Wondu Gizaw

Wondu Gizaw Low knowledge is dangerous your self!

እንኳን ለ2017 አዲስ ዓመት በሰላም አደረሳችሁ! ለመላው ቤተሰቦቼ ፣እና ጓደኞቼ አዲሱ አመት የሰላም ፣ የደስታ እና የብልጽግና ይሁንላቺዉ::Baga bara haaraa 2017n geessan...
11/09/2024

እንኳን ለ2017 አዲስ ዓመት በሰላም አደረሳችሁ! ለመላው ቤተሰቦቼ ፣እና ጓደኞቼ አዲሱ አመት የሰላም ፣ የደስታ እና የብልጽግና ይሁንላቺዉ::

Baga bara haaraa 2017n geessan! Maatii,, fi hiriyoota koo jaallatamoo hundaaf Barri haaraan kun gammachuu, nagaa,milkaa'iin fi badhaadhina isiniif haa fidu.

Happy Ethiopian New Year 2017! To all my family, , and friends, may the new year bring you peace, happiness, success and prosperity.

🎉🌼

09/09/2024

Hanga halkan saatii 6tt wanni nu barbaachisu
1, bilbila chaarjii 🔋 80% gad bu'uu dhoorkuu
2, paakeejjii halkanii qarshii Gb1 bitachuu
3, barcaa mana netwoorkiin sirritti hojjatu filachuu
4, bilbila namoota ciqiciqii baayyisanii blacklist gochuu
5,link, bot telegram keenya sirreeffachuu
6, hanga saatii 6tti du'aii haa godhannuu

01/09/2024

Check out Wondu’s video.

List of 15 sites where you can download millions of books for free.1. Google Books2. OpenCulture3. LibGen4. Internet Arc...
25/08/2024

List of 15 sites where you can download millions of books for free.

1. Google Books
2. OpenCulture
3. LibGen
4. Internet Archive
5. Subbook
6. ManyBooks
7. OpenLibrary
8. Good Reads
9. Free-ebooks
10. Bookboon
11. PDFBooks World
12. Obooko
13. O'Reilly
14. E-BookLobby
15. Project Gutenberg

22/08/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ashenafi Belachew, Ibsaa Abdurahaman, Nawii Feleke

19/08/2024



Namichatu simbira bareedduu tokko harkaan qabee ajjeesuuf osoo jedhuu, duuu isheetiin dura ergaa xumuraa akka dabarfattuuf kadhatte. Ergaa sadiin siif dabarsa bara jireenya kee hundaatti isaan si fayyadu jetteen.

🐦, 1ffaa, “Waan si harka jiru hin gadhiisin”;

🐦,2ffaa, “Waan darbetti hin gaabbin” jetteetu sadaffaa utuu hin dubbatin callistee turte.

Namichis maaloo ergaa kee isa sadaffaas natti himikaa jedheen. Ergaan koo inni _3ffaan waan bayee ulfaataa fi jireenya kee keessatti baayee si barbaachisudha. Isa kanan sitti himu garuu yoo gad na lakkifte qofaadha jetteen. Namichis gad ishee lakkise. Isheenis barristee erga mukarra qubattee booddee ergaa koo isa 3ffaa sitti himuu kootiin dura jalqaba irratti maalin siin jedhee jetteen.

🐦,Innis, “Waan si harka jiru hin gadhiisin” naan jette jedheen. “Waan ajajamte rawwatteeree?” jetteen. “Lakki” jedheen. Osoo kana hojii irra oolchite taee garaa koo keessa warqeetu jira ture, gadi na lakkisuu keetiin qabeenya si qofa osoo hin taane ijoollee kee illee jiraachisuu dandau dhabde jetteen.
🐦, “Ergaan inni 2ffaan maal jedha ture?”jetteen. Innis, “Waan darbetti hin gaabbin” kan jedhudha jedheen. Isheenis deebistee, "Ergaan 3ffaanis isuma 2ffaa kanadha. Isuma irra deebiii raawwadhu" jetteen jedhama.
Ajaja 1ffaa fi 2ffaa osoo hojiitti hin hiikin ammas ajajaa 3ffaa dhagauuf Si'ate. Osoo ajajuma 1ffaa sana hubatee raawwate taee warqiinis Kan isaa ture.
Ajaja dhagahuu diduun nama gaabbisiisa,garuu Kan darbeef gaabbuun Kan Boruu balleessuu waan ta'eef waan ajajamte raawwachuuf yoomiyyuu Of qopheessi.

17/08/2024

Despite my best preparations for the Paris Olympics, I faced a tough challenge with a hamstring injury during the marathon. At 10 kilometers in, the pain became intense, and I thought about dropping out at 15 kilometers. But my love for my country, Ethiopia, pushed me to keep going and finish the race, no matter the pain.

The Olympics isn't just about winning medals; it's about showing resilience and determination. I’m now resting and receiving treatment, and I’m starting to feel better step by step.

Thank you to all my fellow Ethiopians, fans around the world, family, and friends for your incredible support. I ran for you, and I won’t give up!

I 'm appreciate you
16/08/2024

I 'm appreciate you

I became Olympic Champion in the marathon. I completed my mission with 3 medals, 2 bronze and gold on my favorite distance ❤️. I am speechless. Thank you for all the support alongside the road, thank you for the team around me.

Ik ben dankbaar ❤️

Alhamdulillah Rabbil Alamin ♡♡♡

    W/giyoorgis
16/08/2024


W/giyoorgis

 's
15/08/2024

's

Address

Kambata
Durame

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wondu Gizaw posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share