Zubeyr jibrila

Zubeyr jibrila A think become a things
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷

13/07/2024

Akka Barati fi Akka Garaati Hin Bulin. Barrii Hammatee fi Garaan Hammate Hallayyaa Nama Naqaa

The hero is a long story long live Thank you 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Goonni seena dheera malee umurii dheera qabu Galatoomi 😭😭😭😭😭😭😭...
29/06/2024

The hero is a long story
long live Thank you 😭
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Goonni seena dheera malee
umurii dheera qabu Galatoomi
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

29/06/2024

RIP 😭😭😭
18/10/2023

RIP 😭😭😭

Innaa lillaahi wa'inna ileeyhi raaji'uun😭Rabbi jannataan si haa qananiisu  Abdurahaman Fatanaa
14/10/2023

Innaa lillaahi wa'inna ileeyhi raaji'uun😭
Rabbi jannataan si haa qananiisu
Abdurahaman Fatanaa

14/10/2023

Innaa lillaahi wa'inna ileeyhi raaji'uun😭
Rabbi jannataan si haa qananiisu haadha teenya.

  Rabbiin Sii Baase.
12/10/2023

Rabbiin Sii Baase.

07/10/2023

Girroo kotaka!!

05/10/2023

Qarata fi falataa qofaaf tatee barri kun

03/10/2023

As wr wb

19/08/2022


πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’
4 all of my sisters and Brothers

02/08/2022

Yaa Rabbiin naf gutii
Hawwii ko

30/07/2022

As wr wb πŸ™πŸ™πŸ™
Akkam jirtuu obbolewwan Koo martii keessanu????
Baga jiratan ❀️❀️❀️

14/07/2022

My Mother!!
She is my Jannah,
The Queen of my heart.πŸ’žπŸ₯€

Sh     hoo maal jedhan?Kabajamoo Muummicha ministeeraa nuti hundi si jaalanna. Hedduu hedduu si jaalanna. Garuu hanga ha...
14/07/2022

Sh hoo maal jedhan?
Kabajamoo Muummicha ministeeraa nuti hundi si jaalanna. Hedduu hedduu si jaalanna. Garuu hanga har'aatti. Kan kana boodaa ni laallanna! Alatti si hamachuu irra asumatti sitti himuu wayya! Ani har'a kanin dhufeef seera kabajchiisuuf nu yaamtan natti fakkaate malee if duuba nu deebistan jedhee hin yaadne ture! Garuu har'a hedduu gadde
Maalif yoo jettan

Muftiin Aalima manguddoo Abbaa keenna hundaati. Haa ta:u malee ummata kana tokkoo godhanii hoogganuu hin dandeenye. Bulchuus hin dandeenye. nageenha eegsisjus hin dandeenye. Inumaa kan inni dandahu boksiidha, dhiiga jigsisuudha. Kana immoo Majlisa Finfinnee irratti waan raawwatame laallee ragaa bahuu dandeenya!

Kanaafuu
Seerri haa kabajamu. Muftiin sagalee caalmaadhaan taayitarraa kaafamee jira. Gara bakka itti ramadameetti haa socho'u. Mootummaan sagalee keenna nuuf haa kabaju!
❀❀❀❀❀❀❀
Kabajamoo
Dhugaa nutti himaatii yoo garee keenna kana hinbarbaadne ifaan ifatti nutti himaa. Nuti ni deemnaa mootummaa isin hin fedhu jedhaa nutti himaa malee Wal dhoksuun hin tahu.
*******
Kabajamoo
Ani ergaa mana kootii bahee baatii sadihiifi guyyaa kudha jaha. Manni keenna jigee, Islaama bakka lamatti baasanii walnyaachisuu isaanii dhageenyaan Affaar irraa dhufe!

Jarri wayyaanee ganda kiyya keessa jiru; ammallee namni ni du'aa jira. Kana hundaa dhiisee wanni Ani asitti hoteelatti dararamuuf waa biraa miti. Xiqqoo waa sirreessan jedheetan! Yoo hin ta'u taate gadi nu lakkisaa hawaasa keenyatti deebinee mootummaan nu hin barbaaduu dhiifama nuuf godhaa jennee gallee hawaasa keenyatti himnaa!!!

Kanaafuu ammas seerri hojiirra haa oolu.
Abbaaboor

Address

Harar
Harerge

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zubeyr jibrila posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share