Guumaa post

Guumaa post 🌹No matter how hard your situation is, never give up on the life you want. Keep fighting..🌹

  Rabbi🤲 Anaafii nama du.aaii tana Aamiin Jadhee   godhu hundaafuu Qebali Mana bareedaa, jireenya gammachuu, Rizqii bara...
05/04/2024

Rabbi🤲 Anaafii nama du.aaii tana Aamiin Jadhee godhu hundaafuu Qebali Mana bareedaa, jireenya gammachuu, Rizqii barakaa, Umrii dheertuu,
Jaartii Raaziyaa, ilmaan gaggaarii, Jiruu Ibaadaa, Du'a shahaadaa
(khaatimaa bareedduu) Rabbi sihaa badhaasu! Qalbii Keenya Keessaas Hisdii(Inaaffaa) Miqqanyummaa Fuudhi Jaalalaf Gammachuun Bakka Nuuf Buusi Yaa Rabbii Keenya Biyya Keenyas Nuuf Tiksi Muumme Ministeera Keenyas Nuuf Tiksi Karaa Ofii Jaallattu Irra Deemu Mirgeessiif Yaa Rabbii Addunyaaf Aakiraatti Nu Milkeessi Gaafa Duunes Jannatal Firdowos Nu Dhaalchisi🤲Du'aa'ii tana Aamiin jachuu hin dagatinaa

10/03/2024

RAMADAN MUBARAK FOR ALL MUSLIM☆🌙

Dhiiga kiyyas dabaleeFooniif lubbuun tiyyaaFidaa Siif haata'uYaa ergamaa kiyyaa!
11/02/2024

Dhiiga kiyyas dabalee
Fooniif lubbuun tiyyaa
Fidaa Siif haata'u
Yaa ergamaa kiyyaa!

ADWA!
11/02/2024

ADWA!

08/02/2024

Ivory Coast🏆

Faarse bulaa mitiim Hojjate bulaa akkasii osoo hin dinqisiifatin darbuun Hin-ulfaata!  # Nuuf Jiraadhu Gadi Jedhanii Haw...
06/02/2024

Faarse bulaa mitiim Hojjate bulaa akkasii osoo hin dinqisiifatin darbuun Hin-ulfaata! # Nuuf Jiraadhu Gadi Jedhanii Hawaasaaf Hojjachuun Qabatamaan akkasi Dhiira kiyya!

 -------------------------------------Project Qubee Afaan Oromoo Haaraa Jedhame Sanaan Wal-qabatee Yaadonni garagaraa de...
01/02/2024


-------------------------------------
Project Qubee Afaan Oromoo Haaraa Jedhame Sanaan Wal-qabatee Yaadonni garagaraa deemaa Jiru! Anis Waa xiqqoo Jechuufani Qalbiin na hordofaa! Hayyoonnii Xixiqqoon akkas jechuun yaada itti kennaa jiru ☞pirojecti Islaamati Jedhaa Jiru
☞Kaanimmoo Qubee afaan Oromoo amma jiru Nama ganda kootituu uume jedhaa jiru
☞kaanimmoo islaamummaa waan hin beeknef malee tokkummaa Oromoo kan utubee islaamummaadha jedhu Christasm fi protestasm nis turee akka ka'u homaa shakkii qabu garuu dhugumaan yoo kan laallu taate mata dureen kun hunduu dhukkubaa waldandahuu dadhabuu keenya jibba amantaaf qabnuu fi jaalala gandummaa nuti qabnutu yeroo isaa eeggatee gadi bahe malee waan dhimma qubee uumameen wamti wal-qabbsiisu homaa hin jiru!Maalif yoo Jedhamee Tokko Qubee nuti amma fayyadamaa jirruu ni sagaleeffame malee qubee laatin akka tahee eenyu akka hin uumnee hundi keenyayyuu beeku qabna Lammaffa dhimma amantaan walqabatee kahuun immoo dhugaa yoo ilaalle amantaan adha komatamuu tarii oromoof waa guddaa kan gumaacheyyu isa tahuu mala sanas atahuu kan biraa wal hubachuuf ilaalchi keenya Murteessaadha dhimmoonni akkanaa immoo tokkummaa Oromoo dhimmoota balaarra buusanuudha dhimma Oromoo warrii geessanii amantaa fi Gandummaatti galchan Oromoof hojii diinummaa cimaa akka hojjatan hubatamuu qaba Oromoon Amantaata yeroo barbaadetti kan barbaadetti jijjirrataa Jiraate Jijjirrataa Itti fufas garuu Eenyummaa Oromummaa Jijjiruu hindandeessuu dhimma amantaa fi dhimma Sabaa Walqabsiisun immoo jara Ollaa keenya kanarraa barachuun hin danda'ama kufaatii akkamii akkanni fiduu! namoonni keenya baay'een dubbachuu malee maak akka dubbataa jiran hin beekan hata'uu malee utuu wal komanne komiin keenya baay'eedha garuummoo dhugaan yoo ilaalaan tokkoomne dhaabbanne waa baay'ee milkeessineerra hin milkeessinaa dhimma Qubeen wal qabateemmoo hayyoota afaanii fi warreen kalaqan sanaan utuu ibsi itti kennamee gaaridha hayyoonni xixiqqoon immoo tasgabba'aa jechuun barbaada galatooma godhaa!!

28/01/2024
28/01/2024
Maammee Fi Rooben Baga Guyyaa Gaa'ila Keessanii Geessan Gaa'ila Milkii fi Gammachuu Siniif Hata'uu  babbareeddu akkanaan...
22/01/2024

Maammee Fi Rooben Baga Guyyaa Gaa'ila Keessanii Geessan Gaa'ila Milkii fi Gammachuu Siniif Hata'uu babbareeddu akkanaan Faayamtanii Cidha Keessani raawwachuu kessaniif Siniif Gammanneerra😍Baga Geessani Naaf Jedhaani😍Hiryoonni Kiyyas🙏

21/01/2024

COOKIES WITH CHOCOLATE CHIPS
Ingredients:
100 gr butter
175 gr sugar
1 eggs
a pinch salt
a few drops of vanilla essence
200 gr flour
Must express something to keep getting my recipes.... Thank you.🥰😍
Recipe in (c.o.m.m.e.n.t ).👇👇👇

Dhugaa Mitii?===================Kan nu marse keessaaHarki caalan isaaKeessaan summii baateeFuula isaa ibsaa!!===========...
19/01/2024

Dhugaa Mitii?
===================
Kan nu marse keessaa
Harki caalan isaa
Keessaan summii baatee
Fuula isaa ibsaa!!
==================
Share Godhaa!

Hiryaa************************Hangamuu Yoo Jaalatte Hiriyummaa Nama kamiyyuu hin amanin Hanga waa sadi keessatti isa  hu...
16/01/2024

Hiryaa
************************
Hangamuu Yoo Jaalatte Hiriyummaa Nama kamiyyuu hin amanin Hanga waa sadi keessatti isa hubattutti 1.Rakkoo si muudatu, 2.Qananii inni argatu(Isatti tolee Wanti Baay'een gaafa Milkaahuf 3.waldhabbiin isin jidduutti gaafa Argamtu....Qorumsa Kana Sadan Qixaan Kan Darbe Jechuun Dhabuu fi Argachuun Kufuu fi Kahuun Muudamuu Fi Kaafamuun Kan Hin Jijjiirre Gaafa Rakkoon Si Muudate Namni Hundi Fuula Sitti Jijjirrate Namni Si Jibbe Sitti duule Kan Amanamummaan Si waliin Dhaabbatu Hin darbaa Jabaadhu Siin Jedhu Si Waliin Gatii kaffalu Fi Kan Dhumaa Gaafa waa Xiqqoon Walitti buute Hiryuummaa kan kabajuu fi Iccitii kan eegu Obsa kan Qabu Isa Argannaan Inni Hiryaa Dhugaatii Cimsadhu Wanta Hunda Caala immoo kan Namarraa barbaadan Ofiif ta'aani argamuudha Rabbiin hiriyaa gaariin nubadhaasee hiryaa gaarii hin ta'in nu'aa baraaruu.😍

Dhugaawwan Qe'ee Ikoo Turizimii Wancii-Dandii====================================👉 Ijaarsi pirojektichaa Bitootessa 11, ...
16/01/2024

Dhugaawwan Qe'ee Ikoo Turizimii Wancii-Dandii
====================================
👉 Ijaarsi pirojektichaa Bitootessa 11, bara 2013 ifatti eegalame.

👉 Haroon Wancii magaalaa Finfinnee irraa fageenya KM 150 irratti argama. Daandii Finfinnee-Amboo irraa ammoo KM 24 qofa fagaata.

👉 Ijaarsi daandii asfaaltii KM 43 dheeratu qaama pirojektichaati.

👉 Waliigalaan waqtii ijaarsa pirojektichaatti lammiilee kuma 8 haga kuma 12f carraan hojii gara garaa banameera.

👉 Riqichi meetira 72 fi manni barnootaa ijaarameera.

👉 Ibsaan daandiirraa KM 35 ta'u diriirfameera.

👉 Atileetotaaf tiraakii fiigicha dheeraa, Kaafteeriyaa, manneen nyaataa aadaafi bakka bashannanaa qarqara haroorraa qaba.

👉 Pirojektichi hawaasa naannawaa hammatee waliin kan misoome dha. Ijaarsa pirojektichaaf qonnaan bultoota kaafaman 13f manni jireenyaa sadarkaa isaanii eeggatan, ijaaramuun meeshaa guutuu waliin dabarfameeraafi.

👉 Qonnaan bultoota kanneeniif kutaalee turistootaaf kireessan gara garaas mooraa isaanii keessatti ijaarameeraafi.
Maddi AMN-Afaan Oromoo

13/01/2024
"Nuti Ijoollee Abbaa Malaati Akka Itti Lolanis Akka Itti Injifatanis Beekna Ijoolleen Abbaa Malaa Akka Saantima Callaa K...
04/01/2024

"Nuti Ijoollee Abbaa Malaati Akka Itti Lolanis Akka Itti Injifatanis Beekna Ijoolleen Abbaa Malaa Akka Saantima Callaa Kiisii Hin iyyu Abbaan Malaa Akka Qarshii Abbaa dhibba lamaati(200) Abbaan Malaa Wocaan Miti Gochaan Mo'aa"Dr.Abiy Ahimed

30/12/2023

ፔይ ባንድ (Payband) ምንድነው?
**********
ፔይ ባንድ በእጅ ላይ የሚጠለቅ ንክኪ አልባ ክፍያን መፈጸሚያ ነው፡፡ ደንበኞች በፔይ ባንድ ክፍያን ለመፈጸም ወደ ሽያጭ መፈጸሚያ ማሽን (POS) እጃቸውን ጠጋ አድርገው በፍጥነት እንዲከፍሉ፤ ከአውቶማቲክ የክፍያ ማሽን (ኤቲኤም) ደግሞ ጠጋ በማድረግ ገንዘባቸውን ማውጣት የሚያስችላቸው ነው፡፡ በአጠቃላይ አጠቃቀሙ ቀላል፣ ፈጣን፣ ምቹ፣ ደህንነቱ አስተማማኝ ንክኪ አልባ የክፍያ መፈጸሚያ ዘዴ ነው፡፡

• ፔይ ባንድ እንዴት ይሠራል?

ፔይ ባንድ እንዲሁም ንክኪ አልባ የክፍያ ሥርዓት የአጭር ርቀት ግንኙነት (Near Field Communication) ቴክኖሎጂ ላይ የተመሰረተ ሲሆን፤ እስከ 10 ሴ.ሜ ድረስ ያለገመድ መረጃዎችን ማስተላለፍ ይችላል፡፡ አንድ ሰው ግብይት በሚፈጽምበት ቦታ ላይ ወዳለ ማሽን እጁ ላይ ያጠለቀውን ፔይ ባንድ ሲያስጠጋ ከመሳሪያው የሚወጣው ምልክት ወዲያውኑ በማወቅ ያነበዋል፤ ከዚያም ወዲያውኑ ክፍያውን መፈጸም ያስችለዋል፡፡

• ፔይ ባንድ ምን የተለየ ባሕሪ አለው?

ፔይ ባንድ ሥራውን ለማቀላጠፍ የሚሞላ ባትሪ ሳያስፈልገው ሁልጊዜ ይሠራል፡፡ በውሀ ውስጥ ቢገባ እና እርጥበት ቢነካው አይበላሽም ፣አገልግሎቱም አይቋረጥም፡፡ ደንበኞች በእጃቸው ላይ እንደ ሰዓት በማሰር ጥሬ ገንዘብ፣ ካርድ፣ ስልክ ሳያስፈልጋቸው አንድ ጊዜ ጠጋ በማድረግ ክፍያን መፈጸም ያስችላቸዋል፡፡ በዚህ ምቹ አገልግሎቱ የፔይ ባንድ ንክኪ አልባ የክፍያ ሥርዓት በአሁኑ ጊዜ እውቅናው እየጨመረ ከሌሎች ዲጂታል የክፍያ አማራጮች የበለጠ ልህቀት እያመጣ መጥቷል፡፡

• የፔይ ባንድ ታሪካዊ ዳራ

እንደ አውሮፓውያኑ አቆጣጠር በ1990ዎቹ ንክኪ አልባ ክፍያዎችን የመፈጸም ጽንሰ ሀሳብ የመጣው የሬዲዮ ሞገድ መለያ (Radio Frequency Identification) ቴክኖሎጂ በመፈጠሩ ነው፡፡ የደቡብ ኮሪያው ለሴኡል አውቶብስ ትራንስፖርት ማህበር በ1995 የመጀመሪያውን ንክኪ አልባ የቅድመ ክፍያ የጉዞ ማለፊያ ካርድ አስተዋወቀ፡፡ ከዚያን ጊዜ ጀምሮ ንክኪ የሌላቸው ክፍያዎች እየተስፋፉ መጡ፡፡

• ፔይ ባንድን የሚጠቀሙ ሀገሮች እነማን ናቸው?

እንደ ፔይ ባንድ ያሉ በቅርብ ጊዜ እውቅና ያገኙ ንክኪ አልባ የክፍያ መፈጸሚያ ዘዴዎች በተለያዩ ሀገሮች ተቀባይነት አግኝተዋል።

• ቻይና፡- ቻይና በንክኪ አልባ ክፍያዎች ግንባር ቀደም ተጠቃሚ ናት። እ.ኤ.አ. በ 2023 በወጣ መረጃ መሠረት በቻይና ውስጥ የሚፈጸመው ንክኪ አልባ ክፍያ ግብይቶች ቁጥር ከዩናይትድ ስቴትስ በአራት እጥፍ ይበልጣል። እንደ Alipay እና WeChat Pay ያሉ የሞባይል ክፍያ መተግበሪያዎች በቻይና ሸማቾች መካከል ንክኪ አልባ ክፍያዎችን በስፋት እንዲቀበሉ አስተዋፅዖ አድርገዋል።

• ደቡብ አፍሪካ፡- ከቅርብ ዓመታት ወዲህ ንክኪ አልባ ክፍያዎች በደቡብ አፍሪካ ተወዳጅነት እያገኙ ነው። በሀገሪቱ ውስጥ ያሉ ባንኮች እና የክፍያ አቅራቢዎች እንደ Paybands ያሉ ተለባሽ መሳሪያዎችን ጨምሮ በተለያዩ አማራጮች ንክኪ አልባ የክፍያ አማራጮችን ለደንበኞቻቸው ያቀርባሉ ።

• ናይጀሪያ፡- ናይጀሪያ ከቅርብ ዓመታት ወዲህ እንደ Paybands አይነት ንክኪ አልባ ክፍያዎች መፈጸሚያዎችን በመጠቀም ላይ የምትገኝ ሌላዋ አፍሪካዊ አገር ናት ። በሀገሪቱ ውስጥ ያሉ ዋና ዋና ባንኮች እና የክፍያ አቅራቢዎች ንክኪ አልባ የክፍያ አማራጮችን ደንበኞቻቸው እንዲጠቀሙ ያበረታታሉ።

ፔይ ባንድን ጨምሮ ንክኪ አልባ የክፍያ አማራጮችን በመቀበል ረገድ ብዙ የአፍሪካ አገሮች ገና በጅምር ላይ ቢሆኑም፣ በርካቶች በዲጂታል የክፍያ አማራጮች ምቾት እየተሰማቸው ነው፡፡ ንክኪ አልባ የክፍያ አማራጮች ደግሞ በኔትወርክ መቆራረጥ ምክንያት የሚፈጠረውን መዘግየት በማቃለላቸው የተነሳ በብዙ የአፍሪካ አገሮች ተቀባይነታቸው እየጨመረ መጥቷል፡፡ አዳዲስ የባንክ ቴክኖሎጂን በሀገራችን በማስተዋወቅ ፈር ቀዳጅ የሆነው የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ፣ በቅርቡ የዚህን የፔይ ባንድ አገልግሎትን በመጀመር ደንበኞቹን ጊዜያችሁን ቆጥቡ፤ ኑሯችሁን አቅልሉ እያለ ይገኛል፡፡

ለጽሁፉ ዋቢነት የሚከተሉትን ድረ ገጾች ተጠቅመናል፡

https://www.investopedia.com/terms/c/contactless-payment.asp
https://www.example.com/
https://www.purewrist.com/
https://www.techtarget.com

Rabbiin Warreen Obsa Qaban Jaallatta!♥
15/09/2023

Rabbiin Warreen Obsa Qaban Jaallatta!♥

Ergamaan rabbii(SAW) akkas jedhan:- Yaa ilmaan namaa salaamtaa heeddummeessaa, nyaata nama nyaachisaa, firooma fufaa, ye...
08/09/2023

Ergamaan rabbii(SAW) akkas jedhan:- Yaa ilmaan namaa salaamtaa heeddummeessaa, nyaata nama nyaachisaa, firooma fufaa, yeroo namoonni rafan ka'aa salaataa, nagaadhaan jannata seentuu."

Dandii Milkaa'inaa Sirrii!---------------------------------------------------Namoonni Baay'een Milkaa'ina Yaada Jaraa ar...
05/09/2023

Dandii Milkaa'inaa Sirrii!
---------------------------------------------------
Namoonni Baay'een Milkaa'ina Yaada Jaraa argachuuf Yeroo Cilee Ol-dibaa Oolan argina Mee Haa laallu Biyya keenya Keessatti Olaantummaa Siyaasaa ykn Dinagdee Ykn Fudhatamummaa Hawaasa keessatti Qabnu Argachuuf Komii fi Arrabsoo Maqaa Ol-balleessutu raawwatama Komii fi Arrabsoon Nuti Goonu Eenyummaa Mataa Keenyaa Ibsa Malee Komataamaa Hin ibsu Numti Mataan Keenya Kan Ofittii Amanamummaan Duratti Dubbachuu Hin dandeenye Fi Miira Inaaffa Akka Of Keessa qabnu Namoonni Salphaatti Nu Hubachuun Eenyumma Amaana Baachu Hin dandeenye fi Inaaftota Tahuu kees Kaanis Hubachuun Milkaahina barbaaddu utuu hin fidin Afta! Guyyaa tokkoo Muummen Ministeera Dr Abiy paarlamaa Irratti kan Jedhan "Birciqoon Tokko Yeroo Lafa Jiru Osoo Bishaan itti Hin Guutamin dura Oksijiinii Of Keessaa Qaba Oksijiinin kaninni Birciqoo Sana Gadi Dhiise bahuu danda'uu Yoo Bishaan itti naqameedha qilleensi bootaa akka gadi dhiisu kan ta'eef immoo Density Bishaanii Kan Qilleensaa Waan Caalufi"Eeyye Dhugaadha Qaama Tokko kanati Caalu Dandeessu Cimtee Hojjachuudhaani;Dhiisa fi Jaalala Qabaachuudhaani Kanaafu Hiryoottan Koo Waan tokkon Qaama Faallaa keenyaa Caalle Jijjiiruu Yoo Barbaanne Komii keenya Sabaaban Deeggarree Dhiheessu!Qaama Faallaa Keenyaa Caalaa Cimtee Hojjachuu! Fi Waa xixiqqoon Namoota Qiimii Qabachuun Fira Of-dhowwachuurra Dhiifamaa fi Jaalalan Jiraachuun Yaada Milkeessuu barbaaddu Milkeessuu Dandeessun Jedha!

Ubaadaa ilma Saamit irraa nuuf himamee (RA) Nabiyyiin Rabbii (SAW) waa jaha (6) naaf of qabaa jannata Anaatu wabii isini...
01/09/2023

Ubaadaa ilma Saamit irraa nuuf himamee (RA) Nabiyyiin Rabbii (SAW) waa jaha (6) naaf of qabaa jannata Anaatu wabii isinii ta'aa ja'an .
1 Haasawa dhugaa dubbadhaa ,
2 baallama seentan guutaa ,
3 Amaanaa bakkaan gahaa ,
4 Qaama Saalaa haraami irraa tiksaa ,
5 ija teessan gadi qabadhaa ,
6 Harka keessan hamtuu irraa qabadhaa, ja'an .
Naafii isinis warra itti hojjatee nuhaa taasisuu🤲🤲

29/08/2023

የBRICS ጉባኤ ኢትዮጵያ ሀገራችንን በአባልነት ተቀብሎ አፅድቋል::
ይህ ለሀገራችን ታሪካዊ ሁነት ነው::
ኢትዮጵያ ሁሉን አካታች ለሚሆን የበለፀገ የአለም ስርዓት መስፈን ከሁሉም ጋር ለመስራት ሁሌም ዝግጁ ናት::

Yaa'iin Hooggantootaa 'BRICS' har'a miseensummaa Itoophiyaa raggaasiseera. Kunimmoo biyya keenyaaf taatee seenaati. Itoophiyaan sirni addunyaa badhaadhaa hunda haammataa ta'e akka jiraatu hunduma waliin hojjechuuf yeroo kamiyyuu qophooftuudha.

A great moment for as the BRICS leaders endorse our entry into this group today. Ethiopia stands ready to cooperate with all for an inclusive and prosperous global order.

Address

Toba
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Guumaa post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Guumaa post:

Videos

Share

Category


Other Newspapers in Jimma

Show All