Fahmi yusuf

Fahmi yusuf Nursing

19/06/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Mohamed Haajiyusuf, Kadir Husseen

03/05/2024
17/12/2023

This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

11/11/2023

Amaloota ONNEE keenya miidhan!!
*************************************
1. Yeroo dheeraaf taa'uu ( fknf. TV ilaaluudhaan, fiilmiiwwan adda addaa irraa taa'aa oolu).
2. Ilkaan keenyaa sirriitti qulqulleeffachuu dhiisuu.
3. Yeroo halkan rafan kurruufuu cimaa (qoquu) (snoring) osoo qabanii yaalamuu ykn ilaalamuu dhiisuu.
4. Sababoota adda addaan hirriba ga'aa raguu dhabuu.
5. Sammuun baay'ee dhiphachuu (Stress)
6. Araada akka tamboo fi alkoolii fayyadamuu.
7. Nyaata cooma hedduu of keessaa qabu nyaachuu.
8. Nyaata ashaaboo itti guddisanii nyaachuu.
9. Dhiibbaa dhiigaa osoo qabanii (osoo akka qaban hin beekiinis ta'uu mala) yaalamuu dhiisuu.
*************************************
Fayyaan Faaya
Dr. Gurmeessaa H.

Address

Harar

Telephone

+251915042330

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fahmi yusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share