Dr Sena Adele

Dr Sena Adele Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr Sena Adele, Social Media Agency, Harar.

26/04/2024
23/04/2024

Ji’oottan saglan darbanitti naannoo Harariitti gama miidiyaa fi komunikeeshiniitiin hojiiwwan bu’a qabeessa ta’an hojjetamaa turaniiru- Obbo Henok Muluneh

Naannoo Hararitti ji’oottan saglan darban keessatti gama miidiyaa fi komunikeeshiniitiin hojiileen bu’a qabeessa ta’an hojjetamuu Waajjirri Komunikeeshinii Mootummaa naannichaa beeksise.

Hogganaan waajjira dhimmoota komunikeeshinii mootummaa naannichaa obbo Heenook Mulunee hojiilee ji'oota saglan dabran keessatti hojjataman ilaalchisee ibsa kennaniiru.

Naannichatti gama miidiyaa fi Kominikeeshiniitiin ji’oottan saglan darbanitti hojiilee gaariin hojjetamuu isaanii ibsaniiru.

Odeeffannoowwan hawaasa biraan gahuu bira darbee ajandawwan diiguumsaa fashaleessuun hojiileen boonsaan hojjetamuu ibsaniiru.

Qabeenya Turiizimii naannichaa beeksisuu fi faayidaa nageenya, obbolummaa, waliin jireenya, aadaan wal danda’uu akka dagaagee itti fufu gochuu keessatti karaa miidiyaalee adda addaatiin hojiileen bu'a qabeessa tahan hojjetamaa turuu ibsaniiru.

Kana malees, hojiilee misoomaa fi bulchiinsa gaarii naannichatti hojjetamaa turan karaa miidiyaalee naannoo fi biyyaalessaatti fayyadamuun odeeffannoo ummata biraan gahuun akka danda'ame himaniiru.

Keessattuu hojiilee miidiyaa fi komunikeeshinii sirnaan hogganuun tajaajila odeeffannoo ammayyaawaa yeroon gaafatu diriirsuun hojiin milkaa'ina qabu akka hojjetame dubbataniiru.

Obbo Heenook itti dabaluun karaa mullata gaarii naannichaa ijaaruun hariiroo gaariin ummataa fi mootummaa jidduutti akka jiraatuuf riqicha tahuun hojiin odeeffannoo ummata biraan gahuu hojjatamaa ture jedhaniiru.

Keessattuu dhimmoota haala yeroo naannoo fi biyyaalessaa keessatti hirmaannaa hawaasaa cimsuuf xiyyeeffannoon kennamee hojjatamuu fi hubannoo waloo uumuu keessatti dameen komunikeeshinii ga’ee isaa akka bahatu gochuuf tattaaffiin guddaan godhamaa turuu ibsaniiru .

Ji'oota bara baajataa hafan keessattiis kaayyoo dhaabbatichaa ga'umsaan milkeessuu fi fedhii odeeffannoo hawaasaa guutuuf ciminaan kan hojjatan tahuu ibsaniiru.

23/04/2024

የመደመር ዴሞክራሲ ኢትዮጵያዊ ዴሞክራሲ ነው!!

መሪ ሰነዳችን የሆነው የመደመር መጽሀፍ በኢትዮጵያ ዴሞክራሲን ለመትከልና ለማጽናት በሚደረገው ጥረት ካጋጠሙ ተግዳሮቶች መካከል በሀገራችን የወንድማማችነት እሴትና የሲቪክ ባህል ደካማ መሆናቸውን እንደ ትላልቅ ሳንካዎች ይጠቅሳቸዋል።

ኢትዮጵያዊያን ከመጣንበት የብሄረ-መንግስት ምስረታና ሀገረ-መንግስት ግንባታው ውስብስብነት የተነሳ ከተናጠል ቡድናዊ እውነቶቻችን ተሻግረን የወል እውነት መገንባት ስላልቻልን ከተወለድንበት ብሄርና ጎጥ፣ የምንከተለውን ሀይማኖትና እምነት፣ ከምናራምደው የፖለቲካ አመለካከት የተነሳ እርስ በርሳችን ስንገፋፋ፣ ስንናቆር፣ ብሎም ወደ ለየለት የእርስ በርስ ጦርነት አዙሪት ዉስጥ ስንማቅቅ የኖርንበት አንዱና ዋነኛው ምክንያት ይሄው ነው፡፡

በሌላ በኩል ደግሞ ደካማ የወንድማማችነት እሴት የህዝበኝነት (Populism) ሰለባ የሆኑ የፖለቲካ ሀይሎች እንዲፈጠሩ ስለሚያደርግ እሱም ዞሮ ዞሮ ዴሞክራሲን ያደናቅፋል፡፡ የሲቪክ ባህል ደካማነትም ለዴሞክራሲያችን መቀጨጭ የራሱን አስተዋጽኦ አበርክቶአል፡፡

ከዚህ ባህል ደካማነት የተነሳ ዜጎች የኔብለዉ ከሚያምኑት ነጠላ ቡድናዊ አጃንዳዎች (የብሄር፣ የሀይማኖት ወዘተ) ተሻግረዉ ሀገራዊ አሰባሳቢ አጀንዳዎች ላይ አነጣጥረው መደገፍ፣ መቃወምና መምረጥ አልቻሉም፡፡ የመደመር ዴሞክራሲ አነዚህን የዴሞክራሲ ጋሬጣዎችን ምንነት፣ ምንጮቻቸውንና የአደናቃፊነት ደረጃቸውን በወጉ ለይቶ እየሰራባቸው ይገኛል፡፡

የመደመር ዴሞክራሲ ኢትዮጵያዊ ዴሞክራሲ ነው፡፡ የመደመር ዴሞክራሲ ለኢትዮጵያዊ የዴሞራሲ እጦት ኢትዮጵያዊ መፍትሄ የሚያፈላልግ ነው፡፡ ግቡም የማኅበረሰብና የሲቪክ መብቶችንና ጥቅሞች ወጥነትና ዘላቂነት ባለው አግባብ ማረጋገጥ ነው፡፡

ከሁሉ በላይ ደግሞ ወንድማማችነት፣ ነፃነትና እኩልነት ቁልፍ የዴሞክራሲ ባህል እሴቶች (ምሰሶዎች) ስለሆኑ በቤተሰብ፣ ማህበረሰብ፣ ፖለቲካ ፓርቲዎችና መሰል ተቋማት ደረጃ ማበብ እንዲችሉ ሁሉም ባለድርሻ አካላት የሚጠበቅባቸውን አስተዋጽኦ ወጥነትና ዘላቂነት ባለው አግባብ እንዲወጡ መደረግ አለበት።

18/04/2024
16/04/2024
16/04/2024

Iidni Shuwaalaa Hambaa Addunyaa ummata naannoo keenyaatiifi biyya keenyaa boonsee dha፦ Obbo Geetuu wayyessaa Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Naannoo Hararii.

Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Naannoo Hararii Obbo Geetuu wayyessaa ergaa baga Iida shuwaalaatiin ittiin isin gahee dabarsanii jiru.

Obbo Geetuun ergaa isaanii keessatti akka ibsanitti Iidni Shuwaalaa Hambaa Addunyaa tahee Yuneeskoon galmaawuun isaa ummata naannoo keenyaatiifi biyya keenyaa kan boonse ta'uu isaatiin alatti duudhaa naannichaa addunyaatti beeksisuuf carraa gaarii uuma jedhan.

Iidni shuwaalaa sochii damee turizimii naannichaa daran kan cimsuu fi naannicha iddoo turizimii filatamaa kan taasisu ta'uus himan.

Duudhaa Nageenyaa, jaalalaafi walooma naannichaa addunyaatti beeksisuuf shoora ol'aanaa kan qabu jedhan.

Ayyaanichi duudhaalee aadaa isaa eeguun fi kunuunsuun dhalootaaf dabarsuun akka barbaachisuus ibsaniiti jiran.

Obbo Geetuun ummata naannoo keenyaatiifi guutuu biyyattii maraan baga ittiin isin gahe jechuun ayyaanichi kan nagayaa, jaalalaafi waloomaa akka ta'u hawwaniiru.

16/04/2024

በሀረሪ ክልል ለሚከበረው ለሹዋሊድ ኢድ በዓል እንኳን አደረሳችሁ! እንኳን አደረሰን።

ኢትዮጵያንም በርካታ ቅርሶች በዓለም ቅርስነት በማስመዝገብ ከአፍሪካ ቀዳሚውን ስፍራን ይዛለች።

በሀገራችን የሚገኙ ሰው ሠራሽ እና ተፈጥሯዊ መስኅቦች በይበልጥ እንዲያድጉና ለሀገራችን የብልፅግና ጉዞ ተጨማሪ ዐቅም መፍጠር እንዲችሉ ፓርቲያችን ልዩ ትኩረት ሰጥቶ በመስራት ላይ ይገኛል።

የሹዋሊድ ክብረ በዓል ሀገራችን በተባበሩት መንግስታት የትምህርት፣ የሳይንስና የባህል ድርጅት (ዩኔስኮ) በማይዳሰሱ ቅርሶች ካስመዘገበቻቸው ውስጥ አንዱ ነው።

በተለይም የሹዋሊድ ክብረ በአል የሀገራችን የቱሪዝም ዘርፍ እንዲጎለብት ከማድረግ አንፃር የላቀ ጠቀሜታ ያለው በዓል ነው።

የሹዋሊድ ክብረ በዓል ሀረር የምትታወቅበት የአብሮነት እሴትም ጎልቶ የሚታይበትና በከተማዋ የሚገኙ የተለያዩ ብሔር ብሔረሰቦች በጋራ የሚያከብሩት ክብረ በአል ነው።

የበዓሉ አከባበርም ሰላምን፣ አብሮነትን እና ኅብረ ብሔራዊ አንድነትን በሚያጎለብት መልኩ በደማቅ ዝግጅት መከበሩ እንዲቀጥል በቀጣይ አበክረን መስራታችንን እንደምንቀጥል እየገለፅን በአሉ የሰላም የደስታ እና የፍቅር እንዲሆን ፓርቲያችን ብልፅግና ከልብ ይመኛል።

**********************************************

ሐምበይሌ ሹዋሊድ ሞዪሌ አማንቤ አቦረዴኹ አቦረዴኹ !! አቦረዴና

ባድዚኛ ኢትዮጵያ በጂህ ቁራሳች አዱኛ ቁራስነትቤ መትሴጀልዜ አፍሪካቤ ቀዲም አታይ ዚለሐድቲ ባድ ኢንቴ።

ባድዚኛቤ ዪትረኸብዛል ኡሱእ ዱሉግ ዋ ዚኹልቂ ዪማርኹ አታያች ዱጉስቤ ዪደግሱኩት ዋ ባድዚኛ ሳዮት ሰፈርሌ ዲባያ ታኽ መኽለቅ ዪፈርኪኩት ፓርቲዚኛ ሉይ ቤጆት ሰጤውማ ጁህዲ ያሺቤ ዪትረኸባል።

ሹዋሊድ ሞይ ዚዳዮት ሑኩማ ዚደርሲ፣ ሳይንስ ዋ አዳ ተእሲስ (ዩኔስኮቤ) ዘይቲሓሰሱ ቁራስነትቤ ዘሴጀሌያች ማቤዪነቤ አሐድዞ ኢንታ።

ሉይቤም ሹዋሊድ ሞይ ባድዚኛ ዘያርነት ቻላ ዪጡኚኩት ሞሸ ገረብሌ ላቂ ፋይዳ ዛላ ሞይ ኢንታ።

ሹዋሊድ ሞይ ሐረር ቲታወቅባዛት ዚዳይ ቀድራች ዱጉስቤ ዪትሪባዛል ዋ አሲማዞቤ ዪትረኸብዛሉ ኢስበልበላት መሐድ መህዲናች ዳይቤ የገድሮዛል ሞይ ኢንታ።

ሞይዞ ጊዳሮቱም ሰላም፣ ዳይነት ዋ ዚዳይ መሐዲያ አሐድነቱው የጡኝዛል ሲፈቤ ዱጉስቤ ዪትገደራል።

ሞዪዞ ሰላም ፣ ተስቲ ዋ ደድ ዪኹንለኹኩት ሳዪ ፓርቲ ዪጊዝማል።

ሳዪ ሹዋሊድ!!

16/04/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Caalaa Baker, Hin Abdatiin Nama, Tajir Abdela, Anaaeiyiisoo Yusuuf Oromoo King

16/04/2024

ሳይ ሸዋሊድ!

14/04/2024


Manneen Barnootaa Aanaa Soofii Hundatti Sagantaan Nyaata Barattootaa Jalqabamee Haala Gaariin Kennamaa Jira.
27/03/2024

Manneen Barnootaa Aanaa Soofii Hundatti Sagantaan Nyaata Barattootaa Jalqabamee Haala Gaariin Kennamaa Jira.

Address

Harar
2

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Sena Adele posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dr Sena Adele:

Videos

Share

Nearby media companies


Other Social Media Agencies in Harar

Show All