Jarjartu show

Jarjartu show Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jarjartu show, Digital creator, Diredawa, Gelemso.

04/12/2023

Diinni Arsenal hunda "Nyam" Nyam haa ta'an....!
"Nyam" ja'aamee? 🙄

✅ ምርጥ አርሰናልን እያየን ነው።💯✅ Arsenaal gaarii ta'e ilaala jira.💯
02/12/2023

✅ ምርጥ አርሰናልን እያየን ነው።💯

✅ Arsenaal gaarii ta'e ilaala jira.💯

02/12/2023

አርሰናል 1:0 ዎልቭስ

boommmmmm

✅Tapha Shaampiyoons Liigii Awuuroopaa⏰BoqonnaaArsenaal 5-0 LoonsiKai 13'Jesus 21'Saka 23'Martineli 28'Odegaard 45+2
29/11/2023

✅Tapha Shaampiyoons Liigii Awuuroopaa

⏰Boqonnaa
Arsenaal 5-0 Loonsi
Kai 13'
Jesus 21'
Saka 23'
Martineli 28'
Odegaard 45+2

27/03/2023

Fageenyi Guddan💚🙏
Nama 2 jidduu jiruu💋
Wal hubachuu Dhabuudha!!🤩

✅ Trust the process. 🔥💪
26/03/2023

✅ Trust the process. 🔥💪

⭕️ Maayikeel Arteetaan bara dhufu gara Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaatti yeroo deebi'uu garee isaa cimsuuf jijjiirraa ga...
24/03/2023

⭕️ Maayikeel Arteetaan bara dhufu gara Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaatti yeroo deebi'uu garee isaa cimsuuf jijjiirraa ganna itti aanutti jijjiirama hedduu gochuuf qophaa'e jira; Fuuldurri yeroo dheeraa Kieran Tierney, Rob Holding fi Folarin Balogan mirkanaa'aa miti.

Akkasumas Arsenaal gaaffii jijjiirraa Niikoolaas Pe**ee, Taavaarees, Meetlaand Naayils, Seedrik, Paabloo Maarii, Aleeks Runaarson fi Lokoangaa dhaggeeffachuuf qophiidha. [The Sun]

⭕️ ጃክ ግሬሊሽ ስለ ቡካዮ ሳካ፡👉 "እኔ በክንፍ በኩል ለሲቲ እየተጫወትኩ ነው እሱ በክንፍ በኩል ለአርሰናል እየተጫወተ ነው ሁለታችንም ወደ ፕሪምየር ሊግ እንሄዳለን። እሱ ጥሩ ልጅ ነው, ...
23/03/2023

⭕️ ጃክ ግሬሊሽ ስለ ቡካዮ ሳካ፡

👉 "እኔ በክንፍ በኩል ለሲቲ እየተጫወትኩ ነው እሱ በክንፍ በኩል ለአርሰናል እየተጫወተ ነው ሁለታችንም ወደ ፕሪምየር ሊግ እንሄዳለን። እሱ ጥሩ ልጅ ነው, ቡካዮ።"

⭕️ Jaak Giriilish waa'ee Bukaayoo Saakaa:

👉 "Ani Siitiif bukkee irran taphachaa jira, inni Arsenaaliif bukkee irran taphachaa jira, lamaan keenya gara Piriimiyerliigii Ingiliiz deemna. Inni mucaa gaarii dha, Buckayon."

⭕️ አርሰናል ለቀጣዩ ሲዝን ለሚያደርገው የፕሪ ሲዝን ዝግጅት ወደ አሜሪካ እንደሚጓዝ ያስታወቀ ሲሆን በአሜሪካ ቆይታውም ጁላይ 19 ከMLS All-Stars ጋር በዋሺንግተን ዲሲ ጨዋታውን እን...
21/03/2023

⭕️ አርሰናል ለቀጣዩ ሲዝን ለሚያደርገው የፕሪ ሲዝን ዝግጅት ወደ አሜሪካ እንደሚጓዝ ያስታወቀ ሲሆን በአሜሪካ ቆይታውም ጁላይ 19 ከMLS All-Stars ጋር በዋሺንግተን ዲሲ ጨዋታውን እንደሚያደርግ አስታውቋል።

⭕️ Arsenaal July 19 urjiilee garee Ameerikaa hunda keessaa filataman MLS All-Stars waliin akka taphatu bekameera. Taphattoonni ciccimoo Liigii Ameerikaa irraa dhufan leenjisaa DC Yunaayitid Wayne Rooniin kan durfamu ta'a.

✔️ MLS All-Stars Vs ARSENAL 🔥

21/03/2023

✅ Bukayo Saka garee biyyaalessaa Ingilaanditti makame!🏴󐁧󐁢󐁥󐁮󐁧󐁿

20/03/2023

Waan hin Dalagamin Malee wanni hin haasawamin hin jiru Yada Arteta 🤏😜

Mo'amuun qaama kubba miilati yeroo hundumaa qabxiin 3 immoo waan nama gadisiisuu mitii Waancaa fudhachuuf taphattee mo'a...
20/03/2023

Mo'amuun qaama kubba miilati yeroo hundumaa qabxiin 3 immoo waan nama gadisiisuu mitii
Waancaa fudhachuuf taphattee mo'amuunis ni jira waan ta'eef homaa miti

⭕️ ሚኬል አርቴታ ስለ ቡካዮ ሳካ 2 ጎል ማስቆጠር:👉 "በጣም ጥሩ ነው እናም የበለጠ ፈልጎ ነበር። ሃትሪክ ሰርቶ አለመውጣቱ አበሳጭቶታል። እኛ የምንፈልገው ይህን ነው።"⭕️ Mikel Art...
19/03/2023

⭕️ ሚኬል አርቴታ ስለ ቡካዮ ሳካ 2 ጎል ማስቆጠር:

👉 "በጣም ጥሩ ነው እናም የበለጠ ፈልጎ ነበር። ሃትሪክ ሰርቶ አለመውጣቱ አበሳጭቶታል። እኛ የምንፈልገው ይህን ነው።"

⭕️ Mikel Arteta Bukayo Sakaa goolii 2 galchu irratti:

👉 "Baayyee gaarii fi kana caalaa barbaade ture. Haatirikii hojjechuu dhabuu isaati mufate jira. Wanti nuti barbaannu kana."

⭕️ ሳካ ስለ ማርቲኔሊ:👉 "አዎ እሱ ምርጥ ልጅ ነው ከሱ ጋር መጫወት አስደሳች ነው ግን ይሄ ከሱ ጋር ብቻ አይደለም ከሁሉም የቡድኑ አባላቶች ጋር ቤተሰብ ነን።"⭕️ Saka waa'ee Ma...
19/03/2023

⭕️ ሳካ ስለ ማርቲኔሊ:

👉 "አዎ እሱ ምርጥ ልጅ ነው ከሱ ጋር መጫወት አስደሳች ነው ግን ይሄ ከሱ ጋር ብቻ አይደለም ከሁሉም የቡድኑ አባላቶች ጋር ቤተሰብ ነን።"

⭕️ Saka waa'ee Martinelli:

👉 "Eeyyee mucaa gaariidha, isa waliin taphachuun nama gammachiisa, garuu isa qofa waliin miti miseensota garee hunda waliin maatiidha."

18/03/2023

Arsee tiyyaa
🙏🙏❤💚❤💋
Gutuu isa Gara
You Tube kenya
Darash A moh

⭕️ አርሰናል በአሁኑ ሰአት በፕሪሚየር ሊጉ ጥሩ ብቃት ያለው ቡድን ነው።👉 ፓላስ በቀጣይ...⭕️ Yeroo ammaa kana Arsenaal garee Piriimiyerliigii Ingiliiz ...
18/03/2023

⭕️ አርሰናል በአሁኑ ሰአት በፕሪሚየር ሊጉ ጥሩ ብቃት ያለው ቡድን ነው።
👉 ፓላስ በቀጣይ...

⭕️ Yeroo ammaa kana Arsenaal garee Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti haala gaarii irratti kan argamudha.
👉 Palace itti aana...

✅ አርሰናል ዊሊያን ሳሊባ ለእሁድ ጨዋታ የመድረሱን ጉዳይ ለማረጋገጥ በቀጣይ 48 ሰዓታት ውስጥ ምርመራ ያደርጉለታል። [Kaya kayanak]✅ Arsenaal Wiiliyaan Saalibaa t...
18/03/2023

✅ አርሰናል ዊሊያን ሳሊባ ለእሁድ ጨዋታ የመድረሱን ጉዳይ ለማረጋገጥ በቀጣይ 48 ሰዓታት ውስጥ ምርመራ ያደርጉለታል። [Kaya kayanak]

✅ Arsenaal Wiiliyaan Saalibaa tapha Wiixataaf gahumsa isaa mirkaneessuuf sa'aatii 48 itti aanan keessatti qorannoo fayyaa taasisa. [Kaya kayanak]

👉 ዛሬ ምሽት ኪም ካርዳሺያን በኤምሬትስ ስታዲየም።👉 Kim Kardashian galgala kana Istaadiyeemii Emirates keessatti.
16/03/2023

👉 ዛሬ ምሽት ኪም ካርዳሺያን በኤምሬትስ ስታዲየም።

👉 Kim Kardashian galgala kana Istaadiyeemii Emirates keessatti.

16/03/2023

✅ Oduu yaaddessaa ta'een, Wiliyaam Saaliibaanis miidhamee ba'e!🥱🥱🥱

16/03/2023

Baranaa Arseen Siin Dhagesuu Brothers 🙏

⭕️ የብሬንትፎርዱ አጥቂ ኢቫን ቶኒ:👉 "ሊጉ በጣም ከባድ እንደሆነ አውቃለሁ ግን አርሰናል ላይ መድረስ እንችላለን።"⭕️ Taphataan sarara fuulduraa Bireentifoordi I...
16/03/2023

⭕️ የብሬንትፎርዱ አጥቂ ኢቫን ቶኒ:

👉 "ሊጉ በጣም ከባድ እንደሆነ አውቃለሁ ግን አርሰናል ላይ መድረስ እንችላለን።"

⭕️ Taphataan sarara fuulduraa Bireentifoordi Ivaan Toonii

👉 "Liigichi baay'ee rakkisaa akka ta'e nan beeka garu Arsenaal bira gahuu dandeenya jedheen yaada."

⭕️ የአርሰናሉ አማካኝ ፋቢዮ ቪዬራ፡👉 "የኢሮፓ ሊግ እና ፕሪሚየር ሊግን ማሸነፍ እፈልጋለሁ።"[ክሪስ ዊትሊ]⭕️ Taphataa sarara gidduu Arsenaal Faabiyoo Viyeera...
15/03/2023

⭕️ የአርሰናሉ አማካኝ ፋቢዮ ቪዬራ፡

👉 "የኢሮፓ ሊግ እና ፕሪሚየር ሊግን ማሸነፍ እፈልጋለሁ።"[ክሪስ ዊትሊ]

⭕️ Taphataa sarara gidduu Arsenaal Faabiyoo Viyeeraa:

👉 "Liigii Awurooppaa fi Piriimiyerliigii injifachuun barbaada." [Chris Wheatley]

⭕️ ቶማስ ፓርቲ ከካሴሚሮ ጋር ስላለዉ ንጽጽር፡👉 "በስራዬ ላይ ማተኮር አለብኝ። እኔ ቢያንስ በአንዳንድ ሰዎች በመታየቴ በጣም ደስተኛ ነኝ እናም በጣም አስፈላጊው ነገር ቡድኑን መርዳት መቀ...
13/03/2023

⭕️ ቶማስ ፓርቲ ከካሴሚሮ ጋር ስላለዉ ንጽጽር፡

👉 "በስራዬ ላይ ማተኮር አለብኝ። እኔ ቢያንስ በአንዳንድ ሰዎች በመታየቴ በጣም ደስተኛ ነኝ እናም በጣም አስፈላጊው ነገር ቡድኑን መርዳት መቀጠል ነው ብዬ አስባለሁ፣ ያለኝ አስተሳሰብ እና በራሴ ላይ መስራት ነው።"

⭕️ Toomaas Paartee Kaaseemiroo wajjin wal bira qabamee madaalamu irratti:

👉 "Hojii koo irratti xiyyeeffachuu qaba. Yoo xiqqaate namoota tokko tokkoon daawatamuu kootti baay'een gammada, wanti hunda caalaa barbaachisaa ta'e garee kana gargaaru itti fufudha, yaada koo fi of irratti hojjechuu itti fufuudha jedheen yaada."

12/03/2023

Arsenal Qabanoytetti Manchester United
Owiite Jaa kiyanan English Tokkoo 😁😁

12/03/2023

Got your

12/03/2023

Arsenal jimaa malee nama mirqaan sittii 🥰🙏

11/03/2023

Liverpool Tun Manchester United
Male Hiin Danddesuu Jechudha🤣

Address

Diredawa
Gelemso

Telephone

+251915036754

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jarjartu show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jarjartu show:

Videos

Share



You may also like