Wallagaa post

Wallagaa post Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wallagaa post, Media/News Company, Kiremu.

09/08/2023



Magaalota Finfinnee fi naannawa ishee kanneen Faa**oon hidhannoon keessatti ijaaramanii jiran keessaa muraasa!

1. Kutaa Magaalaa Nifaas Silk - Laaftoo - Safaraa, Gaarment, Saaris ( Bakkeewwan kanatti yeroo hedduu ijaaramanii konkolaataa fi baajaajii dhaan meeshaa Waraanaa daddabarsuun beekamu. nama ukkaamsuun saamuu, A**eesuun hojii idileeti. Qaamolee nageenyaa dabalatee warra humna guddaa qabanidha)

2. Ayyar Xeenaa, Alam Baankii, Kaarraa fi naannawa sana ( Meeshaan waraanaa heddumminaan Dhaabbilee amantii keessa, Mana jireenyaa abbootii amantii keessa kuufama. Dargaggoonni A*aaraa sirriitti ijaaramanii, Wal quba qabu. Qarshii walitti qabanii garee faa**oo deeggaruun beekamu. Yeroo baay'eee maqaa Amantiitiin jeequmsai kan ka'u naannoo kana akka ta'e ni beekama)

3. Gooroo fi Laga Xaafoo - keessumaa Laga Xaafootti safarri Araattii jedhamu kanuma isaaniiti. Baajaajiiwwan naannawa kana hojjatan hunduu Gabateen isaanii AMH- አማ dha.Gooroo fi safara Arbaa Araattii kanatti maqaa የቤተክርስቲያን ሰራዊት jedhuun ijaaramanii jiru. Kuni hanga ani beekudha. Isa hafe itti dabalaa!

Kana malees dargaggoonni A*aaraa hartuu baattee "Mawalwayaa" jechaa safara keessa naannoftus amma shakkamuu qabdi. Baajaajiiwwan gabatee አማ tiin Magaalota Oromiyaa ( Shaggar) keessa sochootus xiyyeeffannoo argachuu qabu. Naannoo Amaaraa keessa konkolaataan Gabatee ኦሮ maxxanfate yoo deeme akka gubataa turee fi jiru dagatamuu hin qabu.

Godinaalee Oromiyaa kan Faa**oon keessatti ijaaramtee jirtuun walitti deebina!

18/10/2022

Oromoon hiree OROMIYAA murteessuuf imaammata buu'urra fi ka'umsa qabsoo bilisummaa isaa Ganamaan taligaamtee tokkummaan WBO jabeessuu furmaataa fiduu dandeenya!

 Mudde darbe waraanni sirna impaayeraa tiksuuf bobbaate godina Walloo Kamisee aanaa   ganda  bakka  jedhamutti lubbuu na...
04/06/2022



Mudde darbe waraanni sirna impaayeraa tiksuuf bobbaate godina Walloo Kamisee aanaa ganda
bakka
jedhamutti lubbuu namoota 28 galaafachuun bakka tokkotti kan inni awwaale
awwaalchisaa argamee jira.

23/04/2022

Hayyuun Oromoo Gaafa Addagiraat Dronedhaan rukutamtu malee gaafa Gindabarat Helekoptaraan hin dubbatu. Kuni Abaarsa

Sabboonticha jimmaaf akeekkachiisa cimaa dabareefi jiraaAkkuma beekamu Ustaaz Raayyaa fi obboloota isaa ummata Baale Oro...
27/01/2022

Sabboonticha jimmaaf akeekkachiisa cimaa dabareefi jiraa

Akkuma beekamu Ustaaz Raayyaa fi obboloota isaa ummata Baale Oromoo balaa hoongeen midhamee gargaruuf gargaarsa konkolaataa 40 olii geessuun isaanii nii yaadatama,

akeekkachiisa ,

"Motummaan Faashistii ummata Oromoo gargaaramuu hin qabuu balaa hongeen mitii, nuti ofii kenyaan rasaasaan fixuuf deemnaa ammaan booda gargaarsa tokko irratti akka hin hirmaanne"
Jechuun akeekkachiisa dabarsee jiraa

Oromoon Jimmaa Oromoo baaleef PPn Oromoon tokkummaa isaa cimsuun isaa mataa naannessee natti fakkaata

Guyyaa kaleessaa Walloo Aanaa Baatee Ganda Gurreetti, hidhattoonni Poolisii Federaalaa, “Shaneetu isin keessa jira” jech...
27/01/2022

Guyyaa kaleessaa Walloo Aanaa Baatee Ganda Gurreetti, hidhattoonni Poolisii Federaalaa, “Shaneetu isin keessa jira” jechuun namoota nagaa lama ija maatii fi ummata gandichaa duratti haala suukanneessaan Rashanuu maddeen odeeffannooo keenyaa ibsaniiru.

Namoonni ija ummataa duratti Rashanaman kunniin Abdu Ediris Huseen Ganda Gurree Aradda Shari’aa irraa, Abduu Sayid Ahmad ammoo Ganda Gurree Araaddaa Baddannarraa akka ta’an ibsaniiru.

Namoonni hidhattoota Poolisii Federaalaatiin haala suukanneessaan ajjeefaman kunniin isaan siyaasa keessaa qooda hin qabne, namoota nagaa jiruu idilee isaanii geggeeffatanidha kan jedhan jiraataan Aanaa Baatee, ji’oota muraasaa as Oromoo Walloo irratti gocha duguggaa sanyiitu raawwatamaa jira jedhu.

“Namooti haala suukanneessaan ija ummataa duratti ajjeefaman kanneen akkanumaan daandiirraa qabaman. Qaama kam waliinuu hariiroo kan qaban miti. Tokko dargaggoo umurii 15 yoo ta’u, kan hafe abbaa ijoollee afurii nama nagaan hojiisaa hojjetatuu dha.

Daandiirraa qabanii, harka duubatti hidhuun erga dararaniin booda, ija maatii isaanii fi ija ummataa duratti rasaasaan itti naqan. Wanti Wallootti ta’aa jiru, himachuufuu ni ulfaata” jedhu jiraataan Aanaa Baatee.

Ajjeechaa raawwatameen alatti, Ummata gandichaa walitti qabuun guddaa xiqqaa osoo hin jedhin reebicha, doorsisaa fi dararaa hamaa irratti raawwatameen hedduun miidhamanii, namoonni akkanumaan qabamanii hidhamuu kan ibsan jiraattonni aanichaa, gochi Wallootti ta’aa jiru hamilee hawaasichaa cabsuun ummaticha jilgeenfachiisu kan kaayyeffatedha jedhu.

Ummanni Oromoo biyya keessaa fi ala jiru, gochi duguuggaa sanyii Oromoo Walloo irratti raawwatamaa jiru akka dhaabbatuufis sagalee akka ta’uuf gaafataniiru.

Erga Humnoonni TPLF godinicha gadi Lakkisanii ba’aniin booda, Humnoonni Mootummaa Federaalaa fi Naannoo bal’inaan garasitti bobbaafamuun dararaa guddaa Oromoo Walloo irraan gahaa jiraachuun irra deddeebiin mul’ataa jira.

Godina Gujii Lixaa Aanaa Galaanaatti ilmaan Abbaan dhalche WBOn Kaambii Diinaatti Ibidda qabsiisee qaqqaammachaa jira.
25/01/2022

Godina Gujii Lixaa Aanaa Galaanaatti ilmaan Abbaan dhalche WBOn Kaambii Diinaatti Ibidda qabsiisee qaqqaammachaa jira.

PP Somaalee Humna Addaa Naannoo ishee PP Oromiyaaf Kennuuf Waadaa Galtus, Hoggaantoonni Humnichaa Didan.።።።።።።።።።።።።።።።።...
25/01/2022

PP Somaalee Humna Addaa Naannoo ishee PP Oromiyaaf Kennuuf Waadaa Galtus, Hoggaantoonni Humnichaa Didan.
።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።
PPn deeggersa kadhachuun Biyyoota keessaa fi Biyya alaa irraa Humna Waraanaa kadhachuun gara goleelee Oromiyaa gara garaatti bobbaasaa turuun ishee ni yaadatama. Eertiraa, Amaaraa, Affaarii fi kkf irraa Humna Waraanaa fayyadamuun Oromoo cabsuuf yaaliin jajjabaa taasifamaa turus milkii dhabuun qolannaa Gooticha Abdii Sabaa WBOtiin kolaafamnaan, fuula isii gara PP Somaaleetti naanneffatte.

PPn Somaalees Humna Addaa 13,000 PP Oromiyaaf kennuuf Waadaa seentee turtus, Hoggaantoonni Waraanichaa "Sababa ittiin Oromiyaa seennu tokkollee hin qabnu" jechuun murtii isaanii harkatti fashalsuu keessa beektonni nuuf addeessanii jiru.

WBOn Lixaa diina Urgufaa oole kunoo ilaaliiDhiigni Kee Dhiiga Sareeti Immiyyeen Sihaa Yaadattu🤸
25/01/2022

WBOn Lixaa diina Urgufaa oole kunoo ilaalii
Dhiigni Kee Dhiiga Sareeti Immiyyeen Sihaa Yaadattu🤸

25/01/2022

ዶክተር አብይ ባዘጋጀው የምስጋና ፕሮግራም ላይ ኢትዮጲያኒስቱን አርቲስት እና ጋዜጠኛ ሰብስቦ ካስተላለፈው መልዕክት ውስጥ ከታች ያለው ይገኝበታል።

"ብዙ ሰዎች የዛሬ 25 30 አመት ኢትዮጲያን ለቀየው የሄዱ ኢትዮጲያን በዛ መንገድ የሚያስቡ አሉ። የዛሬ 30 አመት የኢትዮጲያ ህዝብ 50 ሚልዮን አይሞላም። አሁን ግን ከ 100 ሚልዮን ልቋል። ግማሹ የኛ ህዝብ እኛ የምናወራው ቋንቋ(አማርኛ) አይገባውም። ስራ ይጠብቃል። እኛ ስለፈለግን ሳይሆን በማሳመን ብቃታችን ወደ አንድ ጎዳና መሄድ እንዳለብን ማመን ይፈልጋል። እናንተ የምታውቋት እና የምታስቧትን ኢትዮጲያ አሁን በተሰራው መልኩ በልጆቻችን ውስጥም እንድትኖር ካላደረግን በስተቀር በመፈለግ ብቻ የምናስበውን አናሳካም።"

በዚህ ንግግር ውስጥ ቁልጭ ብሎ የሚታይ እቅድ አለ። ከቋንቋ አጠቃቀም እና ከኢትዮጲያዊነት እይታ አንፃር ከ30 አመት በፊት የነበረችውን ኢትዮጲያ በመመለሱ ላይ ዶክተር አበይ ከአሃዳውያኑ ጋር ልዩነት የለውም። ልዩነታቸው የአካሄድ ነው። የነሱ አካሄድ ይሄ ፍላጎታቸው በመፈለጋቸው ብቻ በአብይ እንዲፈፀምላቸው ሲሆን የአብይ ደግሞ በማሳመን ብቃታችን ተጠቅመን ህዝቡን ወደ አንድ ጎዳና (አንድ ቋንቋ) ማምጣት ይሻላል የሚል እምነት አለው።

ዶክተር አብይ ያስቀመጠው አቅጣጫም ትላንት በ EBS እንደታየው አይነት አካሄዶችን ጨምሮ የኦሮሚያ የትምህርት ቢሮ ሎጎ ላይ እንደተደረገው አይነት ለውጦችን የሚያካትት ዘርፈ ብዙ ስራ ነው። ዶክተር አብይ "የማሳመን ብቃታችንን ተጠቅመን" ሲልም በትርክት ፈጠራ እና ስርጭት ላይ አሃዳዊው ሀይል ያለውን የበላይነት ሪፈር እያደረገ ነው። ከዛ ውጪ ኢትዮጲያን ከ 30 አመት በፊት ወደ ነበረችው ለመመለስ ምንም አይነት ማሳመኛም ሆነ የማሳመን ብቃት አይኖርም።

ይሄን እቅድ ለማምከን ፖለቲካዊ ትግሉ እንደተጠበቀ ሆነ የትርክት ትግልም ቁልፉን ድርሻ ይወጣል። ትላንት EBS ያወረደው ቪዲዮ OMN ወይ ሌላ የህዝብ ሚዲያ ላይ ቢሆን ኖሮ ለብዙ ተመልካች የሚዳረስ እና ለሌሎችም ትምህርት የመሆን ነበር።

በራስ ቋንቋ የሚኮራ፣ በራሱ ማንነት የሚገለፅ እና ለራሱ ህዝብ ጥቅም ሲል ፊት ለፊት የሚጋፈጥ ትውልድ መፍጠር ብቻ ሳይሆን መንከባከብ እና ማሳደግ እንዲሁም አርአያ ማድረግ የሚቻለው ትውልዱ ላይ ቀጣይነት ያለው እና የተፀራሪ ሀይልን ትርክት የሚመክት ስራ መስራት ሲቻል ነው። ለዚህ ደግሞ ጊዜው ዛሬ ነው።
( current Ethiopian affair )

25/01/2022

መረጃ፦የሰሜኑ ዕዝ ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ጦር በባቴ ወረዳ የወራሪውንና የፋሽስቱን ኃይል ድባቅ መቷል አምስት የመከላከያ ተሽከርካሪም ጋይቷል አሁንም ተጨማሪ ኃይል እየላኩ ስለሆነ ህዝቡ ጥንቃቄ እንዲደረግ እንመክራለን....

Qeerroo magaalaa dukem naannoo kondominiyeemii neftenyaa maqaan isaa dammaqa ykn gech jedhamaaNeftenyaa tokkoffaadhaa ca...
25/01/2022

Qeerroo magaalaa dukem naannoo kondominiyeemii neftenyaa maqaan isaa dammaqa ykn gech jedhamaa

Neftenyaa tokkoffaadhaa cafaqaa gadhisaa

25/01/2022

W*B*O' zoonii Kaabaa Ona Aanaa Baateetiin humna faashistii daaraa godhe. ammas humna dabalataa erguuf deemu waan ta'eef of eeggannoo cimsaa!!

25/01/2022

Kaan hafee yommuu namni qaamaan dhaqee, qabsoon gufachuurra ummanni dhaaba kam jala deemuu akka qabu nuuf himaa maaloo! jedhanii Baqqalaa fi Jawaariin yommuu gaafatan, "dhiyootti isin beeksifna, ammatti dhaaba jala deemtan hin qabdan" jedhanii deebisaafii turan. Kan ifatti ummanni dhaaba jala deemu hin qabu jedhan, dargaggeessi akka mooraa hidhannootti hin makamne ammoo dhoksaadhaan hagam akka dhaamaa oolan hubachuun nama hin rakkisu.
Maalumaafuu PP waliin waan waliif mallatteessanii bahan qabu. Isaan WBO diigu, pp'n ammoo bulchiinsa Oromiyaa dabalatee aangoo gurguddaa isaaniif kenniti. Kanumatu jira. Hojiin kun dhoksaadhaan eegaleera.

As irratti wanti hubatamuu qabu, hoogganoonni KFO kanneen isaan waliin hidhaatii bahan kanneen akka Obbo Dajanee Xaafaa faa waan shiraa kana keessaa hin qaban. Hoogganoonni KFO kanneen akka Piroofeesar Mararaa, Obbo Olbaanaa leellisa faa dhimma kanarraa bilisa. Isaan gama isaniif danda'ameen qabsoo haqaa geggeessaa jiru. Murni WBO diiguu, ABO qoqqooduu qabsoo godhate kun KFO's bakka hin bu'an. Gareen kun ergama yeroo dheeraa qabu. Sanuma itti jirus.
Jibba nama kamiiyyuu hin qabnu. Kaayyoo irratti ammoo eenyuunuu hin dhiisnu. Warra miila kaayyoo jallisuu barbaadan yoomuu osoo agarruu hin dhiisnu. Shira dhoksaadhaan Qabsoo Bilisummaa Oromoo karaa maqsuuf hojjetamu ifatti saaxillee kaayyoo baraarra.

Qabsoon Bilisummaa Oromoo galma isaatti dhiyaatee shaffisaan deemaa jiru shira garee shirtootaatiin abadan gufatee duubatti hin deebi'u. Amna isaa irraas sekeendii tokkoof hin dhaabbatu. Murni shiraa kun yoo of sirreessuu didan isaantu qileetti of naqe.

WBOn injifataadha!

INJIFANNOON UMMATA OROMOOF

25/01/2022

Gidaamii

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo guyyaa har'a Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gidaamiitti lola jajjabaatu gaggeefama oole.
Lolli kun lola sa'a sadii oliif deeme yommuu tahu weertuu 180 oltu du'an adabame.madoon gara 200 ol ni ta'a.
Gama meeshaatiin Bireenii dabalatee AKM hedduutu booji'ame.
Odeessa guutuu boodarra isin dhaqqabsiisna!

23/01/2022

Waan deemaa jiru.

Abiy Ahimed ammas humna qabu hunda guuree jajjabee irratti bobbaasuuf sochiirra jira.
Jajjabee dadhabsiisuuf jecha marii biyooleessaa jedhee burjaajjii uumuun jajjabeerratti dhiibbaa uumee kaayyoo isaa galma gahuuf karaa Jawaarfaa karoorfatee deemaa jira

Humna addaa Ama%araa fi faan*noo dabalatee dangaa Oromiyaarraan jajjabee lola itti bansiisuu fi uummata Oromoo akka haaraatti dangaarraa buqqisuuf haldureen hundi xumurameera; kana kan godhuuf jajjabeettillee hojii dangaarraa eeguu itti dabalee ofii isaa Oromiyaarra haala mijeeffachuuf lubbu uummataan taphachuuf deema.
Karoorri Abiy inni guddaan jajjabee waan dadhabeef maarii biyyoolessaa jedhee angoo Jawaar, Baqqalaafaaf kennee uummata gidduutti burjaajjii uumuun akka waggaa sadii afur duraa bilisoomeerra jechisiisuuf deemaa jira.

Maarii kana keessatti Prof Mararaa KFO irraa dhiibuu ykn suutuma hojii ala gochuuf kan deemamaa jirudha.
Walumagalaa Prof. Mararaan angoo fakkeessaa fudhachuu waan diduuf suuta dhiibnee baasna jedhamee karoorfamee jiraachuusaa oduun karaa Leencoo Lataafaa miliqxee baatee jirti.

Leencoo lataa fi gareen isa fakkaatan karaa itti jajjabee balleessuu danda'an ammallee gadi qabanii lafa qotaa jiru.

Abiy Ahimed Oromiyaarratti kallattii hundaan lola keessaaf dangaa gaggeessuuf qophii xumuree jira.
Lola kana humna addaa Ama*araa akka raayyaa ittisaatti fayyadamuun, loltuu Ertrea kuma digdama ta'an qopheessifatee jira.
Kanaaf Oromiyaarratti lolli sanyii duguggaa banamuuf jira: karaa shawwa kabaa, kibbaa, baha, lixa, karaa wallaggaa Benishangul irraa jalqabee daangaa Ama*ara waliin walqunnamsisu hundaan faashistoonni akka cabsanii galan godhamee jira.

Kanaaf uummanni keenyi shira kana irratti dammaqee osoo hin burjaajja'iin daangaasaa dammaqinaan eeggachuuf har'umarraa qabee qophaa'uu qaba .

Qeerroof qarreen shira kana baree qabsoo hidhannoo cimsuuf carraa argame kana fayyadamuun gara dirree hidhannoo deemuun dirqama.
Tumsitoonni jajjabee kan keessaa fi ala jirt

Aanaa Amuruu keessatti manneen Oromootaa haala kanaan   fi Faannoottiin barbadaa'ee jira. Furmaanni jiru ilmaan Oromoo d...
23/01/2022

Aanaa Amuruu keessatti manneen Oromootaa haala kanaan fi Faannoottiin barbadaa'ee jira. Furmaanni jiru ilmaan Oromoo dhalaa dhiira, Qeerroo fi Qarree osoo hin jedhiin hidhachuun WBO isaa waliin waraana weerartuu kana irra dhaanuu dandaa'a. Yoo kuni ta'uu baate rakkoo hamaaf saaxilamuu dandeenya!

  Gadda 😭😭😭Ummata oromoo   irrattii ajeechan sukanessan irrattii rawatame akuma amaan dura ajessaa turan daran mana hidh...
22/01/2022

Gadda 😭😭😭

Ummata oromoo irrattii ajeechan sukanessan irrattii rawatame akuma amaan dura ajessaa turan daran mana hidha kessa gadi basanii ajessa jiru.

Rakkoo kana immoo hanga qamni hidhannoo waraani bilisummaa oromoo WBOn dhaqee billissaa bassuttii nuttii sagalee waliif tahu danda'uu qabna

Address

Kiremu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wallagaa post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share