Jama'aa Shaggar

Jama'aa Shaggar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jama'aa Shaggar, Digital creator, Jimma.

Jilli walitti qabaa majilisa Aanaa Dedoo Haji Mahaammad Musxafaatiin durfamu  naannoo kibba lixa Itoophiyaa Godina Konta...
29/12/2024

Jilli walitti qabaa majilisa Aanaa Dedoo Haji Mahaammad Musxafaatiin durfamu naannoo kibba lixa Itoophiyaa Godina Kontaa magaalaa Ciidaa seene.

Jilli kun walitti dhufeenya ummata musliimaa cimsuuf masjiida bidhatee jedhamutti jama'aa muslimaa waliin sagantaa/muhadaraa gaggeessaa jira.

Sagantaa kanarratti bareessaan majilisaa Godina Kontaa Jamaal Maammoo argamuun dhufaatii jama'aa muslimaatti gammaduun Godina Jimmaatti heddu gammadanii, walitti dhufeenya keenyas cimsuun barbaachisaadha jedhan.

Walitti Dhufeenya Ummata MuslimaaJama'aan muslimaa Godina Jimmaa Aanaa Dedoo irra dhufe magaalaa Ciidaa keessatti walitt...
29/12/2024

Walitti Dhufeenya Ummata Muslimaa

Jama'aan muslimaa Godina Jimmaa Aanaa Dedoo irra dhufe magaalaa Ciidaa keessatti walitti dhufeenya Ummata naannoo lamaanii cimsuuf guyyaa har'aa masjiida ciidaatti argame suuraadhaan kana fakkaata.

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jama'aa Shaggar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share