Gosphel Singer Birree Dhangia

Gosphel Singer Birree Dhangia ......

CAMER_MAN
SINGER
MUSICAL

25/12/2023

Solomon Alemu
Holy Spirit Revival Fire
Graphic design

NAGAA
Today,s Best photo

07/12/2023

Samuel Moti
02/11/2023

Samuel Moti



By GG studio
On Fares Tube Official

Naa Jiraadhu Ady koo
30/10/2023

Naa Jiraadhu Ady koo

Topic & Arrangement (Adisu Asefa)Sax masenqo bass M...

28/10/2023

Topic & Arrangement (Adisu Asefa)Sax masenqo bass M...

23/10/2023

//HATAMEERA//
new amazing oromo Gospel song vedio
https://youtu.be/-zMoolp1Y3U 👈link kanan argattu irraa seenaa dhageffadhaa
Music& Arrangement (Adisu Asefa)
Sax masenqo bass
Mixing feat -Teshome
Video&Editing color Nabi-Graphics:Creative

04/10/2023
Qabbanee Waaqoo beektuu?- Maqaanshee Bonnie K Holcomb jedhamti. - Garuu dhimma Oromoorratti gumaacha taasisteef maqaan Q...
03/10/2023

Qabbanee Waaqoo beektuu?

- Maqaanshee Bonnie K Holcomb jedhamti.
- Garuu dhimma Oromoorratti gumaacha taasisteef maqaan Qabbanee Waaqoo jedhu moggaafameeraaf.
- Dhalootaafi lamummaanshee USA dha.
- Waggoota baay’ee dura erga waa’ee Oromoofi Oromiyaa dhageesseefi hubattee kaasee hanga ammatti haqaa Oromoof falmaa, dhugaa Oromoo barreessaa jiraatte
- Dhibbaa mirga namoomaa Oromiyaa keessatti gaggeeffamu falmuufi sagalee ta’uudhaan
- Dhimmi Oromoo wixinee kongireesii Ameerikaa keessatti akka dhiyaatuufi mari’atamu dhiibbaa gochuudhaan
- Dhaabbileen mirga namoomaa addunyaa kanneen akka Human Rights Watch fi Amnesty International dhimmi Oromoorratti xiyyeeffannoo akka kennan hubachiisuudhaan
- Walumaa galatti dhimmi Oromoo akka dhaga’amuufi gaaffiin Oromoo akka deebii argatu taasisuuf hojii hojjetamaa tureefi jiru keessatti dhamaatiin Qabbanee olaanaadha.
- Dhimma Oromoorratti barruufi kitaabota addaa addaas barreessitee jirti.

Yaa Qabbanee,
Yaa ishee fira Oromoo, yaa ishee maatii Oromoo, yaa ishee dhibee Oromoof umrii kee guutuu dhukkubsachaa jiraattee gumaacha kee hundaaf galatoomi. Ulfaadhu! Kan Oromoon dhalchee itti dadhabee guddifate meeqaatamatu dhugaafi qe’ee Oromoo lagatee afaan cufatee qe’ee ormaa rafa. Ormi dhugaan Oromoo galeef garuu akkanatti aarsaa itti kaffalee dadhabee dhugaa sana dubbachaa jiraata!

Umrii dheeraa jiraadhu jedhee Qabbanee naaf eebbisaa!

✝️✝️KATTAA JABAA✝️✝️        FAARFANNAA AJAA'IBAA☑️  EBBIFAMAA
27/09/2023

✝️✝️KATTAA JABAA✝️✝️
FAARFANNAA AJAA'IBAA
☑️ EBBIFAMAA

14/09/2023

BAGA BARA HAARATTI DABARTAAN JECHAA
DIBAABE ENTERTAINMENT YOUTUBE CHANNEL
SUBSCRIBE WARRI GOOTANI HORDOFAA JIRTAN HEDDUU GALATOOMA JECHAA WARRI SUBSCRIBE HIN GOONES PLS AMMUMAA
LINK KANA SEENUN SUBSCRIBE AKKA GOOTAN JAALALA WAAQAYYOON ISIN GAAFANNAA
https://youtube.com/?si=dGXmA8RUyyFP2NCp

Itti Eebifamaa
14/09/2023

Itti Eebifamaa

Firakoo Ati Nama Guddaadhu EebbifamiiiFira ART follow
13/09/2023

Firakoo Ati Nama Guddaadhu Eebbifamiii
Fira ART follow

11/09/2023

GADHIIFAMEERA
02/09/2023

GADHIIFAMEERA

-karorsa -films -qabdiiamazing-song

28/02/2023


NATNAEL TAMANE
AMAZING WORSHIP ❣️🙌

28/02/2023

27/02/2023
  👍Bagumaa   Sirratti 🙏🏼🙏🏻🙏🏼Ulfaate   sirraa haa Hafuu Qaalikoo🎼🎼🎼
27/02/2023

👍Bagumaa Sirratti 🙏🏼🙏🏻🙏🏼Ulfaate sirraa haa Hafuu Qaalikoo🎼🎼🎼

  Irratti Bara sinif haa Dabaluu
27/02/2023

Irratti Bara sinif haa Dabaluu

I HAVE GOOD NEWS FOR BORENA PEOPLE  BORENA YOU ARE CREATER AND BUILDER GADA SYSTEM SO PRAY TO YOUR GOD   I HOPE GOD HAS ...
26/02/2023

I HAVE GOOD NEWS FOR BORENA PEOPLE
BORENA YOU ARE CREATER AND BUILDER GADA SYSTEM SO PRAY TO YOUR GOD
I HOPE GOD HAS GOOD PLANS FOR YOU SO DON'T WORRY
JESUS CHRIST THE SAME YESTERDAY AND TODAY AND FOR EVER

       Galiin Achirraa Sassabamuu Eenyuuf Jedhaa.... Mee Dubbisaa
26/02/2023


Galiin Achirraa Sassabamuu
Eenyuuf Jedhaa.... Mee Dubbisaa

BOORANAKOO WAAQAYYOO SIIF HAA BIRMATUU
25/02/2023

BOORANAKOO WAAQAYYOO SIIF HAA BIRMATUU

25/02/2023

Uuuuuuu Akkumannitti Faarfannaa Ajaa'ibaa kanaan Eebbifamee siti himuu hin danda'u

          TEMESGEN DULAGG STUDIO          DESIGN
25/02/2023


TEMESGEN DULA
GG STUDIO
DESIGN

25/02/2023

YESUUS HIN DHUFAA

Haa Birmannuuf Ummaata jaalala Uummata BORANA f
24/02/2023

Haa Birmannuuf Ummaata jaalala Uummata BORANA f

23/02/2023


Address

Addis Ababa
Nekemte
1000291766734

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gosphel Singer Birree Dhangia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gosphel Singer Birree Dhangia:

Videos

Share