromia Region

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bahilu Tamiru posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bahilu Tamiru:

Share