Abjuu Jaalalaa

Abjuu Jaalalaa Abjuu jaalalaa Teacher

isintu abdii oromiyaati.
28/12/2025

isintu abdii oromiyaati.

ሀገር ማለት እናንተ ናችሁ እናንተ ማለት ሀገርክብር ነው የሚገባችሁ❤❤❤❤❤The country is you, you are the country. you deserve respect.great respec...
07/12/2025

ሀገር ማለት እናንተ ናችሁ እናንተ ማለት ሀገር
ክብር ነው የሚገባችሁ❤❤❤❤❤

The country is you, you are the country. you deserve respect.
great respect for u❤❤😍❤❤😍

07/12/2025
American major soccer league champion congratulations  🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎆Barcelona'sp legends Lio Messi, Alba, Bosket.💪💪💪💪💪💪💪💪
06/12/2025

American major soccer league champion
congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎆

Barcelona'sp legends Lio Messi, Alba, Bosket.💪💪💪💪💪💪💪💪

gammachuu addatu natti dhagayame dhugaa rabbii😁😁😁😁
06/12/2025

gammachuu addatu natti dhagayame dhugaa rabbii😁😁😁😁

Sababa Oromoonni iddoo waliif dhabanii xiqqaa fi guddaan wal nyaatu kanaaf, sababa dabaree dabareen hawaasni oromoo, haa...
04/12/2025

Sababa Oromoonni iddoo waliif dhabanii xiqqaa fi guddaan wal nyaatu kanaaf, sababa dabaree dabareen hawaasni oromoo, haati oromoo deette ilmaan ofii dhalaniin qalamaa, tumamaa, saamamaa jiraatan kanaaf silaa ani osoo danda'amee oromummaa koo ofirraa haqee bayya sabaafi sablammiin biraa kabaja itti qabutti deema.
kan keessaa ni saama kan alaa ni saama walirratti duulu, hicccc baay'ee isin jibbe, oromummaa koon jibbe.🤔🤔🤔

Qawwee waanta qabduuf sodachisuu otoo, hin taaneqawwee waanta hin fannifanneef tuffatamuu hin qabdu.Kan uummata bilisa b...
27/11/2025

Qawwee waanta qabduuf sodachisuu otoo, hin taane
qawwee waanta hin fannifanneef tuffatamuu hin qabdu.

Kan uummata bilisa baasu qawwee hidhataniif otoo hin taane, beekumsa ittiin qawwee hoogganan yoo sammuu hidhachisanii dha.

Beekumsa malee qawwee baatta taanaan, uummata ittiin tiksuuf otoo hin taane, beekumsa uummatarraa dhorkuun, dhaloota wallaalummaan macha’ee fi biyya gadadoon guutamte argita.

Afrikaa caala kan yeroo dheeraaf qawwee baattatee walitti dhukaasee fi aangoo qawween qabatee, qawween irraa wal buusuun aadeffatame ardii kamuu keessa hin jiru. Bu’aan isaa iyyummaa fi doofummaa nudhalchise.

Sirna qawwee malee wal harkaa fuudhuu aadeffachuu qabna balee, dhaadannoo qawween aangoo dhabne, qawween aangoo qabanna jedhu, keessaa ba’uu qabna. Qawwee malee sirna biyyaa fi sabaaf ta’u ijaaruu shakaluun aangoo siyaasaa wal harkaa fuudhuu ni dandeenya.

Kaamolee❤❤❤❤Arsittii🙏🙏🙏
27/11/2025

Kaamolee❤❤❤❤
Arsittii🙏🙏🙏

Address

Itaya

Telephone

+251949382318

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abjuu Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abjuu Jaalalaa:

Share