Ispoortii Aanaa Leeqaa Dullachaa Guddisuu

Ispoortii Aanaa Leeqaa Dullachaa Guddisuu To develop sport Leqa Dullacha Woreda

11/02/2023
11/02/2023

— qabeenya nama dhuunfaa miti.
— kan Waaqayyo isa dhiiga tokkicha ilma isaan bitatee ti.
—— gamoo ykn ijaarsa ykn mana namni ijaaru miti.
—- hoolota waaqayyoo warra dhiigaan bitamanii fi Kiristoos irratti qaama ta’anii ijaaramani dha.
— irratti gaggeessa ykn tiksee godhee kan nama dhaabu Hafuura Qulqulluu dha malee isa firoomaan, lagaa fi naannoon irratti wal filatan miti.
—— hojjetoota dha malee Abbootii qabeenyaa waldaa miti. Kanaafuu gara hojiitti!
📖📖📖🔷🔷🔷🔷📖📖📖📖📖🔷🔷🔷🔷

“Of eeggadhaa, karra hoolota Waaqayyoo warra hafuurri qulqulluun akka eegdaniif5 isin dhaabeefis, eeggadhaa! Waldaa kristiyaanaa isa Waaqayyo dhiiga tokkicha ilma isaatiin kan isaa godhate eegaa!” HoE.20:28
📖📖📖🔷🔷🔷📖📖📖🔷🔷🔷📖📖📖

“……..anis dhagaa hin sochoone kana irratti nan ijaara”

11/02/2023

🌀ኳስን መጣል/Dropped ball

●ኳስ ለተከላካይ ቡድን ግብ ጠባቂ በራሳቸው ፍጹም ቅጣት ክልል ውስጥ የሚጣለው ጨዋታው በሚቆምበት ጊዜ፡-
▸ኳሱ በፍጹም ቅጣት ክልል ውስጥ ወይም

▸ኳሱ በመጨረሻ የተነካው በፍጹም ቅጣት ክልል ውስጥ ከሆነ ነው፡፡

▸በሁሉም ሌሎች ምክንያቶች ፤ ዳኛው በመጨረሻ ኳሱን ለነካው ለቡድኑ አንድ ተጨዋች በመጣል ይሆናል፡፡

●ሁሉም ሌሎች ተጨዋቾች (የሁለቱምቡድኖች) ከኳሱ ቢያንስ 4ሜትር (4.5 ያርድስ) ርቀው ኳሱ ጨዋታ ውስጥ እስኪገባ ድረስ መቆየት አለባቸው፡፡

○ኳሱ ጨዋታ ውስጥ የሚገባው መሬት እንደነካ ነው፡፡

፡-

▸ኳስ መሬት ሳይነካ ተጨዋች የነካ እንደሆነ

▸ኳስ መሬት ከነካ በኋላ ሌላ ተጨዋች ሳይነካው ከጨዋታ ሜዳ ውጭ የሆነ እንደሆነ

●ኳስ በሚጣልበት ጊዜ ቢያንስ ሁለት ተጨዋቾችን ሳይነካ በቀጥታ ግብ ቢሆን ጨዋታው እንደገና የሚጀመረው፦

▸በተፎካካሪው ላይ ከገባ በመልስ ምት

▸በራሱ ቡድን ግብ ላይ ከገባ በማዕዘን ምት

©️ ሕግ 8- የጨዋታ አጀማመር እና እንደገና መጀመር

📲Match Officials @ TG
👉 https://t.me/matchofficials

📲Match Officials @ FB https://www.facebook.com/profile.php?id=100077172647929

11/02/2023
11/02/2023
11/02/2023

Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Aanaalee Godina Wallaggaa Bahaatiif

Bakka Jirtanitti

Dhimmi isaa:- Sagantaa Waldorgommii Tapha Guutuu Aanaalee Godina Wallaggaa Bahaa isiin beeksisuu ta'a.

Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti shaampiyoonaan waldorgommii Tapha guutuu Aanaalee Godina Keenya Guraandhala 11/2015 hanga Gurraandhala 19/2015 tti Magaalaa Naqamteetti akka gaggeeffamu murtaa'ee waan jiruuf, Aanaaleen keenya hunduu gosa ispoortii hundaan qophii gahaa akka gootanu fi ulaagaawwan dorgommii hirmaachuuf barbaachisan gamanumaan akka guutattan kabajaan isiin beeksifna.

Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Godina Wallaggaa Bahaa!

11/02/2023

….“Waaqayyo inni dhaloota kootii jalqabee hamma ammaatti na tikse”……,📖📖🔷🔷📖📖🔷🔷
……”..inni karaa ergamaa isaa hamaa hundumaa na oolche…”📖📖🔷🔷📖📖🔷🔷
….inni ijoolleekoos in eebbisa.
uma.48:15-16

Wayii giftii koo namsee haa maruu Daraartuu Tulluu Haamartuu mulluu
10/02/2023

Wayii giftii koo namsee haa maruu Daraartuu Tulluu Haamartuu mulluu

Daraartuu Tulluu quuqamaa warraa kana qabdi.
10/02/2023

Daraartuu Tulluu quuqamaa warraa kana qabdi.

10/02/2023

Ispoortiin tokkummaafi jaalalaa sabaa Addunyaa waan ta'eef Lammii fayyaa guutuu qabu oomishuufi guddina biyyaatti dhugoomsuu ispoorteessitoota hirmaana ispoortii irratti dabaluudha.

Haggaantootni tokko tokko yaadan mootummaaf looguuf jedhanii qajeelfamaa mootummaa cabsuu
09/02/2023

Haggaantootni tokko tokko yaadan mootummaaf looguuf jedhanii qajeelfamaa mootummaa cabsuu

Red cross vs Cooperative Bank of oromia
05/02/2023

Red cross vs Cooperative Bank of oromia

Falaasama Leenjisaa irratti waan xiqqoon isiini hiraa.Falaasama jechuun Leenjisaan tokko haala naannoo kallatti ittin il...
05/02/2023

Falaasama Leenjisaa irratti waan xiqqoon isiini hiraa.
Falaasama jechuun Leenjisaan tokko haala naannoo kallatti ittin ilaalu jechuudha .
Falaasama leenjisaa kallatti lamaan (2) ilaalun danda'ama.
1,Sadarkaa beekumsa leenjisaa :-Jechuun sadarkaa beekumsa leenjisaa Qindeessuu,Amanamummaa, Jabinaan hojjechuu isaa, yeroo kabajuu ,yeroo hundumma sadarkaa hojii isaa fooyyessuu fi k k f..
2,Kaayyoo Leenjisaa :-Leenjistoonni garaa garaa akka gosa dorgommiitiin kaayyoo gara gara qabu .
Fkn:-1,Kaayyoo injiifachuu qofaaf.
2,Kaayyoo bashannanuu qofaaf
3,Kaayyoo ga'umsafi Ispoortessitioota horachuufi taphattoota guddisuudha.
&Akka leenjisaatti gama keessaniin kam filatu? Maaliif ? Maqaa leenjisaa Baatanii kan jirta gaaffii kana message jalatti yaalaa.

Address

Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ispoortii Aanaa Leeqaa Dullachaa Guddisuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ispoortii Aanaa Leeqaa Dullachaa Guddisuu:

Share

Category


Other Newspapers in Nekemte

Show All

You may also like