Waajjira Bulchinsaa fi itti fayyadama Lafaa Bul/Mag/Baabbilee

  • Home
  • Waajjira Bulchinsaa fi itti fayyadama Lafaa Bul/Mag/Baabbilee

Waajjira Bulchinsaa fi itti fayyadama Lafaa Bul/Mag/Baabbilee Jijjiramaaf hojjechuu

Hagayya 06/2016  isaa   ykn   barbaadu hundaaf   _carraa bal’aan banamee jira." Dr. Abiy AhimadAddunyaa har’aa saffisaan...
12/08/2024

Hagayya 06/2016

isaa ykn barbaadu hundaaf _carraa bal’aan banamee jira."
Dr. Abiy Ahimad

Addunyaa har’aa saffisaan deemaa jiru kana keessatti, barumsa walitti fufiinsa qabuu fi guddina ogummaa irratti bobba’uun yeroo kamiyyuu caalaa barbaachisaa dha.

biyya keessaafi sadarkaa addunyaatti Pirojektiin Koodaroota( ) qophiidha, kan jedhan Ministeerri Muummichaa keenya Dr. Abiy Ahimad , kanaafuu jedhan,

Kanaafuu, Namni kamiyyuu sadarkaan barnootaafi beekumsa kee osoo hin ilaalin, nama dandeettii isaa fooyyessuu ykn waan haaraa barachuu barbaadu hundaaf balballi carraa bal’aan banamee jira. Kanuma hubachuun
dagaagsitootni ogummaa, barsiisonni, yunivarsiitiiwwan guutuu Itoophiyaa keessatti argaman hundi pirojektii kanaafi hojiiwwan isaa akka deeggaran waamicha dhiyeessanii jiru.

"Jaalatamtoota kennaa addaa qabdan, Ciminni Itiyoophiyaa Guddina keessan irratti kan hundaa'edha."
- Ministeera Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiy Ahimad -

kana fayyadamuun Galmaa'aa.
http://www.ethiocoders.eKalif Kalif Mume Gilu

17/09/2023

Babile

17/09/2023

BABILE

01/06/2023
01/06/2023



• Lafti qabeenya murtaawaa ta’uu isaa fi hiikkoo dinagdee , haawaasummaa fi siyaasaa qabaachuu isaa irraan kan ka’e sirna bulchiinsa isaa ammayyeessun barbaachisaa waan ta’eef mootumman rakkoolee sirna qabiinsa ragaa lafa magaalaa waliin wal qabatan hundeerraa furuuf , akkasumaas mirga lamiileen qabiyyee lafaa isaanirrati qaban caalmaatti mirkaneessun barbaachisaa dha.
• Kanaaf labsii galmeessa qabiyyee lafaa magaalaa lakk 818/2006, Dambii mirkaneessa fi galmeessa qabiyyee lafa magaalaa lakk 324/2006 fi qajeelfam mirkaneessaa fi galmeessa qabiyyee lafa magaalaa fooyyaa’ee bahe lakk61/2010 bu’ureefachuun hojii mirkaneessa fi galmeessa qabiyyee lafaa Magaalaa Baabbilee karaa saffisisaa, bu’a qabeessa,, qulqullina, iftoomina fi itti fuffiinsa qabuun raawwachuuf haal dureewwan barbaachisoo mijeessuun kan itti adeemamaa jirudha.

27/05/2023
27/05/2023

May Allah bring what’s best for 🇹🇷🤲🏼

27/05/2023

Address


Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251913780291

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Bulchinsaa fi itti fayyadama Lafaa Bul/Mag/Baabbilee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waajjira Bulchinsaa fi itti fayyadama Lafaa Bul/Mag/Baabbilee:

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Opening Hours
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share