Ganale Kadir Dunun

Ganale Kadir Dunun Yoomillee eessalle'etti dhugaa dubbanna!

Badhaadhinna dhugoonsuuf wonni nuuti hin teene maanti jiraa?
03/08/2024

Badhaadhinna dhugoonsuuf wonni nuuti hin teene maanti jiraa?

30/07/2024

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! Duresa Seso, Og Toli Tamiru

Miidiyaa hawaasatti fayyadamuu jalqanneerra🤗
26/07/2024

Miidiyaa hawaasatti fayyadamuu jalqanneerra🤗

23/07/2024

With Dr. Mohammed Kedir – I just got recognized as one of their top fans!

23/07/2024

😁😁😁😁😁

"Haadha bollaa"                          GujiiSuuraan face book irraa fudhatame!
17/07/2024

"Haadha bollaa"
Gujii
Suuraan face book irraa fudhatame!

  guddaaNagessa Birree janna kiyya nageyaan boqadhu!Duuti teeti garaa na laalessite😭Waaqi lubbuu teetii araaramuuti Nagu...
16/07/2024

guddaa
Nagessa Birree janna kiyya nageyaan boqadhu!
Duuti teeti garaa na laalessite😭
Waaqi lubbuu teetii araaramuuti Naguu!!

16/07/2024

Mammaakuu?

"Cinaacha lafa Bulee, mucaa ceeraa fokkoo hin beenneen ergan"

11/07/2024

Hujii tuffachuu dhiinyee humnaa Fi dandeettii qannuun waan dandeennuu hojachuu qanna! Yo San gammachuu sammuu arganna!

11/07/2024

"Qubeen Baddee"
Wonni dhugaa😭

09/07/2024

Nami nama dhabe jirma nama seya!😔

09/07/2024

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! Waqo Dhadacha, Kasim Safaye and _Horo_Tinisa

06/07/2024

Hordoftooti tiyya hundinuu
Galatoomaa❤️🙏

Guddoo fakkaattullee dharri dhugaa hin mootu!_Kolbaan dhugaa qaddu_Ta dhuga'aan bultu_Ijjumaa womaa hin dhadduu❤️
01/07/2024

Guddoo fakkaattullee dharri dhugaa hin mootu!
_Kolbaan dhugaa qaddu
_Ta dhuga'aan bultu
_Ijjumaa womaa hin dhadduu❤️

01/07/2024
23/06/2024

Hiyyummaa jibbinee, hiyyeessa jaalanna✍️

17/06/2024

"Nama ilkaan hin qannee waaqatti alalchaaf"
Mammaassa!

This person was trying to cut down this tree, eventually he got tired and slept under the same tree because of it shade....
04/06/2024

This person was trying to cut down this tree, eventually he got tired and slept under the same tree because of it shade. What lesson do we have to learn here?

1. Do not bite the finger that feeds you

2. Do not be in a hurry to destroy a person because you might need same person tomorrow

3. Never look down or despise anyone today they might be your helper tomorrow

4. Think before you talk or act

5. Always remember the little good people did to you before destroying them and their reputation

6. Consider showing mercy to those who offend you simply for a good turn they once obliged you

7. Nobody is useless.

The story teaches us to think good, do good, and expect good. It urges us to be inspired by the lessons of gratitude, patience, empathy, fairness, forgiveness, and recognizing the value in others. By embodying these principles, we can create a more harmonious and supportive environment for ourselves and those around us.

MAY YOUR DAY BE BLESSED ❤️🙏

Source:EYA Oliver Uchenna

30/05/2024

Never regret of past events! It will hurt you again
Please Continue to work and work!

27/05/2024

Jireenna jiraannu keessatti injifachuuf hojjachuu qanna( qabna) malee, injifatamuu dhooggachuuf hojjachuu hin qannuu✍️

Bareedina uumama Shagguu ganamaaWaaqa nuu kenne hundumaa
23/05/2024

Bareedina uumama
Shagguu ganamaa
Waaqa nuu kenne hundumaa

South Korean professor Cho Jae-Weon has developed a groundbreaking toilet that transforms human waste into energy and re...
10/05/2024

South Korean professor Cho Jae-Weon has developed a groundbreaking toilet that transforms human waste into energy and rewards users with digital currency. Each person's daily 500g of f***s is converted into 50 liters of methane gas, producing 0.5 kWh of energy. Users of this innovative toilet earn Ggool, a digital currency aptly named "s**t coin."

🤣🤔💪❤️
Jabaadha nyaadha 😁😁😁

08/05/2024


Mustafaa Yaa mustafaa
Na hin jibbin numatti wolta hafaa!!!

06/05/2024

Ayyaana hosee!!

10/01/2024

Waan qannuun, horanneen, beennuun uummata keenna tajaajiluu qanna!

31/07/2023

"Dur bara H/Sillaasee irratti Wal falmanii Fardaan deemanii xaqalaay dhaqanii wol himatan. H/Sillaaseen dhimmichi bakka jaarroliin , jiranitti himannaan akka gaggeeffamu murteesse.

"Lafa beekkamtu ol duudiin lafa jedhee dabaan na falma, Akkoon sunuu haadha tiyya(Haadha Booranaati) kanaafuu lafti tiyya Ani ragaa qaba"jedhee falme Duubi.
Hayyee eegii ragaa qabaattee haadha teeti maqaan eennuu eennuuti jedhanii gaafatanii maqaa himuu wollaale! Arsiin himi jedhanii Arsiille maqaa wollaalee, ammoo haati tiyya maqaan jedhee maqaa himee jennaan gaafasi lafa San murteessanii mallatteessaniif jedhama. Jaarrolii Seenaa dhiisii Seenaa addunyaatuu tokko tokkoon beektu qabna, jala oollee irraa baruu qabna.
Gaafa maqaa gara jijjiiran gosti , wolitti baatee korma qalanii eebbifatanii lafti teenna nageya jedhanii eebbisan.
Nami korma kenne:
1. gosaan ,
2. Arsii keessaa
3. hin kennine(hin dhabe).
Jaarrolii gaafa San sirnicharratti argaman keessaa muraasa,
1.
2.
3.
4.
5.
6. kkf fa'a turan.
Maddi; Hayyuu dhaggaafi dhageettii ."
✍️ Mokkonnaa Uddeessaa.

31/07/2023

Dhaansa!
Gatiin namaa akuu guddoo. Dhali namaa kabajamuu male. Waan Gatii hin qanneef jennee waan Gatii qabaa hin ballessinu. Silaa nama hima malee itti hin hidhanuu!

12/07/2023

Dhugaan hin qadhatti malee hin cittu! Gujiin dhugaa qaba. Hin falmanna hin moonaa!

22/04/2023

Murteen mootummaan oromiyaa caasefama godina haareyaa jedhe kibba oromiyatti murteesse summii te'ee hafeera.

Yamanitti sadaqaa Ramadaanaarratti namoonni wal irratti kufanii lubbuun 78 darbe===============Yaman, magaala Sana'aa ke...
22/04/2023

Yamanitti sadaqaa Ramadaanaarratti namoonni wal irratti kufanii lubbuun 78 darbe
===============
Yaman, magaala Sana'aa keessatti namoonni sadaqaa ykn deeggarsa Ramadaanaa osoo fudhataa jiranii waliratti kukkufuun yoo xiqqaate lubbuun 78 darbeera.

Viidiyoon miidiyaa hawaasaa gubbaa ture balaan kun erga uumamee booda namoonni olii gadi osoo fiiganii mul'atu.

Royitars akka gabaasetti, namooni hedduun mana magaala Sana'aa naannoo Bab-al-Yamanitti kan argamu mana baruumsaa tokko keessatti gargarsa osoo fudhataa jiraniiti balaan kun kan uumame.

Gargaarsi kennamaa turemmoo nama tokkoof dolaara 9 ture akka gabaasa Roooyitarsitti.

↪️↪️

Yamanitti sadaqaa Ramadaanaa irratti namoonni wal irratti kufanii lubbuun 78 darbe

Address

Hawassa

Opening Hours

09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ganale Kadir Dunun posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ganale Kadir Dunun:

Share


Other Digital creator in Hawassa

Show All