Hubadhu

Hubadhu SIYAASA

10/06/2022
10/06/2022

Namuu haga danda,uun bira haa dhaabbatu

MAASHA, Allah
10/06/2022

MAASHA, Allah

24/03/2022
27/12/2021

➡️Kitaaba faranjiin jibba islaamaa irratti barreesse
oromoon tokkummaa jaalatu nageenya jaalatu akkamitti ragaa godhatee ittiin oromoo akka isaa arrabsa akkamiin jibba amantaa saba gedduu facaasa!!

27/12/2021

➡️ Oromoon waaqeffattoonni tuffiin Oromoo muslimootaatiif qaban reefuu ifa ba,aa jira
duris kan nu cabsee diinaaf nu saaxile namoota nuti qaama tokko wajjain tokkummaan biyya kana ijaarra jennee wajjin gowwoomaa turreedha amma dubbiin nuuf galaa jirti tokko tokkoon!!!

18/12/2021

ፈዳክ አቢ ወኡሚ ያረሱለላህ

13/12/2021

➡️Amantaan nama hin arrabsu
Namni amantaa hordofu hunda ajaja amantichi itti kennu fudhatee hordifuun dirqama nama ani amantaan hordofa jedhuuti
Garuu faallaa kana namoonni amantaa kamuu hin qabne kan gad dhiisaa dhuma jiraatu faayidaa garaa isaaf amantaa barbaade arrabsee kan fedhii isaa hin guunneef arrabsuu ni danda,a
Nam-tokko amantaa malee jiraachuu garuu beekumsa ykn kabajaa osoo hin taane garaa dhuma isaa qaaqa gaodha yeeroo mara gabbaruu isaa agarsiisa galatoomaa!!

👉Islaamummaan seera qajeeltoo rabbi irraa nuuf kenname seerri kun kan inni bu,uura godhatee dhufe qur,aana jecha rabbiif...
29/09/2021

👉Islaamummaan seera qajeeltoo rabbi irraa nuuf kenname seerri kun kan inni bu,uura godhatee dhufe qur,aana jecha rabbiifi hadiisa nabiyyiiti s a w
Kanaafuu seerri qur,aana keessatti tarreeffameefi hadiisaan hiikamee muslimootaaf taa,e keeyyata kamiinuu taanaan miidhaafi hammeenya hin qabu
dhaabbileen midiyaa adduniyaa kanneen akka BBC SNN fi kanneen biroon dhimma adabbii seera shari,aa yoo dubbatan shari,aan qamaa hirrisuufi gara jabinaan nama ajjeesu dubartootaaf kabajaa kan hin laanne Taalibaan hijiirra oolchuuf itti jira jedhanii gaafa odeessan nidhageenya
Kun hojiirra kan oolu namoota muslima ta,anii seera dhugaa qur,aanaaf hadiisaa hordofaa turanii garuu ammoo dogoggora ykn miidhaa tokko tokko raawwatan erratti kan hojii irratti kan hojii irra kan oolu seera kanaan kan bulan
Kanneen miidhaa fi zulmiin akka hin babaldhanneef karaa haqa qabeessa ta,een namoonni akka waliin jiraatan kan taasisu waan ta,eef midhaa wamaatu akka hin qabaannee beektonni addunyaa heedduun ragaa ba,u
Miidhaa isaa kanneen dubbatan namoota duraanuu jibba amantaa kanaa qaban ta,uun isaa ni beekama ni muldhatas!!

02/09/2021

Galatoomaa
Like sher godhaa

02/09/2021

❔❔Namoonni dhimmi oromoo dhimma kooti jettan hundi mee gaafii kana of gaafadhaa
Oromoon bara meeqa eega gabroomee
Gabrummaa oromoof maaltu saba
Eega gabroomnee maal miidhamne
Gabrummaa kana keessaa ba,uuf maal hojjanne
Adeemsi keenya maaliif fiixa hin baane
Dhu???

Address

Addis Ababa Jimma
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hubadhu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hubadhu:

Videos

Share

Category