WWWMYGerba

WWWMYGerba ቴጽናኑ ዛሬ ይህ እንዴዝ ያልፋል ኔጌ ዴግሞ መልካም ይሆናሎ

 Guyyaa 18/05/2017Baga guyyaa Dhaqabsiisaa wongeela Addunyaattif Ayyaanaa Cuuphaa Kan 2017 Ittiin Isiin gahe
26/01/2025


Guyyaa 18/05/2017
Baga guyyaa Dhaqabsiisaa wongeela Addunyaattif Ayyaanaa Cuuphaa Kan 2017 Ittiin Isiin gahe

2 Ximootewoos 4:7-9 GAXNT[7] Ani akka dansaa wodhaantoo qabadheera; doggommii tiyya fixadheera; dhugeeffannaa tiyyalle e...
19/01/2025

2 Ximootewoos 4:7-9 GAXNT
[7] Ani akka dansaa wodhaantoo qabadheera; doggommii tiyya fixadheera; dhugeeffannaa tiyyalle eegadheera. [8] Yoona ammaa achi badhaas balchumma'aa anaaf qophoyeera; badhaasa kana guyyaa san Goottaan balchichi anaaf hin kenna; ana qofaaf adoo hin te'in, worra deebi'ee mudhinnaan dhufa isaa dharra'aan eegatu duudi'iif hin kenna. [9] Ariiti'iin akka teete te'ii koyi.

¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁷ መልካሙን ገድል ተጋድዬአለሁ፥ ሩጫውን ጨርሼአለሁ፥ ሃይማኖትን ጠብቄአለሁ፤
⁸ ወደ ፊት የጽድቅ አክሊል ተዘጋጅቶልኛል፥ ይህንም ጻድቅ ፈራጅ የሆነው ጌታ ያን ቀን ለእኔ ያስረክባል፥ ደግሞም መገለጡን ለሚወዱት ሁሉ እንጂ ለእኔ ብቻ አይደለም።
⁹ በቶሎ ወደ እኔ እንድትመጣ ትጋ፤

Obboleessi Keennaa Faarfataan   Faarfannaa Mata Dureen Isa Jedhu Qabatee Dhufeera
23/09/2024

Obboleessi Keennaa Faarfataan Faarfannaa Mata Dureen Isa

Jedhu Qabatee Dhufeera

Oduu Aagaa (Baga Gammaddan)!!GUYYAA EEBBA KITAABA WOYYICHA LOQODA (Looga) GUJIIKunoo Kitaabi Woyyichi Afaan Oromoo Akka ...
22/05/2024

Oduu Aagaa (Baga Gammaddan)!!

GUYYAA EEBBA KITAABA WOYYICHA LOQODA (Looga) GUJII
Kunoo Kitaabi Woyyichi Afaan Oromoo Akka Gujiin haasawutti hiikamee, maxxanfameelle baay'atee galee jira.

Badhaadha guddaa kanaaf Waaqa guddicha nu badhaase guddinnee leellifataa, jaalala Waaqa jiraataa yennaa teete, Jilli eebbaa guddaan kun bakka keessummooti kabajaa bacaan biyya keessaa fi biyya alaa irraa dhufane argamanutti geggeeffama.

Kanaafuu, gaafa guyyaa waxabajjii 01 bara 2016 Bulee Horaa, dalleya Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa keessatti, gaafa Waxabajjii 02 bara 2016 Shaakkisoo, dalleya Makaanee Yesuusii keessatti, gaafa guyyaa 4-10-2016 Finfinneetti eebbisuuf Qophiin marti godhamee xumurameera.

Jila eebbaa guddaa kanaaf kolbaan Godinoota Gujii lamaanii, kolbaan ollaa godinoota kanaa martinuu yaamamaniiran. Jilli eebbaa kun jila nageyaa fi milkii akka nuuf te'u daadimataa waan qaddanuu fi dandeettanu maraan akka hirmaattanu jaalala Waaqaatii yaamicha isiniif dhiyeessina.

Ammalle irra deebiner baga Waaqi nageyaan nu maraa yeroo bacaa eeggataa, dheebotaa turre kanaan nu geye jedhaa,

Guyyaan kun Kiristaanota Qofaaf adoo hin taane, Ummata Oromoo Gujiitii fi naannawa isi'ii maraafuu guyyaa seena-qabeessa. Irraa hafuun gaabbii bara dheetaa te'a!

DHUGUMA GUYYAA KANARRAA HAFUUN FOKKOO GUDDO'O!

Wol-dhaggaan gaafa Waxabajjii 01 bara 2016 A.L.I.
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷(Bulee Horaatti)🌷🌷🌷🌷🌷

08/05/2024


Addisu Halo Sali (Dr) Speeshaalistii ilkaani, handhuuraa, Finfinnee keessatti argama. Irraa tajaajilamaa. Fayyaa teessan...
08/05/2024

Addisu Halo Sali (Dr) Speeshaalistii ilkaani, handhuuraa, Finfinnee keessatti argama. Irraa tajaajilamaa. Fayyaa teessan eegadha❗️
Dr. bira deentani, gorsaa isaa qofan fayyuu dandeettan. Nama balchaa fi qajeelaa nu biqilche.

Ergaa Baga dhaqabdaane du'aa ka'uu goftaa keena iyeesuusi kirsitoos hatuu cufa injiifate anafi sii fayyisiisaaf hadhooft...
06/05/2024

Ergaa Baga dhaqabdaane du'aa ka'uu goftaa keena iyeesuusi kirsitoos hatuu cufa injiifate anafi sii fayyisiisaaf hadhooftu unee hoobate jedhe gara boola gadi bu'ee olii bayyee waan silaa nuu awwalee irra te'uu dhakka garagalchee ka'ee midda abba ifii te'ee adde nuuf qopheese sanyii motumaa waaqa nugodhee ammaan achii isin ijoole tiyyaa malee garboota hin jedhatamitanuu nuun jedhe Ammeeeeen haleeluyaa ammalee Ameeeeen ..........
Yennaa waan kana qabanuufi kabaajinu waan inni nuuf te'e qaabbannuu imimmaan jaalalaatifi gammadaatin jinnee jilbiifaanne gangalannee isaaf ililichinaa malee hin gaddinu cubbuun kara Adaamitin gara keena dhutee kara du'ee du'aa ka'uu isaatin waan nuraa tarteef gammachuu guddaati nuta dhagaahama.
Rag.Isayaas 53:5 irrati akkuma dubaatu inni ammoo maroo dabaraa keennatif madda'e maroo cubbuu teennatif cinccayyee murtoo sababa cubbuutenaatif ifiraatibmurteese madda'u maddaa isaatin nuuti fayyinne jedha tanaaf worrii fayyisaa kana dhugeefatan baga gammadan baga gammane ayyana kana yoo kabajinuu waan kana herregaa obboleeyyaan teena kaa waan kana hin dhugeefannef rageesa worri dadhaabolee cinna teena jiranuu qabaata haa kabaajinuu ayyana garii !!!Barii kun kan eebbaa ,kan badhaadhiina kan balballi jureenaa nu duraa bannamu haa te'uu.

Baga Ayyaanaa Du'ee Du'a Ka'uu Gooftaa Keenyaa IYeesuusiii Kirstoosiittiin Ittiin Isiin Gahe
05/05/2024

Baga Ayyaanaa Du'ee Du'a Ka'uu Gooftaa Keenyaa IYeesuusiii Kirstoosiittiin Ittiin Isiin Gahe

Room 5:6-8 Adoo nuuti dadhaboole'eetuu, yennaan Waaqi murteesse geennaan Kiristoos cubbaaleyyi'iif du'e. Nama addee nama...
03/05/2024

Room 5:6-8
Adoo nuuti dadhaboole'eetuu, yennaan Waaqi murteesse geennaan Kiristoos cubbaaleyyi'iif du'e. Nama addee nama balcha'a du'u dhaggatiis guddoo rakkisa'a; te'ulle nami addee nama dansa'a du'iisaaf fedhu dhaggamuu fa dande'a. Ammoo adoo nuuti cubbaaleyyi'iituu Kiristoos addee teenna du'eera; kunille jaalalli Waaqi nu'uuf qabu attam attam guddaa akka te'e mudhisa.

Address

Hagere Mariam

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WWWMYGerba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category