Tajaajila Poolisii hawaasaa Bulchiinsa magaalaa galamsoo Araddaa 01

Tajaajila Poolisii hawaasaa Bulchiinsa magaalaa galamsoo Araddaa 01 Galmii keenya:
1.tajaajila Poolisii hawaasaa bu'a qabeessa taassisuu.
2. yakka ittisuu.
3.nageenyaa

Gaachannii sirnaa,gaachana ummata oromooti.
12/09/2022

Gaachannii sirnaa,gaachana ummata oromooti.

12/09/2022
Qaammee 3/13/3014 EcGuyyaa Nageenyaa God/H/Lixaa Bulchiinsa magaalaa Galamsoo tti mariin qorannoo hojii opereeshinii mar...
09/09/2022

Qaammee 3/13/3014 Ec
Guyyaa Nageenyaa

God/H/Lixaa Bulchiinsa magaalaa Galamsoo tti mariin qorannoo hojii opereeshinii marsaa 3ffaa irratti fuulleffate caasaalee nageenyaa hunda waliin bakka I/G W/ra paartii badhadhinaa bulchiinsa magaalaa Galamsoo Obbo fi I/G W/ra poolisii Enspeektar argamanitti geggeeffamee jira,

Mariin kun Milishaa, poolisii Idilee, IGS, caasaa nageenyaa biroo fi hoghansi seektaras kan hammate yoo tahu, haala opereeshinii qindoomina qaamolee kanneenii hoojjatamaa ture Raawwii isaa gadi fageenyan erga qoratame booda cimina jiru daran itti fufsiisun iddoo qaawni mul'ate, duguugamee akkaataa cufuun danda'amu irratti qorannoon bal'aan geggeeffamuun kallattiin keessattiiyyuu kabaja Ayyaana irreechaa bara 2015nii fuuldura keenya kabajamu irratti karaa nagaa fi tasgabbii qabuun akka kabajuuf qaamoleeb gahee isaa bahachuu akka qabu dhaamaniiru.

Harargee LixaaBulchiinsa Magaalaa Galamsoo!Raayyaa ittisa biyyaa koof   hanga lubbuuti,ijannoo jedhuun jiraattoonni Maga...
08/09/2022

Harargee Lixaa
Bulchiinsa Magaalaa Galamsoo!
Raayyaa ittisa biyyaa koof hanga lubbuuti,ijannoo jedhuun jiraattoonni Magaalaa Galamsoo Gandaa 01 deeggarsa taasisan.

Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Galamsootti jiraattoonni gandaa 01 Gootichaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa keenyaaf jechuun deeggarsa kormaa kan gumaachaniiru.
Galatoomaa jennaan!!

Mariin Hawaasa waliin  dhimma nageenyaa fi misoomaa irratti geggeeffame Hagayya 12/12/2014 Ec God/H/Lixaa Bulchiinsa mag...
18/08/2022

Mariin Hawaasa waliin dhimma nageenyaa fi misoomaa irratti geggeeffame

Hagayya 12/12/2014 Ec God/H/Lixaa Bulchiinsa magaalaa Galamsoo Araddaa 01 tti jiraattota qaxanaa 7 waliin dhimma nageenyaa fi misooma magaalaa irratti geggeeffamee jira, hawaasni keenya dammaqaa qindaa'a fi misoomawaa akka tahuuf gahee hunda keenyaa ni bahanna keessattuu nageenyi waan hunda kan dursu waan ta'eef hundi keenya wabii nageenyaa tahuu qabna jedhaniiru

Obbo Solomon Gelan I/G Liigii dargaggoo Godina harargee lixaa tahuun tajaajilaa kan ture Yeroo ammaa I/G W/ra paartii ba...
17/08/2022

Obbo Solomon Gelan I/G Liigii dargaggoo Godina harargee lixaa tahuun tajaajilaa kan ture Yeroo ammaa I/G W/ra paartii badhadhinaa bulchiinsa magaalaa Galamsoo tahuun muudamera.

Wel coma Bara hojii gaarii.

Hoggansaa fi Abbootii gandaa waliin mariin hojiilee torbee kana hoojjatamaa turanii fi kallattiin itti Aanu kenname Haga...
17/08/2022

Hoggansaa fi Abbootii gandaa waliin mariin hojiilee torbee kana hoojjatamaa turanii fi kallattiin itti Aanu kenname

Hagayya 11/12/2014 Ec God/H/Lixaa Bulchiinsa magaalaa Galamsotti hoggansaa fi Abbootii gandaa waliin mariin hojii hoojjatamaa turee fi kallattiin itti aanee hoojjatame kenname,

Mariin kun bakka Kantiibaa bulchiinsa magaalaa Galamsoo obbo , I/G Paartii badhaadhinaa Bulchiinsa Magaalaa Galamsoo obbo fi I/G Siyaasaa Aadde argaminitti kan geggeeffame yo tahu, keessattuu hojii Tajaajila lamummaa gannaa, ijaarsa mana barnoota bu'uura boruu, qophii ka'uumsa karoora bara 2015nii qaaccessuu, calallii Galmii Hoji dhabaa, hojii Nageenyaa fi misoomaa akkasumas hojii ijaarsaa wajjiin wal qabatee bal'inaan qabxiiwwan marii keessatti ilaalamanii fi qindoominaan hojii akka ciminatti jiru daran jabeessuu fi hanqina immoo hunderraa furuuf miira biyyummaa cimaa ta'ee fayyadamummaa ummataa giddu gala godhatamee hoojjatamuu qaba jedhameera, hojiilee guyya guyyaa raawwii isaa qaaccessuun oolmaa ilaalaa deemun barbaachisaadha erga jedhan booda hojiilee itti Aananii hoojjataman irratti kallattii kan kaa'an Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Galamsoo obbo .

  fakkeenyummaa qabu hojjachuun Tajaajiltummaa hawaasaa ha mirkaneefannuu!
31/05/2022

fakkeenyummaa qabu hojjachuun
Tajaajiltummaa hawaasaa ha mirkaneefannuu!

27/11/2021

Leenjiin gaachana sirnaa sadarkaa bulchiinsa magaalaa galamsootti eegalamee cimee itti fufaa jira.

23/01/2021

Hayyuun keenya mahaadii haamid muudee du'aan addunyaa kana irraa boqatee Jira.
Rabbiin maatii fi firoottaan isaa akkasuma ummata oromoo cufa Obsa,Sabrii fi jajjabinaa haa keennuuf.
Caffee jannataatiin rabbiin haa qananiisuu.

  Millishoota Keenya Gootomusu Bifa Nama Hawwaatun Gaggeefama Olee Jira.
17/01/2021

Millishoota Keenya Gootomusu Bifa Nama Hawwaatun Gaggeefama Olee Jira.

DARGAGGOON BIYYAAF UTUBAADHA!GHL Magaalaa Cirootti Dargaggoota Aanaalee GHL keessaa fudhataman waliin MARIIN mata Duree ...
17/01/2021

DARGAGGOON BIYYAAF UTUBAADHA!
GHL Magaalaa Cirootti
Dargaggoota Aanaalee GHL keessaa fudhataman waliin
MARIIN mata Duree IJAARSA BIYYAA,IJAARSA MOOTUMMAA FI GAHEE DARGAGGOOTAA Jedhu irratti gaggeeffamaa jira.
MARIIN TOKKUMMAA CIMAA FIDUU KEESSATTI GA'EE GUDDAA QABA!

โ„•๐•’๐•˜๐•–๐•–๐•Ÿ๐•ช๐•š๐•š ๐•ƒ๐•’๐•ž๐•ž๐•š๐•š โ„๐•ฆ๐•Ÿ๐••๐•’๐•’๐•— !!๐‘จ๐’Ž๐’‚๐’‹๐’‹๐’Š๐’Š 3/2013๐‘ฎ๐’๐’…๐’Š๐’๐’‚๐’‚ ๐‘ฏ๐’‚๐’“๐’‚๐’“๐’ˆ๐’†๐’† ๐‘ณ๐’Š๐’™๐’‚๐’‚๐‘ด๐’‚๐’ˆ๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚ ๐‘ช๐’Š๐’“๐’๐’=================Magaalaa Cirootti Eebbii P...
17/01/2021

โ„•๐•’๐•˜๐•–๐•–๐•Ÿ๐•ช๐•š๐•š ๐•ƒ๐•’๐•ž๐•ž๐•š๐•š โ„๐•ฆ๐•Ÿ๐••๐•’๐•’๐•— !!
๐‘จ๐’Ž๐’‚๐’‹๐’‹๐’Š๐’Š 3/2013
๐‘ฎ๐’๐’…๐’Š๐’๐’‚๐’‚ ๐‘ฏ๐’‚๐’“๐’‚๐’“๐’ˆ๐’†๐’† ๐‘ณ๐’Š๐’™๐’‚๐’‚
๐‘ด๐’‚๐’ˆ๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚ ๐‘ช๐’Š๐’“๐’๐’
=================
Magaalaa Cirootti Eebbii Paatroolii Nageenya Hawaasaa haala oo'aa taa'een gaggeffamee jira.
Sagantaa eebbaa kanarrattiis Keessummaan kabajaa Hoggansii Olaanoon Godinaa I/G/Siyaasa P/Badhaadhinaa God/Har/Lixaa Obbo Abduramaan Hubeeybii fi I/G Waaj/Bulchiinsa God//Har/Lixaa Obbo Toofiq Ahmad Hoggansa Magaalaa Kantiibaa Obbo Mahaammad Umar (Bulee),I/G Poolisii Magaalaa Obbo Mikaa'el argamuun haasawa baniinsa taasisuun
Eebbifamtootaaf ergaa dabarsanii jiru ,,
๐‘ฌ๐’†๐’ƒ๐’ƒ๐’Š๐’Š ๐‘ท๐’‚๐’‚๐’•๐’“๐’๐’๐’๐’Š๐’Š ๐’Œ๐’–๐’ ๐‘ด๐’–๐’™๐’‚๐’‚๐’๐’๐’๐’ ๐’ˆ๐’‚๐’‚๐’“๐’Š๐’Š ๐’Ž๐’‚๐’ˆ๐’‚๐’๐’๐’๐’•๐’‚ ๐’ƒ๐’Š๐’“๐’๐’๐’‡ ๐’Œ๐’‚๐’ ๐’•๐’‚๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚
๐‘ต๐’‚๐’ˆ๐’†๐’†๐’๐’š๐’Š๐’Š ๐‘ณ๐’‚๐’Ž๐’Ž๐’Š๐’Š ๐’‰๐’–๐’๐’…๐’‚๐’‚๐’‡ ๐’‰๐’‚๐’‚ ๐’•๐’‚๐’‰๐’– ,,

Dawaa Buda Aanaa Habroo
17/01/2021

Dawaa Buda Aanaa Habroo

Address

Gelemso

Opening Hours

Monday 9am - 11pm
Tuesday 9am - 3:22am
Wednesday 9am - 5pm
Friday 9am - 5pm

Telephone

+251910866372

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tajaajila Poolisii hawaasaa Bulchiinsa magaalaa galamsoo Araddaa 01 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tajaajila Poolisii hawaasaa Bulchiinsa magaalaa galamsoo Araddaa 01:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Opening Hours
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company in Gelemso?

Share